Qaaccessa Kitaaba Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 7 Ffaa Fi 8 Ii Ffaa Keessatti Afoolaan Gargaaramuun Dandeettiiwwan Afaanii Barsiisuu

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Mata dureen qorannoo kanaa, “QaaccessaKitaaba BarnootaAfaan OromooKutaarnTorbaffafi SaddeettaffaaKeessatti AfoolaanGargaaramuun Dandeettiiwwan AfaaniirnBarsiisuu”, irratti xiyyeffate. Kaayyoo gooroon qorannoo kanaa,kitaaba barnoota afaanrnOromoo kutaa torbaffaafi saddeettaffaa keessatti afoolaan gargaaramuun dandeettiiwwanrnafaanii barsiisuu qaaccessuudha.Malli qorannoon kun itti gargaarame mala qorannoornakkamtaatiin yoo ta’u,malli kunis ragaalee sanada sakatta’uu,afgaaffiifi marii gareenrnqorachuuf filatamaa waan ta’eefi.malli iddattoo qorannoo kanaas mala iddatteessuu mitirncarraa jalaa mala akkayyootti dhimma bahameera.Dhimmoota mata duree kanaan walrnqabatan qaaccessuuf kitaabilee irraa qabxiilee ijoon sakatta’amaniiru.Adeemsi ragaanrnittiin funaanname:sanada sakatta’uu,afgaaffiifi marii garee barsiisotaafi barattoota manarnbarumsa Dagam Sadarkaa tokkoffaa irraa funannameera.Ragaalen qorannichaarnyaaxinoota:tajaajilaa,haalowaafi caaseffamaa keessa yaaxina tajaajilaa gargaaramuunrnqaaccessamaniiru.Kunis ragaalee:sanada sakatta’uu,afgaaffiifi marii gareen argamanrnakkaataa wal fakkeenyan walittii fiduuniifi qindeessuun ibsuun, kitaaba barnoota AfaanrnOromoo kutaa torbaffaafi saddeettaffaa keessatti:afoolawwan argaman, afoolawwanrndandeettiiwwaan afaanii barsiisuuf dhiyaatan,afoolawwan kunnin irra caalattiirndandeettiiwwan afaanii kam barsiisuuf akka dhiyaatan, afoolawwan dhiyaatan sadarkaa,rndandeettiifi aadaa barattootaa xiyyeeffannoo keessa galchuu isaaniifi kkf addarnbahaniiru.Dhuma irratti argannoon qorannichaas:afoolawwan kitaabni barnoota afaanrnOromoo kutaa torbaffaa dandeettiwwan afaanii barsiisuf gargaarame:sheekkoo jechaama,rnmammaksa ,tapha ijoollee, weedduufi qoosaa yoo ta’an,kan kutaa saddeettaffaa immoo:rnsheekkoo ,jechama, mammaaksa, Hiibboo, weedduu, ciigoo, geerarsa, baacoofi jeekarsarnateeteeti. Afoolawwan oromoo keessaa gara caalatti kitaabileen kun dandeettiiwwanrnafaanii barsiisuf kan fayyadaman kutaa torbaffaa:oduu duriifi mammaaksa yoo ta’u, kutaarnsaddeettaffaan immoo:hiibboofi jechama.Kitaabilee lamaanuu keessatti afoolawwanrndhiyaatan irra caalaatti dandeettii dubbisuu barsiisuuf kan dhiyaataniifi gama sadarkaafirndandeettii barattootaa xiyyeeffannoo keessa galchuun dhiyaachuu irratti hanqina kanrnqaban ta’uu isaa argannoon qorannoo kanaa ni mul’isa.

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Qaaccessa Kitaaba Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 7 Ffaa Fi 8 Ii  Ffaa  Keessatti Afoolaan Gargaaramuun Dandeettiiwwan  Afaanii Barsiisuu

373