Postgraduate Project Topics, Thesis and Dissertation

7741 Qaaccessa Ergaa Faaruu Haadha Deessuu Mullisanaanaa Adaaa Bargaa

Qorannoon kun ergaa faaruuwwan Oromoo haadha nama deesse ibsan irratti xiyyeeffata. Kaayyoon guddaan qorannichaas ergaa faaruu haadha deessuu mul’isan:Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada’aa Bargaa keessatti dhimmoota haadhaan walqabatanii ibsaman qaaccessuudha. Kaayyoo kana galmaan...

7742 Xiinxala Hubannaan Dubbisuu Barattoota Kutaa 7ffaa Fi 8ffaa Haala Mana Barumsaa Afaan Oromoo Burqaa Wayyuu Sad.1ffaa

Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa hubannoo dubbisaa barattoota kutaa 7ffaa fi 8ffaa Afaan Oromoo Finfinneetti baratan xiinxaluudha. Qorannoon gaggeeffame kunis kutaa bulchiinsa magaalaa Niifas Siilki Laaftootti, Mana Barumsaa Burqaa Wayyuu sad.1ffaa-tti. Manni barumsaa kunis mala iddattoo kaayyootiin...

7743 Xiinxala Asoosamoota Imaanaa Imaltuufi Imimmaan Haadhaa Ija Yaaxina Feeminizimiin

Asoosamni daawwitii jireenyaa namoonni ittiin of ilaalan yoo ta‟u, barreessitoonnis addunyaa dhugaa kun keessa jiru irratti hundaa‟uudhaan fakkeessanii jiruufi jireenya keessatti wantoota raawwataman ibsu.Haaluma kanaan qorannoon baay‟inaan asoosamaoota garaagaraa qaaccessuu...

7744 Qaaccessa Weedduu Arrabsoo Sirna Fuudhaafi Heerumaa Oromoo Wallagga Lixaa Aanaa Jaarsoo Ija Yaaxxina Caasaan

Kaayyoon qorannoo kanaa ijaarsa gaaleewwaniifi ciroowwan weedduu arrabsoo sirna fuudhaafi heerumaa Oromoo irraa ijaaraman, qindoomina caasaa weedduu arrabsoo sirna fuudhaafi heerumaa Oromoofi dhimmoota weedduun arrabsoo sirna fuudhaafi heerumaa Oromoo irratti xiyyeeffatu ija yaaxxina caasaan...

7745 Qaaccessa Qabiyyee Fardaan Himii Sirna Awwaalchaa Oromoo Shawaa Lixaa Haala Qabatamaa Aanaa Meettaa Roobii

Qorannoon kun Qabiyyee Fardaan Himii Sirna Awaalchaa irratti xiyyeeffatee hojjetame. Kaayyoo guddaan qorannichaas qabiyyee fardaan himii sirna awwaalchaa Oromoo Shawaa Lixaa: Haala qabatamaa Aanaa Meettaa Roobii qaaccessuudha. Raawwii qorannoo kanaa keessatti irraawwatamni qorannichaa uummata Aanaa...

7746 A Survey Of The Leisure Reading Interests Of Addis Ababa University Students

This survey of the leisure reading interests of AAU studentsrnis a descriptive study based on questionnaires, interviewsrnand observations.rnAAU students were the target subjects of the study. However,rninstructors, librarians and personal observations werernused as additional sources of data to...

7747 Qaaccessa Faayidaa Hiibboon Oromoo Guddina Ijoolleetiif Qabu Haala Qabatamaa Mana Barumsa Garbii Bultoo Sadarkaa 1ffaa Magaalaa Shinoo Kutaa 5-8

Qorannoon kun faayidaa hibboon Oromoo guddina ijoolleetiif qabu qaaccessuurratti xiyyeeffata. Kaayyoon gooroo qorannoo kanaas, faayidaa hibboon Oromoo guddina ijoolleetiif qabu qaaccessuun ibsuudha. Kaayyoon gooree qorannoo kanaas, faayidaa hibboon dandeettii dhaggeeffachuu gabbisuurratti qabu...

7748 Waallee Dubbii Walquunnamtii Daree Barumsa Afaan Oromoo Keessatti Haala Mana Barumsa Sadarkaa Lammaffaa Biiftuu Aayiraa Kutaa 10ffaa

Kaayyoon qorannoo kanaa,Waalleen dubbii walquunnamtii daree barumsaa Afaan Oromoo keessaa xiinxalurratti xiyyeeffata.Kanaafuu, gaaffiiwwan waallee dubbii walquunnamtii daree barumsa Afaan Oromoo keessatti mul’atu maal fakkaata, ergaan waallee dubbii daree barumsa Afaan Oromoo keessa...

7749 Traditional And Cultural Beliefs On Magical Prayers (ethiopic Amulets) And Their Influences On Womens Life

This thesis deals with the traditional and cultural beliefs on magical prayers inrnEthiopia, and their influence and connection on women's life. Amulets and scrollsrnwhich are composed with different magical prayers or spells or charms havernplayed a great role on the life of women. Most cultures...

7750 Qaaccessa Fayyadama Afaanii Kitaaba Seenaa Oromoo Hanga Jaarraa 20ffaa

Kaayyoon qorannoo kanaa fayyadamni afaanii kitaaba Seenaa Hanga Jaarraa 20ffaa keessattirnmaal akka fakkaatu qaaccessuudha. Kaayyoo kana galmaan gahuudhaaf mala qorannoornakkamtaa gargaarameera. Ragaalee mala funnaansa sakkatta’a dokumaantiidhaan funaanameerndhimma itti bahamee jira....

