Postgraduate Project Topics, Thesis and Dissertation

12441 Qaaccessa Fayyadama Afaaniifi Adeemsa Koottu-dhufee Wal-dhabdee Abbaa Warraafi Haadha Warraa Gidduu Jiru Furuu Keesssatti

Xiyyeeffannoon qorannoo kanaa qaacceesaa fayyadamaa afaaniifi adeemsa koottu dhufee waldhabdee abbaa manaafi haadha manaa furuf taa'amu kessatti haala Aanaa Kofalee yoo ta'u. Kayyoon qorannichi adeemsa koottu dhufeefi fayyadama AFaan Oromoo battala dubbii koottu dhufeetti jaarsonni akkamitti akka...

12442 Qaaccessa Dandeettii Barattootaa Fayyadama Bamaqaa Matayyaa Kitaaba Barattootaa Kutaa 10ffaa Keessatti

Kaayyoon gooroo qorqannoo kanaa hubannoo barattootni fayyadama bamaqaa matayyaa barnoota Afaan Oromoo kutaa 10ffaa keessatti qaban xiinxaluudha. Qaaccessa kanaan hanqinoota mul’atan adda baasanii yaada furmaataa kennuuf gosa qorannoo makootti dhimma bahame. Akkasumas, barattootaafi...

12443 Sakkattaaa Buaa Hojiirra Oolmaa Madaallii Walitti Fufiinsaa Barnoota Afaan Ormoo Kutaa Sugalaffaa (mana Barumsa Diidaaa Sadarkaa

Qorannoon kun adeemsa baruu barsiisuu keessatti haala raawwiin bu’aa fi hojjiirraa oolmaa madaallii walitti fufiinsa, Barnota Afaan Oromoo kutaa 9ffaa mana barumsa Diida’aa sadarkaa lammaffaa irratti kan bu’uureeffatee sakkatta’uudha. Haaluma kanaan kutaa barnoota Afaan...

12444 Determination Of Levels Of Selected Metals In The Leaves Tena Adam (ruta Chalepensis L.) Collected From Four Selected Areas Around Addis Ababa

In this research, leaf samples of Tena Adam were randomly collected from four selected areas around Addis Ababa. After proper sample pretreatment, the volumes of reagents used, digestion temperature and digestion time were optimized and using the optimized conditions the levels of metals were...

12445 The Geology And Geochemical Characterization Of Tercha Coal Southwestern Ethiopia Indication For Energy Value

Energy is critical input for different purposes. Present study deals with characterizing the energy of Tercha coal and its use. In countries, like Ethiopia, which imports almost all of their energy source, hydrocarbon, further analysis of known deposits and investigation of new area, like this,...

12446 Quasi Newton Methods

In this work, we investigate quasi Newton methods for solving unconstrained optimizationrnproblems. We consider two di erent quasi-Newton update formulas, namely, Broyden-rnFletcher-Goldfarb and shanno (BFGS) update and Davidon-Fletcher-powell (DFP) up-rndate. Line search method is used to nd the...

12447 Asoosamoota Gaggabaaboo Fayyadamuudhaan Dandeettii Barreeffaama Afaan Oromoo Dubbisuu Gabbisuu (qorannoo Yaalii Barattoota Kutaa 11ffaa Irratti Gaggeeffame)

Kaayyoo guddaan qorannoo kanaa asoosamoota gaggabaabootti fayyadamuun dubbisa barsiisuun dandeettii barreeffama Afaan Oromoo gabbisuu qorachuu dha. Kanaafis qorannichi mala yaaliin gaggeeffameera. Odeeffannoon qormaataafi afgaaffiin barsiisotaan funaanameera. Qaacesii amamtaa sooft weera spss...

12448 Integrated Geophysical Characterization For Building Foundation At Kilinto Akaki Kality Sub-city Addis Ababa Central Ethiopia

An integrated geophysical investigation was carried out at a site nearby Addis Ababa Science and Technology University, Kilinto, Akaki, just in front of the Tulu-Dimtu condominiums, Southeastern Addis Ababa, Ethiopia. The principal objective of this research is to map the subsurface geology and...

12449 Xiinxala Fayyadama Afaanii Barreeffamoota Afaan Oromoo Feesbuukii Keessatti

Kaayyoon qorannoo kanaa barreeffamoota Afaan Oromoo roggeeyyiin feesbuukii biyya keessaa maxxansan keesatti fayyadama afaanii mul’atu xiinxaluudha. Qorannoo kun buu’urumaan kan inni irratti xiyyeeffatu dhimma haala itti fayyadama afaanii gama roggeeyyii feesbuukiin jiru maal akka...

12450 Xiinxaala Dhiyaannaa Afoolaa Kitaaba Barnoota Afaan Oromoo Keessatti(kutaa Kudha-tokkoofi Kudha-lamaa Kan Buuureffate)

Qorannoon kun xiinxaala dhiyaannaa afoolaa kitaabaabarnoota Afaan Oromoo kutaa kudha-tokkofi kudha-lama irratti kan fuulleffateedha. Ka’umsi qorannoos afoolli Oromoo akkuma qabiyyee afaanii, ogummaa afaaniifi afoolaa haala itti kitaabilee barnoota afaanii keessatti dhiyaatu kan mataa isaa...

