Walsimannaa Qabiyyee Silabasii Kitaababarataafi Qajeelcha Barsiisaa Xiyyeeffannoo Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 12ffaa

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Kaayyoon qorannoo kanaa inni guddaan walsimannaa qabiyyee meeshaalee barnoota AfaanrnOromoo sadan (silabasii,kitaaba barataafi qajeelcha barsiisaa) kutaa kudha lammaffaarnbara2005/2012 maxxanfamee qophaa’e xiinxaluudha.Qorannoon kun mala qorannaa akkamtaarnta’ee ibsaan kan dhiyaatuu dha. Maddi ragaalee qorannoo kana yemmuu gaggeessu gaaffileernqorannoo kana keessatti ka’aniif deebii kennu walitti qabatee jira.Kunis,madda odeeffannoornjalqabaa(primary source data),kanneen akka meeshaalee barnoota Afaan Oromoo kutaarn12ffaa(silabasii,kitaaba barataafi qajeelcha barsiisaa)yammuu ta’an,maddi odeeffannoornlammaffaa(secondary source data) immoo barsiisota meeshaalee barnoota AfaanrnOromoo(silabasii,kitaaba barataafi qajeelcha barsiisaa)tiin kutaa 12ffaa barsiisaarnjiraniidha.Kana malees,qorannoo kana yemmuu gaggeessu mala iddatteessuu miti- carraarnkeessaa iddatteessuu akkaayyoo xiyyeeffannoo qorannoosaa waan ta’eef ittirnfayyadameera.Tooftaan funaansa ragaalee sakatta’a dokumeentiifi afgaaffiitiin walitti qabamernxiinxalamee jira.Xiinxala taasifamerraa bu’aan argame akka ibsutti,meeshaalee barnoota AfaanrnOromoo kutaa 12ffaa kanneen irratti hanqinoonni walsimannaa qabiyyeewwanii jiraachuunrnisaanii hubatamee jira.Hanqinoonni kunneenis,gaaffilee kitaaba barataa keessatti dhiyaataniifrndeebiin isaanii walsimannaadhaan qajeelcha barsiisaa keessaa dhabamuu, qabiyyeewwanrnsilabasii keessa jiran tokko tokko kitaababarataafi qajeelcha barsiisaa keessaarndhabamuu,kaayyoo sirna barnootaa galmaan ga’uuf gaheen walsimannaa meeshaaleernbarnootaa baayee barbaachisaa akka ta’efi walsimannaa dhabiinsi meeshaalee barnootaarnsadan (silabasii,kitaaba barataafi qajeelcha barsiisaa) galma ga’iinsa barnootaa sanarrattirnhanqina uumuu akka danda’u qabiyyeewwan meeshaalee barnootaa sadan irraa hubachuunrndanda’ameera.Dhumarrattis,argannoowwan irratti hundaa’uun haala walsimannaa qabiyyeernmeeshaalee barnootaa kunneen qabaachuu qaban irratti furmaanni qorataan kaa’ameera.Kunisrnqaamooleen dhimmichi ilaallatu,qopheessitoonni meeshaalee sirna barnootaafi qaamooleenrnbarnoota irratti hojjetan sadarkaa sadarkaan jiran hanqinoota mul’atan kanneen irrarndeebi’uun madaaluun akka foyya’iinsi taasifamuufi danda,u yaanni furmaataa kennamera.

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Walsimannaa Qabiyyee Silabasii Kitaababarataafi Qajeelcha Barsiisaa Xiyyeeffannoo Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 12ffaa

189