7751 Isolation And Characterization Of Bacteriophage From Sewage And Its Therapeutic Potential For Multidrug Resistant Escherichia Coli On Mice

The increasing incidence of antibiotic resistance, the emergence of virulent bacterial pathogens, and lack of new effective antibiotics, has increased interest in the use of lytic bacteriophage therapy. The aim of this study was to characterize colliphage isolated from sewage to determine their in...

7752 Exploring Different Neutralino Dark Matter Annihilation Channels In Radio Frequency Emission In Simulated Coma Like Galaxy Cluster

We studied various dark matter(DM) annihilation channels in radio frequencyrnin order to explore the possibility to interpret the still unknown origin of radiornemission in coma like simulated galaxy clusters. We consider three different DMrnmodels with light (9 GeV), intermediate (60 GeV), and...

7753 Qaaccessa Dhihaannaa Dhamjechaa Kitaabilee Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 7fi 8 Bara 2003 Qophaaan

Kaayyoon qorannoo kanaa dhiyaannaa dhamnjechaa kitaabilee barnoota Afaan Oromoo kutaa 7fi8 bara 2003 qophaa’an keessatti dhiyaatan qaaccessuudha.Dhiyaannaan dhamjechaa kitaabilee barnoota Afaan Oromoo kutaalee kanneen keessatti dhiyaatan maal akka fakkaataniifi hanqinaalee gama dhiyaannaa...

7754 Xinxaala Haala Raawwii Duudhaalee Amantaa Waaqeffannaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Warra Jaarsoo

Kaayyoon qorannoo kanaa xinxaala haala raawwii duudhaalee amantaa waaqeffannaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Warra Jaarsoorratti kan xiyyeeffateedha, Duudhaaleen amantaa waaqeffanna ateeteefi irreechaa haala raawwii isaa, hirmaattota isaa akkaatasa itti raawwatu maaliif akka raawwatamu, eenyuun akka...

7755 Waallee Dubbii Ijaarsa Eenyummaa Keessatti Qaaccessafayyadama Afaaniihordoftootaqaalluu Duumessaa

Qorannoon kun “Waallee Dubbii Ijaarsa Eenyummaa Keessatti Qaaccessa Fayyadama Afaanii Hordoftoota Qaalluu Duumessaa” kan jedhu yoo ta‟u, kaayyoon qorannaa kanaaas waallee dubbii ijaarsa eenyummaa keessatti fayyadama afaanii Qaalluu Duumessaafi hordoftootaa qaaccessuu kan jedhu...

7756 A Critical Analysis Of Themes And Dramatic Techniques In Abbe Gubegnas Amharic Plays

The main objective ofrncomment on Abbe Gubegna'srnABSTRACTrnthis research is tornAmharic plays underrnanalyze andrntwo mainrnsections: Thematic analysis and Dramatic Techniques. Beforerndealing with these issues the author's biography and hisrnplace in the history of Ethiopia drama are briefly...

7757 Xiinxala Fayyadama Afaanii Quunnamtii Ogeeyyii Fayyaafi Walaanamtoota Hospitaala Aayiraa

Qorannoon kun fayyadama afaanii Walquunnamtii ogeeyyiin fayyaafi wal’aanamtoonnirnhospitaala Aayiraa taasisan xiinxaluu irratti xiyyeeffate. Kaayyoon qorannoo kanaarnwalquunnamttii ogeeyyii fayyaafi dhukkubsattoonni taasisan : gama fayyadama afaaniitiinrnxiinxaluudha. Akaakuun qorannoo...

7758 Qaaccessa Sirna Qulfoo Aadaa Fuudhaafi Heeruma Oromoo Walloo Naannoo Amaaraa Godina Addaa Saba Oromoo Aanaa Arxummaa Fursii

Qorannoon kun mata duree “ Qaaccessa sirna qulfoo fuudhaafi heeruma Oromoo Walloo Godina Addaa Saba Oromoo Aanaa Arxummaa Fursiidha.” Kaayyoon qorannoo kanaa Sirna qulfoo fuudhaafi heerumaa Aanaa Arxummaa Fursii qaaccessuudha. Qorannoo kana geggeessuuf waanti qorataa kana kakaase sababa...

7759 The Effect Of Anesthetic Technique On Fetal Outcome Among Mothers Undergoing Caesarean Section For Non-reassuring Fetal Status At Addis Ababa Public Hospitals Addis Ababa Ethiopia

Background: Emergency Cesarean Sections are performed for various reasons. One of thernreasons to do Cesarean Section (CS) is non-reassuring fetal status. Cases with emergency rncaesarean sections like non-reassuring fetal status are challenging for the obstetric anesthetist andrnobstetrician...

7760 Qaaccessa Waallee Geengoo Qulqullina Barnootaa Haala Mana Barumsaa Sadarkaa Tokkoffaa Haroo Naadoo Aanaa Mana Sibuun

Kaayyoon qorannoo kanaa Geengoo qulqullina barnootaa keessatti waallee dubbiisaa qaaccessuu yemmuu ta’u, akka mana barumsaa sadarkaa 1ffaa Haroo Naadootti wanti jedhamuufi godhamu ergaa maalii akka dabarsu, Barsiisotaafi barattoota biratti ilaalcha akkamii akka qaban sakatta’uudha....

PREV PAGE 386 387 [388] 389 390 NEXT PAGE

Page 388 of 1327


Be the First to Share On Social

1GB data