Postgraduate Project Topics, Thesis and Dissertation

12481 Sakattaa Itti Fayyadama Meeshaaleedeega Barnootaa Sintaayyoo Nugusee Waraqaa Qorannoo Digrii Lammaffaa (ma) Afaan Oromoo Barsiisuuf Gamisaan Guuttachuuf Dhiyaate

Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa, Mootummaa Biyyoolessa Naannoo Amaaraa Godina Sab-Lammii Orommoo Aanaa Dawaa Caffaa keessatti, ittifayyadama meeshaalee deeggarsa barnootaa barsiisota Afaan Oromoo manneen barnootaa sadarkaa tokkoffaa marsaa lammaffaa kutaa 7ffaafi 8ffaa maal akka fakkaatuu...

12482 Assessment Of Factors Affecting Cost Overrun In Public Building Construction Projects Case Study At The Ethiopian Construction Works Corporation (ecwc)

The construction industry has a huge contribution to the overall economy of fast growingrncountries like Ethiopia, but cost overrun is causing a negative impact on it. To overcomernthis issue, the study aimed at identifying the causes of cost overrun in public buildingrnconstruction projects. A...

12483 Xiinxala Qabiyyee Weedduu Jaalalaa Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Gudayyaa Biilaa Irratti Kan Xiyyeeffate

Kaayyoon qorannoo kanaa qabiyyee weedduu jaalalaa xinxaaluudha.Mataduree kanarratti qorannoon kun akka gaggeeffamuuf ka’umsa kan ta’ e weedduun jaalalaa carraa qorannoon ba’ee mul’achuu dhabuu, weedduun jaalalaa afaaniin darbuun ala ragaa barreeffamaan qindaa’e...

12484 Assessment Of Environmental Management System Implementation In Ethiopian Liquor Industry.

Industrial activities in business pose serious and tangible threats to both the wellbeing ofrnsociety and the environment. Negative consequences of activities on environment and society,rnreferred to as negative externalities, can increase in both magnitude and frequency in the face ofrna growing...

12485 Qaaccessa Haala Qubeessuu Barreeffama Beeksisoota Waajjiraalee Mootummaafi Mitmootummaa Xiyyeeffannoon Aanaa Warra Jaarsoo Magaalaa Gohaatsiyoon

Qorannoon kun kan inni irratti xiyyeeffate, qaaccessa haala qubeessuu barreeffamarnbeeksisoota waajjiraalee mootummaafi mitmootummaa Aanaa Warra Jaarsoo irratti.rnMata dureen qorannoo kun akka qoratamu qoratichaaf kaka`umsa kan ta`e, yeroo baay`eernbarreeffamoota beeksisootaa irratti hanqinoota...

12486 Assessing The Main Contributing Factores Of Cost Overrun In The Case Of 2080 Housing Program Of Addis Ababa City Adminstration

Construction industry contributes significantly in improving socio-economic growth of a country. However, this industry usually faces chronic problems such as time overrun, cost overrun, poor quality and others. Of all these, cost overrun is a major problem that occurs globally including Ethiopia....

12487 Measuring Project Management Maturity The Case Of Non-governmental Organizations (ngo) In Ethiopia

Project management maturity level refers to a state that provides perfect condition to achieve organization’s objectives. Project management maturity has direct impact on project performance. The objective of this project work was to measure the project management maturity level of...

12488 Xiinxaala Dhiyaannaa Afoolaa Kitaaba Barnoota Afaan Oromoo Keessatti(kutaa Kudha-tokkoofi Kudha-lamaa Kan Buuureffate

Qorannoon kun xiinxaala dhiyaannaa afoolaa kitaabaabarnoota Afaan Oromoo kutaa kudha-tokkofi kudha-lama irratti kan fuulleffateedha. Ka’umsi qorannoos afoolli Oromoo akkuma qabiyyee afaanii, ogummaa afaaniifi afoolaa haala itti kitaabilee barnoota afaanii keessatti dhiyaatu kan mataa isaa...

12489 Modelling Volatility Spillovers From Developed Stock Markets To Selected African Stock Markets

International stock markets have been characterized by increasing degree of integration. However, stock markets have been new phenomenon in Africa (more than half of African stock markets have been opened in the last decade). Development of stock market has an important role in promoting economical...

12490 Assessment Of Innovation Product Management The Case Of Anbesa Shoe S.c

The study focuses on the performance innovation management products concerned of MIT management of innovation technology) by using tools of planning innovation and the implementation of innovation Processes .To provide richer understanding about the phenomenon Descriptive research method was used ....

12491 Qaaccessa Fayyadama Afaanii Gabaa Keessatti Haala Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Horroo Bulluq Gabaa Saqalaa

Qorannoon kun mata duree,”Qaaccessa Fayyadama Afaanii Gabaa keessatti:Haala Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Horroo Bulluq Gabaa Saqalaa”irratti gaggeeffame.Kaayyoon qorannoon kun of keessatti qabatee jiru:Dhaaba waan bitamuufi gurguramuutiin walqabatanii fayyadama afaanii gabaa...

