Hariiroo Namaafi Naannooasoosamoota Danaafi Arraa Gurbaa Keessatti Qaaccessuu

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Asoosamoonni Afaan Oromootin barreeffamanii ummata bira ga`an hedduu yoo ta`an illeerngama hariiroo namaafi naannoo irratti xiyyeeffachuun qorannoon irratti adeemsifame hinrnmuul`atu.Kanaaf qorannoon hariiroo namaafi naannoo irratti hundaa`uun kanrngaggeeffameedha. Kaayyoon qorannoo kanaa inni ijoon Asoosama gabaabaa ‘Danaa’fi rnAsoosama dheeraa ‘Arraa Gurbaa’jedhaman keessatti barreessitoonni Asoosamootarnlamaanii hariiroo namaafi naannootti fayyadamuun haala isaan siyaasa, diinagdee, seenaa,rnduudhaafi haala jiruufi jireenya ummata Oromoo ibsuuf yaalan karaa hariiroo namaafirnuumama naannoon xiinxaluudha.Kaayyoo qabate kana bira ga`uuf qoratichis mala sakattaarnyookiin xiinxala barruutti dhimma bahuun ,Asoosamoota lamaan gadi fageenyaan dubbiseernodeeffannoo barbaachisaa funaanee jira.Odeeffannoowwan funaanaman kanas,walittirndhufeenya namaafi naannoo irratti xiyyeeffachuun kanneen aadaa, duudhaa, siyaasa,rnseenaa, bulchiinsa,qaroominaafi falaasama akkasumas haala jiruufi jireenya ummatarnOromoon dhiyaatan xiinxalee jira.Adeemsa xiinxala kana keessatti,dhimmoonnirnAsoosamoota filataman keessa jiran haala qabatamaa Addunyaa dhugaa keessattirnmul`ataniin hangam akka wal simatan wal bira qabuun xiinxalamanii jiru.Haaluma kanaanrndhimmoonni hojii kalaqaa tokko keessatti karaa haqummaa of keessaa qabaniin dhiyaachuurnakka qaban yaaxxinni dhugummaa lafa kaa`ee jira.Kunis sakattaa barruu jalatti,bal`inaanrnkaa`amee jira.Hariiroo namaafi naannoo kana bu`ureeffachuun ragaaleen Asoosamootarnkanneen keessaa funaanamanis xiinxalamanii jiru.Xiinxala ragaalee taasifamanrnkanarraayis, dhimmoonni hojiilee kalaqaa kanneen siyaasaan, bulchiinsaan, aadaan,rnseenaan,duudhaafi falaasama ummatni Oromoo keessa tureefi keessa jiru ,karaarndhugummaa of keessaa qabuun kan dhiyaatan ta`uun isaanii hubatamee jira. Dabalataanis,rnrakkoolee ummata Oromoo irra kallattii adda addaan ga`aa turan karaa qabatamaafirnhubatamuu danda`aniin hojiilee kalaqaa xiinxalaman kana keessatti kan dhiyaatan ta`uunrnisaanii bira ga`amee jira.Gama biraatin haala xiinxalaa waliigalaa taasifameenrnhanqinaaleen hojii kalaqaa kana keessatti muul`ataniifi maalta`iinsa isaanii waliinrndhiyaatanii jiru.Bifuma kanaan yaadoleen ta`insoota gara fuulduraatti,raawwaturntilmaamsisan osoo haalan jiraatanii,maqaaleen namfakkiilee akka dubbistoonni hundi addarnbaafataniif osoo walitti dhiyaachuu baatanii,yaadni dhuunfaa barreessichaa Asoosamicharnkeessatti osoo calaqqisuu baatee,akkasuma Asoosamichi loga waltawaa namni hundirnhubachuu danda`aniin osoo fooyya`anii, hojiilee kalaqaa sadarkaa isaanii eeganiirnbarreefaman ta`uu dand

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Hariiroo Namaafi Naannooasoosamoota Danaafi Arraa Gurbaa Keessatti Qaaccessuu

235