QAACCESSA QABIYYEE MIRRIYSAA GODINA HARARGEE BAHAA AANAA BADDANNOO
PROJECT TOPICS AND MATERIALS
09080008483
[email protected]
09080008483
www.projectng.com
HOME
DOWNLOAD
REQUEST PROJECT
HIRE A WRITER
JOBS
SCHOLARSHIPS
NEWS
BLOG
CONTACT US
Project By Departments
Accounting
Agric Engineering
Agriculture
Architecture
Banking And Finance
BioChemistry
Biology
Building Technology
Business Administration
Chemical Engineering
Chemistry
Civil Engineering
Computer Engineering
Computer Science
Cooperative And Rural Development
Cooperative Economics
Design And Technology
Economics
Education
Electrical Electronic Engineering
English
Entrepreneurial And Business Management
Estate Management
Fine And Applied Arts
Food Technology
Geography
Geology
Health Science And Technology
History
Home And Rural Economics
Hospitality Management And Technology
Industrial Chemistry
Industrial Relation and Personnel Management
Insurance
International And Diplomatic Studies
Law
Library And Information Science
Marketing
Mass Communication
Mechanical Engineering
Medical And Health Science
Microbiology
Nursing Science
Office Technology and Management
Pharmacy
Philosophy
Political Science
Printing Technology
Psychology
Public Administration
Public Relations And Communication
Purchasing And Supply
Quantity Surveyor
Science Lab Technology
Secretarial Administration
Seminars
Sociology
Staff Development And Distance Education
Statistic
Urban And Regional Planning
Zoology
Thesis and Dissertation
Qaaccessa Qabiyyee Mirriysaa Godina Harargee Bahaa Aanaa Baddannoo
Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics
Get the Complete Project Materials Now! »
Qorannoon kun qaaccessa qabiyyee mirriysaa Godina Haragee Bahaa Aanaa Baddannoo irratti kan xiyeeffateedha.Kaayyoon qorannoo kanaa inni guddaan mirriysa Oromoo Aanaa kanaa sababa adda addaan irraanfatamaa jiru walitti guuruun akkaataa qabiyyee isaaniin qoqqooduun, ergaa isaa qaaccessuudha.Kanaan dura mirriysaa aanaa Baddannoo ilaalchisee funaannamee qaacceffame hinjiru. Kanaaf qoratichi aanaa kanarratti xiyyeeffachuun kan qorannoo jalqabaa taasiseedha. Qorannoon kun kan gaggeeffame gandoota aanaa kana keessa jiran irraatti kan taasisameedha. Gandoonni kunniinis magaalaa Baddannoo, Hindheessa, Barakat, Illikkoo Gooba Haroo, Hincinnii, Tortora, Manguddoo Raamis, Mojofi Dirroota Raamis fa’adha.Malli qorataan qorannoo kanaaf dhimma itti bahe mala qulqulleeffataa yoo ta’u, maddi ragaalee beektota Oromoofi maanguddoota ceyaa Oromooti. Iddattoon qorannichaa iddattoo miti carraa keessaa iddattoo darbaa dabarsaa/eeruu/ yoo ta’u, akka malleen odeeffannoon ittiin funaannamutti afgaaffii, daawwannaafi mariin gareen xiyeeffannoon hojiirra oolera. Afgaaffiifi mariin garee kun beektotaafi maanguddoota aanichaaf kan dhihaatedha. Odeeffannoon malleen kanaan funaannamanis qoqqoodamuun tooftaa ibsaatti gargaaramuun kan qaacceffamaniidha.rnMirriysi seera mataa ofii akka qabu beekkameera. Seerri kunis abbootii ceyaan kan eegalamu, gosti akka walitti hinmirriysine, ijooleefi maanguddoon akka waliitti hin mirrigneefi akkaataa itti jalqabaniifi xummuramu qabaachuu isaati. Mirriysa keessatti namoonni qooda fudhatan jedhaman kanneen akka maanguddoo ceyaa,namoota urmiin bilchaataa, dubartoota, dargaggootaafi ijoolleen bifa hurrubummaan keessatti akka qooda fudhachuu danda’an bira gahameera. Kana malees meeshaaleen aadaa mirriysa keessatti qooda qaban kanneen akka mancaa, filaa ykn handaaraa, billawa, uffata, alangaa, fa’atti fayyadamuun mala alkallattii ta’een akka barsiisuun danda’amutti hammatameera. Qabiyyeen ijoon mirriysaa kanneen akka gorsuu, hojii ilaallatu, dubartii faarsu, hawwii, abdii, gootummaa, luynummaa, abbaa faarsu, seera abdii kutachuu, lammii faarratti xiyeeffachuun kan gorsuudha. Kana malees argannoo tokko tokko irra gahuun dhaloonni duubaa gorsa karaa alkallattii kana irraa ni baru. Argannoo armaan olii kanarratti hundaa’uudhaan mirriysi Oromoo kun hawaasa biroo kan jiruufi jireenya hawaasichaa akka daawwitiitti calaqqisiisu, eenyummaa saba Oromoo kan ifatti baasee beeksisiisu,kan dhalootaaf gorsa kennu,kudhaama hawaasa Oromooti jechuudha. Kana malees safuu, kabaja, duudhaa ,jaalala, ilaalchafi kkf dhalootaa dhalootatti daddabarsuu ta’uun kan shoora guddaa taphachiisu ta’uu nama hubachiisa. Kanaaf mirriysi barumsa qalamaa tokko malee hawaasa hin baranne kana karaa iccitii golgatee hawaasaa barsiisuun kun cimee hundee isaa gadi fageeffachuu qaba
Get Full Work
Report copyright infringement or plagiarism
Be the First to Share On Social
RELATED TOPICS
375