Postgraduate Project Topics, Thesis and Dissertation

17261 Qaacceessa Caaseeffama Durdurii Oromoo Godina Shawaa Dhihaa Aanaa Ejeree

Ka‟umsi,qorannoo kanaa qorannoo hedduun durduriiwwan irratti iddoo adda addaatti gaggeeffamanillee, beekumsi gama caasaatiin jiru kan hinmul‟anneefi aanaa Ejereettis hamma qorataan sakatta‟etti namni tokkollee dhimma kanarratti waan qoratee hinjirreef, qorataan caaseeffama...

17262 Qaaccessa Fayyadama Afaanifi Sirna Araara Koottu-dhufee Oromoo Arsii Aanaa Shaallaa

Mata-dureen qorannoo kanaa “Qaaccessa Fayyadama Afaaniifi Sirna Araaraa koottu-dhufee Oromoo Arsii Aanaa Shaallaa” jedhuudha. Mata-duree kana jalatti maalummaa waldhabdee akka addunyaatti, Afrikaafi akka biyya keenyatti ibsuudhaan kana jalqabeefi maalummaa wldhabbii, gosoota waldhabbii,...

17263 Ogummaa Bareessuu Gabbifachuu Keessatti Rakkoolee Barattoota Kutaa 9ffaa Mudatan Adda Baasuu Haala Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Garba Gurraachaa

Kaayyoon qorannichaa, rakkoowwan ogummaa barreessuu gabbifachuu keessatti barattoota kutaa 9ffaa mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Garba Gurraachaa mudatan adda baasuudha. Qorannoo kana galmaan gahuuf, mallin itti gargaarame, mala makaa; mala akkamtaafi mala ammamtaatti. Kunis, madda ragaa kan...

17264 Shaakala Madaallii Walitti Fufaa Dandeettii Afaan Oromootiin Barreessuu Haala Qabatama Kolleejjii Barsiisota Roobee

Xiyyeeffannaan qorannoo kanaa inni guddaan Kolleejjii Barsiisota Roobee keessattirnShaakalli Madaalliin walitti fufaa dandeettii Afaan Oromootiin barreessuu irratti haalarnkamiin hojiirra akka oolaa jiru sakatta’uudha. Qorannoon kun mala qorannoo ibsaattirnfayyadamuun kan gaggeeffameedha....

17265 Xiinxalaraawwii Sirnaayyaanaibsaa Kormaa Haala Qabatama Oromoo Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dirree Incinniitti

Qorannoo kana gaggeessuuf wantonni ka’umsa ta’an: raawwii sirni ayyaana Ibsaa kormaarnaadaa,safuu, hawaasdinageefi haala jiruufi jireenya barsiissu, dhugeeffannoo hawaasichaarngama hawaasdinagdee, aadaafi muuxannoo jiruufi jireenyaa kan ittinwaliif dabarsan yeroornammaa kana dagatamuu...

17266 Sakattaa Hojiirra Oolmaa Mala Baruuf Barsiisuu Barataa Giddugaleessa Godhatemana Barumsa Sadarkaa 2ffaa Magaala Gindhiir Kutaa 9ffaa Irratti

Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa, Godina Baalee magaala Gindhiir keessatti, manni barumsa sad.2ffaa kutaa 9ffaa barnoota Afaan Oromoo mala baruuf barsiisuu barataa giddugaleessa godhate hojiirraa oolmaan isaa maal akka fakkaatu sakkatta’uudha. Haala hojiirraa oolmaa maliichaa xiinxaluuf,...

17267 Xiinxala Afwalaloo Gooticha Oromoo Jeneraal Huseen Bunee Daraaraa Godina Baalee Aanaa Sawweenaa

Qorannoo kana gaggeessuuf rakkoon kanneen akka Odeef-kennitootni gatii Odeef-kennuu durasanii gaafachuu jiraatullee qorataan qorannoo kanaa kaayyoo ka‟eef osoo hin dagatin rakkoo muudate hinjifachuudhaan qorannicha gaggeessuu danda‟ee jira.Kaayyoon qorannoo kanaas dhaamsi afoola...

17268 Xiinxala Sirna Raawwii Araaraa Gondooroo Danuu Kan Hawaasa Oromoo Gujii Aanaa Oddoo Shaakkisoo

Qorannoon kun kan irratti adeemsifamee adeemsa sirna raawwii araara gondooroo danuu kan hawaasa Oromoo Gujii Aanaa Oddoo Shaakkisoo bakka walitti bu’insi cimaan uumame keessatti kan adeemsifamedha. Isaanis hawaasa Gujiifi Gujii gidduuttii kan uumame akka iddattoottis fudhachuun qoratichi...

17269 Xiinxala Sirna Ekerdubbistuu Godina Shawaa Lixaa Aanaa Gindabarat

Kaayyoon qorannoo kanaa adeemsa sirna Ekerdubbistuu Aanaa Gindabarat Ganda Dirree Faajjiitti kan argamu xiinxaluu kan jedhudha. Malli qorannichaa mala qulqullaa‟inaan yoo ta‟u tooftaaleen iddatteessuu qorannichaa immoo iddatteessuu kaayyeeffataati. Maloonni funaansa ragaaleef hojiirra...

17270 Xiinxala Afoolaa Asoosamoota Afaan Oromoo Filataman Keessatti

Qorannoon kun afoolaa asoosamoota Afaan Oromoo filataman keessatti argaman xiinxalurratti yoo xiyyeeffatu, qorataan baarreessitoonni asoosamaa afoola adda addaatti fayyadamaanii sababa asoosamoota barreessaa jiraanirraan kan ka‘e itti fayyadama afoolaa asoosamoota keessatti maal akka fakkaatu...

