Qaaccessa Fayyadama Afaanii Asoosama Dibaa

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Kaayyoon qorannoo kanaa asoosama ‘Dibaa’ jedhu keessatti fayyadama afaanii irrattirnxiyyeefachuun qaaccessu yemmuu ta’u, ka’umsi isaatis afoolafii aadaa Oromoo baayy’eernirratti qorannoon kan gaggeeffame yoo ta’u ogbarruu barreeffamaa Oromoo irratti garuurnqorannoon gaggeeffame baayy’ee muraasa. Kun immoo xiyyeeffannoon ogbarruurnbarreeffama Afaan Oromootiif kennamaa jiru waan xiqqaachaa dhufe fakkata. Kun immoornsirna barnoota afaanichaa irratti xiyyeeffannoon ogbarruu barreeffamaaf kennamu akkarnxiqqaatufii dhimmoonni ogbarruu barreeffamaan walqabatan qophii sirna barnootichaarnkeessatti akka hin hammatamnef gufuu guddaa ta’a. kun immoo sirni barnootichaa akkarnqulqulina hinqabaanne gochuu bira darbee afaanichi ogbarruu barreeffamaa gabbataarnakka hinqaabaane taasisuun guddini afaaniichaa booddetti akka harkifatu taasisa. Kanarnmalees fayyadama afaanii qophii kitaabilee barnootaa keessaa dhabamuun haalli barnootarndaree keessatti kennamu qabatamaafi hawwataa akka hintaane godha. Qorammoon kunrnwantoonni xiyyeeffannoo dhaban kunniin haala itti fooyyauu danda’aniifi fayyadamnirnafaanii sirna barnootaafi qophii kitabilee barnootaa keessatti yoo hammataman faayidaanrnisaan barnoota afaanii keessatti qaban guddachuu akka danda’u hubachiisuufi qaaccessuurnirratti kan xiyyeeffatamee hojjetameedha. Kana malees barreessaan asoosama kanaarnfayyadama afaanii asoosamicha keessatti fayyadameen hagam ergaa dabarfachuufrnbarbaade sana akka galmaan gahate qorannoo kana keessatti ilaalameera .

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Qaaccessa Fayyadama Afaanii Asoosama Dibaa

294