Qaacceessa Ergaafi Buuura Moggaasa Maqaa Iddoowwanii Godina Arsii Aanaa Zuwaay Dugdaa Irrtti Kan Xiyyeeffate

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Kaayyoon qorannoo kanaa qaacceessa maqaa iddoowwanii Aanaa Zuwaay Dugdaa keessatti argamaniidha. Qorattuun Kaayyoo kana galmaan gahuuf mala qorannoo akkamtaatti dhimmaa batee jirta. Odeeffannoonis karaa adda addaatiin funaanamee jira. Mala funaansa odeeffannoo ilaalchisee afgaaffii, daawwannaafi marii garee xiyyeeffannaa walitti qabamee hiikame ibsi itti kennamee qaacceeffamee jira. Qaacceessa moggaasa maqaa iddoowwanii ilaachisee yaada maanguddootaafi namoonni moggaasa irratti hubannoo qaban irraa argameen moggaasni iddoowwanii bu‟uura maqaa namaatiin, maqaa gosaatiin, taateewwaniin, teessuma lafaatiin, waan naannootti baay‟inaan argamuun, bifaan, gosa dhagaatiin, maqaa guyyaatiinfi qaama bishaaniitiin wal qabatanii moggaafamuu isaanii hubatamee jira. Akkasumas iddoowwan moggaasni isaaniitis jijjiirame jiraachuu hubatamee jira. Kun immoo moggaasa hawaasaanis ta‟ee nama dhuunfaan moggaafamu gosa adda adddaa kun seenaa, aadaa, afaan, amantaa, duudhaa, saba, hidda latiins, walumaa galatti jiruufi jireenya hawaasaa barreeffama caalaa kan ibsu ta‟uu isaa irraa hubachuun danda‟amee jira. Kanaafuu wajjirri Aadaafi Tuuriizimii Aanaa Zuwaay Dugdaa, Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Motummaa Aanaa Zuwaay Dugdaafi qaamonni dhimmi kun isaan ilaallatu hundi akka gumaacha godhan qorannoon kun nieera.

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Qaacceessa Ergaafi Buuura Moggaasa Maqaa  Iddoowwanii Godina Arsii Aanaa Zuwaay Dugdaa Irrtti Kan Xiyyeeffate

172