Qaaccessa Afoola Jila Sirna Gadaa Odaa Buluq Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Horroo

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Seenaan qorannoo afoolaa jilawwan adda addaa biyya keenyaa keessatti raawwii yeroo asrndhiyyooti. Haata’u malee, ammayyuu qorannoon kallattii garaagaraan irratti akkarngaggeeffamuu qabu wal nama hin gaafachiisu. Haaluma kanaan, qorannoon kun afoola jilarnSirna Gadaa Odaa Bulluq Go/Ho/Gu/Wallaggaa Aanaa Horroo qaaccessuu irratti kanrnxiyyeeffatedha. Itti dabaluun, kaayyoon qorannoo kanaa warri ijoon, faayidaa afoolawwan jilarnsirna Gadaa keessatti qabu: hawaasummaa agarsiisuu, gootummaa agarsiisuu, qabeenyarnfaarfachuu, safuu eeguufi al tokko tokkommoo cabsuun illee jiraachuu, waaqa jajachuufi siyaasarnitti hammaate ittiin qeequuf akka gargaaru qaacceffamuura. Akkasumas, akaakuuwwan afwalaloornjila kana irratti hojii irra oolan kanneen akka faaruu, geerarsa, sirba, eebba,rnabaarsaafi kkf ta’uun isaanii ibsameera. Afoolawwan jila sirna Gadaa kunis, yoomessa keessattirnraawwatan qabu. Isaanis, yeroo abbootiin Gadaa aangoo wal harkaa fuudhan, yeroo malkaarnbu’uan, yeroo buttaan qalamu, yeroo eebbisanfi kkf ta’uun qorannicha keessatti ibsamaniiru.rnKana malees, waantota itti fufiinsa afoola jila Sirna Gadaa gufachiisaa turan: dhiibbaa gamarnsiyaasaa, amantiifi sababa ammayyummaatiin walqabatani himuu irratti namoota odeeffannoornwaa’ee isaanii beekan 20 irraa qoratichi ragaalee walitti qabachuu danda’eera.rnOdeeffannooleen argaman mala qulqullaa’inaa itti gargaaramuun iddattoolee filataman irraarnyaadannoo dhuunfaafi suur sagaleen qabachuun qaacceffamaniiru. Haaluma kanaan,rnafoolawwan funaanaman kun tajaajila isaan qabaniifi akkamiin akka hojii irra oolan akaakuurnakaakuun qoqqooduun ilaalamaniiru. Kana malees, afoolawwan kanneen hawaasniifirngogeessonni Gadaa sadarkaa garaa garaa irra jiran jireenya isaanii guyyaa guyyaa keessattirnakka itti gargaaramanis qorannoo kana keessatti qaacceffameera. Qorannoo kana keessatti,rnafoolawwan kunneen jilawwan sirna Gadaa keessatti akkamii, eenyuun, yoom, eessattii firnfaayidaa maaliif akka oolan qorannoo kana keessatti qaacceffameera. Afoolli eenyummaa,rnsiyaasa, aadaa, hawaasummaafi kkf, calaqqisiisuu irratti gahee guddaa akka qaburnaddeeffameera. Bu’uuruma kanaan, afoolaawwan kunneen, gara fuula duraatti kana caalaarnciminaan akka tajaajilan gochuuf nama dhuunfaa irraa kaasee hanga dhaabbiilee adda addaarndhimmi isaa isaan ilaallatuutti qorannoo garaa garaa gaggeessuun badii irraa oolchuunrndirqama isaanii bahuu qabu. Akkasumas, waajjiraaleen akka Aadaafi Turizimii aanichaarnqorannoo kana ka’umsa godhachuun dhimma afoola jilawwan sirna Gadaa kanarratti otoornqorannoo gaggeessani afoola kana deebisanii cimsuu ni danda’u jedhameeti amanama. Egaarnganna darbeef manni hin ijaaramu, akkuma jedhamu maaliif afoola jila sirna Gadaa kanarrattirnhin gaggeeffamne jennee wal komachuu dhiifnee ammumarraa eegallee kallattii garaagaraanrnqorannoo irratti haa gaggeessinu!

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Qaaccessa Afoola Jila Sirna Gadaa Odaa Buluq Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Horroo

259