Xiinxala Fayyadama Jechootaa Kitaabilee Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 1ffaa-4ffaa

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Kaayyoon qorannoo kanaa fayyadama jechootaa kitaabilee barnoota AfaanrnOromoo kutaa1ffaa – 4ffaa keessa jiru xiinxaluudha. Qorannoon kun malarnakkamtaatiin gaggeeffame. Kaayyoo qorannichaa kana galmaan gahuufrnmeeshaalee odeeffannoon ittiin funaanan kanneen sakatta’iinsa kitaabileernbarattootaa, qajeelcha barsiisotaafi silabasiiwwan Afaan Oromoo kutaa 1ffaa –rn4ffaa hojiirra oolanii jiru. Akkasumas, qoratichi kitaabilee barattootaarnsakatta’uun haalli dhiyeessiin fayyadama jechootaa isaan kamfaatu akkarndhiyaate adda baafatee gabateerratti kaa’eera. Akkasumas, walsimannarnkitaabilee barattootaafi qajeelcha barsiisotaafi uwwisa fayyadama jechootaarnsilabasii barnoota Afaan Oromoo keessatti dhiyaatan adda baafamaniirntaa’aniiru. Walumaagalaatti, odeeffannoon qorannoo kanaa malleenrnakkamtaan ibsame. Argannoon qorannoo kanaas, haala fayyadama jechootaarnkitaabilee barattootaa kutaa 1ffaa-4ffaakeessatti: akaakuwwan fayyadamarnjechootaa kitaabilee barattootaa keessaatti haala ifa ta’een addaan baasafamaniirndhiyaachuu dhabuu, maalummaan dhamjechoota Afaan Oromoofi akkaataanrnqoqqoodinsi dhamjechootaa kanaa addaan bahanii beekamuu dhabuu;rnakkasumas, tajaajilli dhamjechootaa ibsamuu dhibuudha. Kana malee, hariiroornhiika jechootaa addaan baasee ka’uufi shaakala hojii keessatti akaakuwwanrnhariiroo hiika jechoota hunda hirmaachisuu dhiisuudha. Dhiyeessii fayyadamarnjechootaa keessatti hiika jechootaa galumsaarratti hundaa’e dubbisa keessattirnbaay’inaan dhiyeessuu dhabuufi jechoota waliin deeman sirnaan dhiyeessuurndhabuudha. Dhuma irratti,silabasiin barnoota Afaan Oromoo qophaa’e hanqinarnqabaachuun isaati. Hanqinni silabasii barnootaa kana irratti mul’ate keessaa:rnkaayyoo barumsaa barnoota Afaan Oromoo haala ifa ta’een kaa’uu dhabuu,rnqabiyyeen fayyadama jechootaa addaan baafamanii taa’uudhiisuufi wayitiirnqabiyyee fayyadama jechootaaf ramadamedhibuun isaa uwwisa fayyadamarnjechootaa silabasii barnootichaa akka hinbeekne taasisee jira. Madda rakkoornarmaan olitti ibsame kanaafis, yaadni furmaataa kennameera. Yaadni furmaataarnkenname kunneen qaamni sirna barnootaa qopheessu ykn BBO dhiyeessarnfayyadama jechootaa kitaabilee barnootaa keessatti: akaakuwwan fayyadamarnjechootaa addaan babaasanii kaa’uun ibsa kennuu, maalummaa dhamjechootarnAfaan Oromoofi haala qoqqoodinsa isaanii tarreesuu, akkasuamas tajaajialarndhamjootaa kana jechoota hiika haaraa barsiisuu keessatti qaban, hariiroo hiikarnjechoota gidduu jiran akaakuu isaaniin adda baasuun kaa’uu,hiika jechootaarnakka galumsaatti irrattiifi jechoota waliin deeman irratti xiyyeeffannoo osoornkennani gaariidha. Akkasumas, silabasiin barnootaa kitaaba barataafi qajeelcharnbarsiisaa qopheessuuf shoora olaanaa waan qabuuf xiyyeeffannoon osoornkennamee gaariidha.

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Xiinxala Fayyadama Jechootaa Kitaabilee Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 1ffaa-4ffaa

240