Sakattaa Firoommii Qabiyyee Qormaata Moodeelaafi Biyyolessaa Kutaa Kudhaniifi Kitaaba Barataaxiyyeeffannoo Bara 2010 Irratti

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Kaayyoon qorannoo kanaa Sakatta’a Firoommii Qabiyyee Qormaata MoodeelaafirnBiyyolesaa kan bara 2010 Kutaa Kudhaniifi Kitaaba Barataa irratti xiyyeeffannoornsakatta’udha.Kanaaf meeshaaleen ragaan ittiin sassaabame sakatta’insa dookimantii,rnafgaaffiifi bargaaffii yoota’u, ragaa kanneeniin sassaabame qaacceessuuf malli makaarn(hammamtaafi akkamtaan) faayidaa irra oolanii jiru.Ragaalee gabateen dhiyeessuunrndhibbeentaafi lakkoofsaan tarreeffamanii jiru. Akkasumas, mala sakatta’a addeessaarnfayyadame jira.Kunis dookimantii argaman bal’inaan addeessuuf gargaara.Malli iddattoornmiti carraa hojiirra oolee jira.Akaakuu iddatteessuu miti carraa keessaa ammoo, iddeessuurnakkayyoo ykn kaayyeffamaatti fayyadamee jira.Haaluma kanaan, dookumantiin qormaatarnafaan oramoo moodeelaafi biyyolessaa kan bara 2010 sakatta’ameera.Ragaalee afgaaffiirnbarsiisota shanirraa funaanamefi bargaaffiin kudhan barattootaaf dhihaate qaacceffameernjira.Xiinxaxala taasifameen bu’aan argame akka ibsutti, qabiyyeen kitaaba barataa kutaarn9ffaafi 10ffaa qormaata moodeelaafi biyyolessaa wajjin firoomii isaan qaban gaarii ta’uu isaarnadda baheera.Kunis walsimsnnaa qabiyyee kitaaba barataafi qormaata moodeelaa gaariirnta’uufi walsimannaa qabiyyee kitaaba barataafi qormaata biyyolessaa gaarii akka ta’eefirnwalgiitinsi isaanii darbee darbee walbuusa ta’uun adda baheera.Gaaffileen qormaatarnbiyyolessaaf qophaa’an altokko tokko qabiyyee kitaaba barataan ala ta’uu,kitaaba dhiisaniirnqormaata bara baraan ba’an bu’uura godhachuu hanqina ta’uu danda’a. Dhumarraattis,rnqorataan argannoowwan qorannichaa bu’uura godhachuun haala qabiyyeen kitaabarnbarataafi qabiyyeen qormaata biyyoleessaa firoomii ykn walsimannaa qaban irratti yaadnirnfurmaataa qopheessitoonni kitaaba barataafi qormaataa tokko ta’uun yoo qopheessanrngaarummaa qabata.Kunis, warri qormaata moodeelaafi biyyoleessaa qopheessan yknrnqaamni dhimmichi ilaalatu hundi qabiyyeen kitaaba barataafi qabiyyeen qormaatarnmoodeelaas ta’e qormaanni biyyoleessaa yeroo qophaa’u firoomii (walsimannaa) akkarnqabataniifi haala walgitiinsa qabuun akka dhihaataniif yaboon qoratichaan kaa’amee jira.

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Sakattaa Firoommii Qabiyyee Qormaata Moodeelaafi Biyyolessaa Kutaa Kudhaniifi Kitaaba Barataaxiyyeeffannoo Bara 2010 Irratti

201