Qaaccessa Fayyadama Jechoota Tajaajila Meeshaalee Barnootaa Afaan Oromoo Kutaa 9ffaa.

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Jechootni tajaajilaa garee jechoota ta‟anii kanneen hiika murtaawaa mataa isaaniihin qabnedha. HiiknirnJechoota tajaajilaa kan ibsamu/murtaa‟u hariiroo isaan garee jechoota biroo wajjin qabaniin.rnJechootni tajaajilaa barnoota Afaan oromoo keessatti tajaajila isaan kennan irratti hundaa‟uunrnakaakuu garagaraatu hojiirra oolaa jiru. Mata duree qorannoo kanaaf ka‟umsa kan ta‟e jechootnirntajaajilaa kitaaba barataa fi qajeelcha barsiisaa keessatti adda bahanii kaahamuu dhabuufi jechootnirntajaajilaa akka jechoota qabiyyee xiyyeeffannoo dhabuu fa‟i. Kaayyoonqorannoo kanaa fayyadamarnjechoota tajaajila meeshalee barnootaa Afaan oromoo kutaa 9ffaaqaaccessuudha.Kaayyoo Qorannoornkanaa dhugoomsuuf ammoo qoratttuun mala qorannoo Akkamtaatti dhimma baateetti. Qorannicharncaalaatti qabatamaa taasisuuf mala iddaattoo kaayyeffataa fi meshalee odeeffannoo ittiin funaanamanrnaf-gaaffii, daawwannaa daree fi sakatta‟a meeshalee barnootaa kutaa 9ffaafilachuun odeeffannoornqorannichaaf barbaachisu walitti qabachuun qindeessiteetti. Bu‟aan qorannoo kanaa kanrnagarsiisujechootni tajaajilaa akka jechoota qabiyyee of danda‟ee kitaaba barataafi qajeelcha barsiisaarnkeessattii qindaahee ta‟uu dhabuu mirkanaa‟eera; kitaaba barataa fi qajeelcha barsiisaa keessattirnjechootni tajaajilaa haala baruu fi barsiisuu barattootaaf mijatuun fakkeenyaan deggarameerndhihaachuu dhabuu hubatameera; gosootnijechoota tajaajilaa meeshaalee barnootaa kutaa 9ffaarnkeessatti haala wal-qixaan kan hin kaahamnee fi kan meshaalee kanneen keessatti hin haammatamnesrnjiraachuu sakatta‟ameera; Kaka‟umsifi hubannoon barsiisonni jechoota tajaajilaa irratti qaban gahaarnakka hin taane qorattuun mirkaneeffatteetti. Qorattuun qorannoo kanaa qabxiiwwan argannoo jalattirnibsamaniif furmaata ta‟a jette kan keesse keessaa Jechootni tajaajilaa akka jechoota qabiyyee ofrndanda‟ee kitaaba barataafi qajeelcha barsiisaa keessatti akka kaa‟amu; leenjiinfi hubannoo jechootarntajaajilaa irratti barsiisotaaf akka keennuu; qopheessitoonni meeshaalee barnootaa kanneenii,rnfayyadama jechoota tajaajila meeshalee barnootaa Afaan oromoo kutaa Saglaaarratti xiinxalarngadifageenyaa adeemsisuufa‟i.

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Qaaccessa Fayyadama Jechoota Tajaajila Meeshaalee Barnootaa Afaan Oromoo Kutaa 9ffaa.

309