Xiinxala Fayyadama Afaanii Quunnamtii Ogeeyyii Fayyaafi Walaanamtoota Hospitaala Aayiraa

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Qorannoon kun fayyadama afaanii Walquunnamtii ogeeyyiin fayyaafi wal’aanamtoonnirnhospitaala Aayiraa taasisan xiinxaluu irratti xiyyeeffate. Kaayyoon qorannoo kanaarnwalquunnamttii ogeeyyii fayyaafi dhukkubsattoonni taasisan : gama fayyadama afaaniitiinrnxiinxaluudha. Akaakuun qorannoo dhiimma itti ba’aame akkamtaa yeroo ta’u, Malleenrnfunaansa ragaalee immoo afgaaffiifi daawwannaadha. Bu’uuruma kanaan argannoowwanrnqorannoo kanaa akka ogeeyyii fayyaafi wal’aanamtoonni dubbatanii akka walhubachuu hinrndandeenye godhe, ogeeyyii fayyaafi dhukkubsattoonni afaan walii beekuu dhabuu, jechootarnbakka adda addaatti hiikaa garaagaraa qaban fayyadamanii walitti dubbachuu, kanneenrnmallattoolee miti dubbii fayyadaman ogeeyyii fayyaa quunnaman walhubachuu dhabuu,rnnamoota sammuun isaanii dhukkubsatan, namoota nama hubachuu hin dandeenyeedha.rnRakkoo afaaniin walhubachuu dhabuu tajaajila ogeeyyiin fayyaa kennan irratti, ogeeyyiinrnfayyaa odeeffannoo wal’aansaaf barbaadan wal’aanamtoota irraa argachuu waan hinrndandeenyeef dhukkubsattootaaf tajaajila gahaafi qulqulluu ta’e kennuu dhabuu. Rakkoonrnafaaniin walhubachuu dhabuu dhukkubsattootaafi ogeeyyii fayyaa gidduutti walitti bu’iinsarnwaan uumuuf hariiroon gidduu isaanii jiru laafaa ta’uu. Sababa kanaan dhukkubsattootarrarnrakkoowwan kanneen akka tajaajila gaarii argachuu dhiisuu, tajaajila godhameefittirngammaduu dhiisuu, dhukkubarraa osoo hin fayyiin hafuudhaan qabeenya hedduu baasuufirnyeroo isaanii qisaasessuun miidhamu. Bu’aa qorannoo kanaa booda furmaata ta’a jedheernkan qoratichi eere keessaa:-ogeeyyii fayyaa afaaan dhukkubsattootaa hin beekneefrnhospitaalichi osoo leenjii laateefi yookaan afaan naannichaa osoo barsiisee gaarii ta’eernmul’ata.

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Xiinxala Fayyadama Afaanii Quunnamtii Ogeeyyii Fayyaafi Walaanamtoota Hospitaala Aayiraa

218