17271 Xiinxala Hojiirra Oolmaa Hiika Jechoota Afaan Oromoo Kutaa 10 Barsiisuu Keessatti Manneen Barnootaa Sadi Godina Shawaa Kaabaatti Xiyyeeffachuun

Kaayyoon waraqaa qorannoo kanaa haala hojiirra oolmaa hiika jechootaa Afaan Oromoo barsiisuu manneen barnootaa Sadarkaa 2ffaa Alaltuu, Abbichuufi Shanoo kutaa 10ffaa keessa jiru xiinxaluudha. Qorannoon kun mala makaa (akkamtaafi hammamtaa)tiin gaggeeffame. Kaayyoo qorannichaa kana galmaan gahuuf...

17272 Xiinxala Akaakuwwan Fookiloorii Oromoo Gombisa Fardaa Keessatti Aanaa Dandiitti Kan Xiyyeeffate

Qorannoon kuni mataduree ‗Xiinxala Akaakuwwan Fookiloorii Oromoo Gombisa frdaa Keessatti: aanaa Dandiitti xiyyeeffate‘ jedhu irratti qoratame.Ka‘umsi qorannoo kanaa gombisa fardaa keessatti miidhamni qaamaafi duuti darbee darbee osoo jiruu dhalootaa gara dhalootaatti akkka darbu...

17273 Qaaccessa Weedduu Lakkoo Haala Oromoo Gaamoo Godina Haragee Lixaa Aanaa Gubbaa Qorichaa

Afoolli haala jireenya hawaasa tokkoo murteessuufi kuufama beekumsaa kan fuulduratti hawaasa fuudhee deemu ta’uu isaa hubanna. Hawaasni afoola isaatiin muuxannoo, jiruufi jireenyaa, duudhaafi rakkina isa muudate ittiin ibsata. Gosa afoolaa keessaa weedduun isa tokkodha. Weedduu Lakkoo...

17274 Xiinxala Fayyadama Hiika Masoo Godina Arsii Aanaa Suudee

Kaayyoon qorannoo kanaa, fayyadama Hiika Masoo Godina Arsii Aanaa Suudee qaaccessuuudha. Qorannoo kana gaggeessuuf wanti qorataa kakaase fayyadama hiika masoo ilaalchisee hanga ammaa wanti qoratamee waan jiru hinfakkatu. Akkasumas, qorannoowwan kanaan dura fayyadama afaanii irratti hojjataman...

17275 Qaaccessa Dhiyaannaa Qabiyyee Dhamjecha Kitaabilee Barnoota Afaan Oromoo Kutaa Saglaffaafi Kurnaffaa Bara 2005 Qophaaan

Kaayyoon qorannoo kanaa dhiyaannaa dhamjecha kitaabilee barnoota Afaan Oromoo kutaa 9fi 10ffaa bara 2005 qophaa‟an keessatti dhiyaatan qaacceessuudha. Dhiyaannaa dhamjechoota kitaabilee Barnoota Afaan Oromoo kitaabilee kanneen Keessatti mul‟atan maal akka ta‟an adda baasanii...

17276 Xiinxala Waantota Dandeettii Barreessuu Barattoota Afaan Oromoo Kutaa 11ffaa Irratti Sababa Taan

Kaayyoon guddaan qorannoon kun geggeeffameef, xiinxala waantota dandeettii barreessuu barattoota Afaan Oromoo irratti sababa ta’an qaaccessuudha. Qorannoon geggeeffame kunis mana barumsa qophaa’inaa magaalaa Shaashamaneefi qophaa’ina Luusii yommuu ta’u, manneen barnootaa...

17277 Determinants Of Psychological And Physical Wellbeing Of Elementary School Children In The Case Of Repi Primary School

This study was to assess the physical and psychological wellbeing of elementary school children and to explore the determinant factors of psychological and physical wellbeing of elementary school children in Repi primary school. Respondents, were recruited from one randomly selected school in Kolfa...

17278 Xiinxala Dhiyaannaafi Tooftaawwan Hiika Jechootaa Barsiisuu Barnoota Afaan Oromoo Kutaa Kurnaffaa

Kaayyoo gooroon qorannoo kana dhiyaannaafi tooftaawwan hiika jechootaa Afaan Oromoo barsiisuu barnoota Afaan Oromoo kutaa 10ffaa hojiirra oolaa jiru xiinxaluudha. Galma gahiinsa kaayyichaaf kitaabni barataafi qajeelchi barsiisaa kutaa10ffaa xiyyeeffannoon sakatta‟ameera.Qaaccessa kanaan...

17279 Pharmacogenetic And Molecular Biological Analysis Of Drug Metabolizing Enzymes In Particular Cytochromes N502d6 (cyp2d6) And P4502c19 (cyp2c19) In An Ethiopia Population

Debrisoquine and S-mephenytoin hydroxylation polymorphism was studied inrn115 healthy unrelated Ethiopian volunteers after coadministration of debrisoquinern(lOmg) with S-mephenytoin (lOOmg). The ratio of the S to the R enantiomers ofrnmephenytoin and of debrisoquine to 4-0H debrisoquine in 0-8 hr...

17280 Development Of Mycopesticide For The Management Of Sorghum Chafer Pachnoda Interrupta (olivier) (coleoptera Scarabaeidae) In Ethiopia

Pachnoda interrupta (Olivier) (Coleoptera: Scarabaeidae) is a damaging pest of sorghum, other cereals and horticultural crops such as maize, wheat, barley, bananas, guava etc. in Africa which at times results in complete crop losses. Current control strategies heavily rely on chemical pesticides....

PREV PAGE 862 863 [864] 865 866 NEXT PAGE

Page 864 of 1327


Be the First to Share On Social

1GB data