12451 Xiinxala Sirna Barnootaa Mojulawaa Digirii Baachilarii Haala Afaan Oromoofi Ogbarruu

Kaayyoo gooroon qorannoo kanaa sirni barnootaa mojulawaa DBAO xiinxaluu yemmuurnta’u, warreen gooreen immoo: Barsiisonni muummichaa Kaayyoo haala dhiheenyaarnmojulawaa ammam akka beekan addabaasuun ibsuu, haala qindoomina koorsiiwwaniirnsakatta’uun hanqina mul’atu agarsiisuu,...

12452 The Impacts Of Vegetation Cover Change On Rainfall And Land Surface Temperature Using Remote Sensing A Case Study Of North Gondar Zone Ethiopia

Remote Sensing has a great importance for vegetation cover change analysis specifically deforestation and its impacts on climatic parameters, biodiversity, fertility of soil and land productivity. However, there is a gap on quantifying and analyzing the impact of change in vegetation cover on the...

12453 Qaaccessa Fayyadama Afaan Oromoo Daldala Dhuunfaafi Gamtaa Magaalaa Sulultaa

Kaayyoon qorannoo kanaa fayyadamni Afaan Oromoo dhaabbilee daldalaa keessa jiru maal akka fakkaatu ibsuudha. Kaayyoo qorannichaa galmaan ga‟uufis meeshaalee funaansa ragaa kanneen akka: afgaaffii, daawwannaafi sakkata‟a dokmantiitti dhimma baahamee jira. Qorattuun kun ragaalee argaman...

12454 Xiinxala Sirna Raawwii Araara Harka Rigaa Oromoo Kamisee Aanaa Jiillee Dhummuugaa

Kaayyoon qorannoo kanaa adeemsa sirna raawwii araara harka rigaa Oromoo Kamisee Aanaa Jiillee Dhummuugaa xiinxaluudha.Qorannoo kana gaggeessuudhaaf wanti qorattuu kakaase dhimmoota gurguddoo sadiidha.Inni jalqabaa; sirna araaraa naannoo sanatti beekamuun adda ta’e argachuu isheeti....

12455 Qaacceessa Sirna Dhagaa Qeerroo Godina Horro Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu Keessatti

Qorannoon kun qaaccessa sirna dhagaa qeerroo irratti xiyyeeffata.Kana keessatti waantonni qaacceeffaman, akkaataa raawwii dorgomii dhagaa qeerroo,hirmaatota dogomii dhagaa qeerroo addaan baasuufi faayidaafi afwalaloolee yeroo raawwii sirnaa ibsuufi sirnoota garaa garaa yeroo dorgomii kanaa...

12456 Qaaccessa Jechootaa Seera Afaan Oromoo Eeganii Barreessuutiin Haala Qabatamaa Waldaalee Interpiraayizii Mayikiroo Xixiqqaa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Adaaa Bargaa

Kaayyoon waraqaa qorannoo kanaa qulqullina jechootaa gama seera Afaan Orommoo eeganiirnbarreessuutiin: haala qabatamaa waldaalee IMX godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada‟aa Bargaarnxiinxaluudha .Qorannoon mala makaa (akkamtaafi ammamtaa )tiin gaggeeffame. Kayyoornqorannicha kanaa galmaan...

12457 Xiinxala Fayyadama Keyyataa Qub-guddeessaafi Sirna Tuqaalee Barattoota Kutaa 11ffaa Xiyyeeffannaan Mana Barumsa Qophaainaa Sabbataa

Xiyyeeffannaan qorannoon kana inni guddaan qaacceessa keeyyataa baratoota Mana Barumsaa Qophaa’ina Sabbataa Kutaa 11ffaa baratan qaaccessuurratti kan xiyyeeffateedha. Kaayyoo qorannoo kanaa galmaan ga’uuf malli qorannichaa barataafi barsiisa madda raga qorannicha ta’u iddata...

12458 Xiinxala Hariiroo Moggaasa Maqaa Guyyootaafi Ayyaana Guyyootaa Jiaa Dhaha Gujii

Qorannoon kun hariiroo moggaasa maqaafi ayyaana guyyootaa jJi’aa Dhaha Gujii xiinxaluu irratti kan xiyyeeffatedha. Bu’uura kanaan, maqaaleen guyyootaa ji’aa kanneen ji’a Hagayaa keessatti argaman funaanamanii akkaataa tartiiba isaaniin erga taa’anii booda, ragaa...

12459 Sakattaa Walsimannaa Hariiroo Dalgee Qabiyyeewwan Meeshaalee Barnoota Afaan Oromoo (silabasii Kitaaba Barataafi Qajeelcha Barsiisaa)kitaaba Barataa Kutaa 6 Ffaa Xiyyeeffachuun

Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa, walsimannaa hariiroo dalgee qabiyyeewwan meeshaaleernbarnoota Afaan Oromoo (silabasii, kitaaba barataafi qajeelcha barsiisaa) kutaa 6ffaarnbara 1996/2004 akka lakkoofsa habashaatti maxxanfaman walcina qabuunrnsakatta’uudha. Sababni ka’umsa qorannichaa...

12460 Xiinxala Sirna Kallachaa Oromoo Aanaa Kuyyuu

Qorqnnoon kun Sirna Kallachaa haala qabatamaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Kuyyuu keessatti adeemsifamu xinxaaludha.Kaayyoon qorannoo kanaa dhaloonni haaraan meeshaa aadaa Oromoo Kallacha irratti waan afaaniin darbaa ture barreeffamaan akka argatan gochuufii sirni Kallchaan raawwatamaa ture alagaan...

PREV PAGE 621 622 [623] 624 625 NEXT PAGE

Page 623 of 1327


Be the First to Share On Social

1GB data