12492 Assessment Of Project Management Critical Success Factors In Addis Ababa Integrated Housing Development Project Office

There is empirical evidence that project sphere has not been valued appropriately in manyrnorganizations because it seems certain that the organization’s projects are not unified andrnconsequently spread across several other spheres. However, it is necessary to know the conceptrnof project...

12493 Xiinxalasirboota Oromoo Hojii Irratti Xiyyeeffatan Godina Wallagga Lixaa Aanaa Jaarsoo Kan Walitti Qabaman

Kaayyoon guddaan qorannoo kanaa sirboota Oromoo hojii irratti Xiyyeeffatan walitti qabuun xiinxaludha. Kanaan dura sirboonni Oromoo hojii irratti xiyyeeffatan Aanaa kanaa walitti qabamee gadi fageenyaan xiinxalamee hinjiru. Kanaaf qoratichi ijoollummaa isaatii eegalee dhaggeeffachaa kan tureefi...

12494 Factors Affecting Dairy Farming In Ethiopia In Case Of Muger Town And Surrounding Five Rural Kebeles

The study is dairy fconducted to explore factors affecting arming at Muger Town and surrounding Five Rural kebeles (Chancho Birate, Biyo wegidi, Ula Gora, Reji Mekoda and Deku Kersa).The study employed descriptive research design and use both secondary and primary source of data. Primary data were...

12495 Sakattaa Dhiyaannaa Unkaafi Caasaahennaa Barnoota Afaan Oromoo Kitaabilee Barataa Kutaa 11ffaafi 12ffaa Bara 2005 Qophaaan Keessatti

Kaayyoon qorannoo kanaa haala dhiyaannaa unkaafi caasaahennaa kitaabilee barataa barnoota Afaan Oromoo kutaa 11ffaa fi 12ffaabara2005 qophaa’an keessa jiru sakatta’uun dhiyeessuudha. Galma ga’iinsa kaayyichaaf, kitaabileen barataa kunneen mala iddattoo kaayyootti gargaaramuun...

12496 Virtual Project Management Practice A Case Study Of Food And Agricultural Organizations Of The United Nation Sub-regional Office For Eastern Africa

Kaayyoon qorannoo kanaa “Qaaccessa sirna raawwii adeemsa boojina ba‟uu keessatti Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu “ jedhu keessatti haalli sirnicha keessatti maal akka fakkaatuufi sirna raawwii sanaa qaaccessuudha.Kaayyoo kana galmaan gahuufis mala qorannoo akkamtaatti...

12497 Qaaccessa Sirna Raawwii Adeemsa Boojina Bauu Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Anaa Amuruu Irratti Xiyyeeffate

Kaayyoon qorannoo kanaa “Qaaccessa sirna raawwii adeemsa boojina ba‟uu keessatti Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu “ jedhu keessatti haalli sirnicha keessatti maal akka fakkaatuufi sirna raawwii sanaa qaaccessuudha.Kaayyoo kana galmaan gahuufis mala qorannoo akkamtaatti...

12498 Waraqaa Qorannoo Digirii Lammaffaa (ma) Afaan Oromoo Barsiisuuf Gamisaan Guuttachuuf Qophaaye

Kaayyoon qorannichaa qajeelfamoota gilgaalota Barnootaa Afaan Oromoo kutaa kudha-tokkoffaa bara 2005n qophaa’e qaaccessuudha.Akkasumas, qajeelfamoonni gilgaalotaa kanneen-ii akkamiti akka fooyya’uu danda’u qaaccessuudhaan ibsuudha. Qorannichaaf wanti ka’uumsa ta’e...

12499 Xiinxala Ogummaa Dubbisanii Hubachuu Barattoota Kutaa 9ffaaafaanoromoo Akka Afaan Jalqabaattii Fi Akka Afaan Lammaffaattibaratanhaalamana Barumsaa Amboo Sad-2ffaatiin

Kaayyoon gooroo qoronnoo kanaa ogummaa dubbisanii hubachuu barattootakutaa9ffaa Afaan Oromoo akka afaan jalqabaatti barataniifi akka afaan lammaffttii baratanii xiinxaluudha.Qorannoon gaggeeffame kunis Mana Barumsa Amboo sad-2ffaa yammuu ta’u, manni barumsaa kunis mala iddattoo akkaayyootiin...

12500 Assessment Of Project Risk Management Practice In Akaki-ii Debrezeit-iii Dukem-ii Mojo-ii And Ginchi-ii Power Transmission Project (addmg-1)

This paper, Assessment of project risk management in ADDMG -1 project tried to see the risk management practice of ADDMG – 1 ongoing project .The project is owned by Ethiopian Electric Power (EEP), consulted by MVV-DECON, financed by French Development Agency (FDA) and EEP and contracted by...

PREV PAGE 623 624 [625] 626 627 NEXT PAGE

Page 625 of 1327


Be the First to Share On Social

1GB data