Qaaccessa Itti Fayyadama Afaanii Sirna Harma Hodhaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Mata-dureen qorannoo “Qcceessa Itti fayyadama Afaanii Sirna Harma Hodhaa Godina HorroornGuduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu “jedhu keessatti adeemsi sirnichaa maal akka fakkaatuufirnraawwii sirna sanaa qacceessuudha. Kaayyoo kana galmaan ga‟uufis mala qorannoornakkamtaatti dhimma bahee jira.Mala funaansa odeeffannoo ilaalchise, afgaaffii hinrncaaffefamneefi marii garee xiyyeeffatamaa yaadannoo dirreetiin funaanaman jechaanrnqaacceeffamanii jiru. Malli iddatteessuu qorannoo kana keessatti kan hojirra oolee jiru malarniddatteessuu mit-carraa kan ta‟e iddatteessuu akkaayooti. Mala kanatti fayyadamuunrnodkennitoota qorannoo kanaa kan ta‟an uummata Oromoo Aanaa Amuruu Gandoota digdamiiafurrnjiran keessaa Gandoota kudha-lama keessaa maanguddoota Sirna raawwii harma hodhaarnirratti muuxannoo olaanaa qaban keessaa namoota kudha-lama marii gareerratti hirmaachuunrn,kanneen harma hoosisan sadiifi kanneen harma hodhan sadii, jaarsolii biyyaa dhimmicharnbeekan sadii waliigala namoota digdamii-tokko kan ta‟a irraadha.rnRagaalee qaacceffaman kanarraa argannoon bira ga‟ame namoota harma hoosisan hundarnkeessa darbuun ergaa sirnicha keessa jiru qooda fudhachuu kan fudhatanidha. Haaluma kanaanrnyaaxxina ittiin gaggeeffames yaaxxina Xiinqooqa /socilinguitic/ yaaxina duudhaa hawaasaafirnxiinqooqa sirnawaa (systematic functional Linguistics) dha. Sababiin isaa yaaxxina kana ittirnfayyadame afaan kan itti gargaaramnu bakka, yeroofi haala keessaa jiru irratti hundaa‟e waanrnta‟eef. Akkasumas argannoon argames amantaatti dawachuu, dhalonni si‟anaa ammayyummaanrnliqiffamanii aadaa dagachuudha. Kanaafuu maanguddoonni Oromoo qorattoonni aadaafirnseenaa, dargaggoonni Oromoo, abbootiin amantaa, akkasumas, itti gaafatamummaa,rneenyummaafi lamummaa kan qabu hundi waliin ta‟uun aadaan kun dhaloota dhufuutti akkarndarbu gochuun barbaachisaadha kan jedhu argannoo qoranno kanaati.

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Qaaccessa Itti Fayyadama Afaanii Sirna Harma Hodhaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu

204