Qaaccessa Jechootaa Seera Afaan Oromoo Eeganii Barreessuutiin Haala Qabatamaa Waldaalee Interpiraayizii Mayikiroo Xixiqqaa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Adaaa Bargaa

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Kaayyoon waraqaa qorannoo kanaa qulqullina jechootaa gama seera Afaan Orommoo eeganiirnbarreessuutiin: haala qabatamaa waldaalee IMX godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada‟aa Bargaarnxiinxaluudha .Qorannoon mala makaa (akkamtaafi ammamtaa )tiin gaggeeffame. Kayyoornqorannicha kanaa galmaan ga‟uuf meeshaaleen odeeffannoon ittiin funaanaman kanneenrnsakatta‟a dookumeentiifi Af-gaaffii hojiirraa oolanii jiru.Kana malees beeksisa taappeellaafirnofibsituuwwan taappeellaarra jiran kan baay‟inni isaanii 92 ta‟an kutaa garaagaraattirnqooduun mala akkamtaafi ammamtaatiin ibsamaanii jiru. Akkasumas, qoratichi af-gaaffii malarniddatteessuu akkayyootti gargaaramuun namoota garaagaraa 12niif dhiyeessuun odeeffannoornqaacceseera. Argannoon qorannoo kanaas, seera caasaa barreeffama Afaan Oromoorrattirnbeekumsa ga‟aa dhabuu, qaamni dhimma kana aantummaan hordofu dhabamuu, barreeffamarnAfaan Oromoof xiyyeeffannoo kennuu dhabuufi beeksisoota taappeellaa barreessuurrattirnhirmaannaan ogeeyyii afaanichaa xiqqaa ta‟uudha. Madda hanqinaalee kanaafis yaannirnfurmaataa kennameera. kunis barreessitoota taappeellaaf leenjii adda addaa keennuun ga‟umsarnisaanii fooyyessuu ,jijjiiramaafi fooyya‟insa barreeffama afaanichaa meeshaalee sab-qunnamtiinrnibsa kennaa adeemuu, ogeeyyii afaanichaa barreeffama kana irratti hirmaachisuufi barreeffamarnAfaan Oromoof xiyyeeffannoo kennuun qaamni isaan ilaallatu hordoffii walirraa hincinnerntaasisuu kan jedhan isaan ijoodha.

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Qaaccessa Jechootaa Seera Afaan Oromoo Eeganii Barreessuutiin Haala Qabatamaa Waldaalee Interpiraayizii Mayikiroo Xixiqqaa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Adaaa Bargaa

177