Qaaccessa Haala Qubeessuu Barreeffama Beeksisoota Waajjiraalee Mootummaafi Mitmootummaa Xiyyeeffannoon Aanaa Warra Jaarsoo Magaalaa Gohaatsiyoon

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Qorannoon kun kan inni irratti xiyyeeffate, qaaccessa haala qubeessuu barreeffamarnbeeksisoota waajjiraalee mootummaafi mitmootummaa Aanaa Warra Jaarsoo irratti.rnMata dureen qorannoo kun akka qoratamu qoratichaaf kaka`umsa kan ta`e, yeroo baay`eernbarreeffamoota beeksisootaa irratti hanqinoota kallattii hedduun mul`achaa turan irrattirnsababii qubeeffama dogoggoraatiin, jechoota arrabsoo ta’anii hawaasa ykn dubbistootarndallansaa turan akkasumas, ergaa biroo dabarsuuf, faallaa yaada barraa’eetti yemmuurndhimma bahaa turan arguun taajjabaa turuu qoratichaati. Kaayyoon qorannoon kun qabateernka`e, akkaataa qubeessuu barreeffama beeksisoota waajjiraalee mootummaafirnmitmootummaa qaaccessuudha. Mata duree qorannoo kanaa ijaaruudhaaf kitaabileenrngaraagaraa sakatta`amanii qorannicha keessatti dhiyaatanii jiru. Qorannoo kanarngeggeessuuf meeshaaleen ragaan ittiin funaannaman sakatta`a dookumantiifi afgaaffiirnyemmuu ta’an, malli qoratichi itti gargaarramee ragaa isaa qaaccesse immoo, mala makaarn(akkamtaafi hammamtaa)dha. Bifa kanaan, ragaalee cuunfame kana irraayis argannoonrnqoratichaa: barreeffama beeksisoota waajjiraalee mootummaafi mitmootummaa keessarnhanqinootni qubeessuu hedduun jiraachuu isaanii qoratichi adda baasee jira.Hanqinootnirnbarreeffamoota isaanii keessatti mul`atanis: seera caasaa afaanichaa eeguun qubeessuurndhabuu, sirna tuqaaleetti seeraan fayyadamuu dhabuufi caasaa afaanichaa akkaataa seerrirnisaa ajajuun gargaaramuu dhabuu akka ta`e mul`ate jira; Maddi dogongoraan barreessuurnisaanitiif sababa ta`e immoo: xiyyeeffannoo gahaa itti kennuu dhabuu, leenjiin gama kanaanrnwalqabatu hojjettootaichaaf kennamuu dhabuu, maal nadhibdee, dhiibbaa afaanota biroo,rnshaakala irra deddeebii taasisuu dhabuu, dhiibbaa sirna barnoota duriifikkf akka ta`e addarnbaafamee jira. Qoratichis yaadolee armaan olii bu`ureeffachuun argannoo isaarra gahuunrnakka yaada isaatti yaadolee furmaataas eeree jira. Hojjettootni waajjiraalee mootummaafirnmitmootummaa keessatti hojjetan Afaan Oromootiin beeksisoota barreessuun duratti leenjiirndhimma kanaan walqabatu osoo fudhatanii, shaakala walitti fufaa osoo taasisanii,rnmootummaan qaama dhimma kana cimsee xiyyeeffannoon hordofu osoo kaa’ee, dhimmirngahumsaan qubeessuu kun dhimma murteessituu faayidaafi guddina hojjettootaanrnwalqabachuu osoo ta’ee, mootummaan naannichaa, sooftiweerii akkaataa qubeeffama AfaanrnOromoo to’atu qopheessuun gadi buusee osoo uummatni itti fayyadamee gaarii ta’a jechuunrnqoratichi akkaataa hubannoo isaatiin argannoo rakkoo qorannichaaf yaada furmaataa isaarneeree jira.

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Qaaccessa Haala Qubeessuu Barreeffama Beeksisoota Waajjiraalee Mootummaafi Mitmootummaa Xiyyeeffannoon Aanaa Warra Jaarsoo Magaalaa Gohaatsiyoon

192