Xiinxala Hariiroo Qabiyyee Silabasiifi Dhiyaannaa Gilgaalota Kitaaba Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 4ffaa

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Kaayyoon qorannaa kanaa hariiroo qabiyyeesilabasiifi dhiyaannaa gilgaalota kitaaba rnbarnoota Afaan Oromoo kutaa4ffaa kan bara 2011 qophaa’e xiinxaluudha. Kaayyoornqorannaa kanaa galmaan ga’uuf Silabasiifi kitaaba baroota Afaan Oromoo kutaa 4ffaarnmala funaansa ragaa keessaa sakattaa duukumantiitin ragaaleen funaanuun bifa bifaanrnqindeessuun,mala iddattoo akkayyoo fayyadamuun mala makaatiin xiinxalamee bifarnisuutti gargaaramuun ibsamee jira. Kaayyoo qorannaa kanaa irratti hundaa’uunrnargannoowwan qorannaa kanaa qabiyyeewwan kitaaba kana keessa jiran 126 keessaarnkan silabasiifi kitaaba keessa jiran lakkoofsaan 51 yoo ta’an haguuggiin isaanii %40.5rnqofa.Akkasumas qabiyyeewwan silabasii keessa jiraatanii kitaaba keessa hin jirrernlakkoofsaan 33 yoo ta’an dhibbeentaa isaanii %26.2 ta’u, kanneen kitaaba keessarnjiraatanii silabasii keessa hin jirre lakkoofsaan 42,dhibbeentaadhaan immoo %33.3ta’u.rnDhiyaanna gilgaalotaa ilaalchisee kitaaba kana keessa gilgaalota gosa garaagaraa160rnjiran keessaa akka ragaan muul’isutti xiyyeeffannoon ogummaa dhaggeeffachuu,rnbeekumsa ogbarruufi jechootaaf kenname gadi aanaa ta’uu isaati. Akkasumas,rnqabiyyeewwan duraa duuba eeganii barsiisuu kitaaba kana Keessatti hanqinni kanrnmuul’atuudha.Itti dabalees qabiyyeewwan sadarkaa eeguu isaanii ilaalchisee,rnqabiyyeewwan dhiyaatan kan sadarkaa barattootaan wal hin madaalle jiraachuunrnhubatameera. Argannoowwan kanaaf immoo yaboon dhiyaatanii jiru.Kunis,rnqabiyyeewwan silabasii keessa jiran hunduu kitaaba barataa Keessatti hammachiisuunrnkan dagatamuu hin qabne ta’uun isaa qopheessitoonni hubannoo akka horatan BiiroonrnBarnoota Oromiyaa osoo taasisee gaarii fakkaata. Akkasumas ogummaawwaniifirnbeekumsa ykn dameewwan hundaaf walqixa xiyyeeffannaa kennuun barbaachisaadharnyaada jedhuudha. Dabalataaniis qabiyyeewwan tartiibaan jechuunis, salphaarraa gararncimaatti deemuun dhiyaachuu akka qabu xiyyeeffannaa keessa galchuun gaarii ta’a.rnQophii silabasii, kitaaba barataafi kkf dursanii osoo Filoochaartii gosa barumsa sanaarnhaalaan hubatanii baayyee bayeessa akka ta’u yaboon lafa kaa’amee jira.

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Xiinxala Hariiroo Qabiyyee Silabasiifi Dhiyaannaa Gilgaalota Kitaaba Barnoota  Afaan Oromoo Kutaa 4ffaa

203