Qaaccessa Raawwii Sirna Kabaja Ayyaana Tajoo Roobaa Ummata Arsii Gosa Utaa Waayyuu

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Kaayyoon qorannoo kanaa inni ijoon raawwii sirna kabaja ayyaana Tajoo Roobaa qaacceessuudha. Malleen qorannichaa mala qoranoo qulqullaa‟innaa (akkamtaatiin) kan dhimma bahe ta‟uun isaati.Maddi odeeffannoo qorannoo kanaa qooda fudhattoota ayyaanichaa warreen hubannoo gahaa qaban, Abbootii gadaafi manguddoota gosaati. Hawaasa madda odeeffannoo ta‟an kanneenii irraa odeeffannoon funaanuufi ammoo malleen itti fayyadame kanneen akka daawwannaafi, af-gaaffiin hojii irra oolaniiru. Innis, sirni kabaja ayyaana Tajoo Roobaa kan raawwatamuufi adeemsi inni ittiin hoogganamu bakka bu‟oota hawaasaatiifi abbootii gadatiin. Akkasumas, hirmaattoonni ayyaana Tajoo Roobaa garee cidha baaftuu sirnichaafi qaama hawaasaa kamiinuu kan hirmaachisu ta‟uun isaati. Dabalataanis, faayidaan ayyaanni Tajoo Roobaa jiruufi jireenya hawaasaa keessatti qabu,Roobaafi nagaya buusuu,tokkummaa ummataa uumuufi cimsuun kan tajaajilu ta‟uun isaati. Tajoon Roobaa kan inni raawwatu tibba Ji‟a Hinikkaa (Ammajjii) gara boodaa (jalqabaa) ta‟uu danda‟a

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Qaaccessa Raawwii Sirna Kabaja Ayyaana Tajoo Roobaa Ummata Arsii Gosa Utaa Waayyuu

200