XIINXALARAAWWII SIRNAAYYAANAIBSAA KORMAA HAALA QABATAMA OROMOO GODINA SHAWAA LIXAA AANAA DIRREE INCINNIITTI
PROJECT TOPICS AND MATERIALS
09080008483
[email protected]
09080008483
www.projectng.com
HOME
DOWNLOAD
REQUEST PROJECT
HIRE A WRITER
JOBS
SCHOLARSHIPS
NEWS
BLOG
CONTACT US
Project By Departments
Accounting
Agric Engineering
Agriculture
Architecture
Banking And Finance
BioChemistry
Biology
Building Technology
Business Administration
Chemical Engineering
Chemistry
Civil Engineering
Computer Engineering
Computer Science
Cooperative And Rural Development
Cooperative Economics
Design And Technology
Economics
Education
Electrical Electronic Engineering
English
Entrepreneurial And Business Management
Estate Management
Fine And Applied Arts
Food Technology
Geography
Geology
Health Science And Technology
History
Home And Rural Economics
Hospitality Management And Technology
Industrial Chemistry
Industrial Relation and Personnel Management
Insurance
International And Diplomatic Studies
Law
Library And Information Science
Marketing
Mass Communication
Mechanical Engineering
Medical And Health Science
Microbiology
Nursing Science
Office Technology and Management
Pharmacy
Philosophy
Political Science
Printing Technology
Psychology
Public Administration
Public Relations And Communication
Purchasing And Supply
Quantity Surveyor
Science Lab Technology
Secretarial Administration
Seminars
Sociology
Staff Development And Distance Education
Statistic
Urban And Regional Planning
Zoology
Thesis and Dissertation
Xiinxalaraawwii Sirnaayyaanaibsaa Kormaa Haala Qabatama Oromoo Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dirree Incinniitti
Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics
Get the Complete Project Materials Now! »
Qorannoo kana gaggeessuuf wantonni ka’umsa ta’an: raawwii sirni ayyaana Ibsaa kormaarnaadaa,safuu, hawaasdinageefi haala jiruufi jireenya barsiissu, dhugeeffannoo hawaasichaarngama hawaasdinagdee, aadaafi muuxannoo jiruufi jireenyaa kan ittinwaliif dabarsan yeroornammaa kana dagatamuu isaafi kitaaboleefi galaalchawwan kanaan dura barreeffamanrnkeessatti waa’ee mata duree kanaa kallattiin kan addeessu waan hin barreeffamneef,rnkanamalees qorannoon mata duree kana irratti waan hin gaggeeffamneef ka’umsaaf sababarnta’aniiru. Kaayyoon qorannoo kanaa raawwii sirna ayyaana Ibsaa kormaa Godina ShawaarnLixaa Aanaa Dirree Incinnii xiinxaluudha. Malli qorannichaa mala qulqullaa’inaan yoornta’u tooftaaleen iddatteessuu qorannichaa immoo iddatteessuu kaayyeeffataati.Maloonnirnfunaansa ragaaleef hojiirra oolan, afgaaffii, daawwannaafi marii garee yoo ta’anrnragaaleen mala kanaan walitti qabaman immoo tooftaa qorannoo ibsaa fayyadamuunrnqaacceeffameera. Adeemsa kana hordofuun argannoowwan qorannoo kanaan birarngahaman: raawwiisirna ayyaana Ibsaa kormaa akkuma duudhaalee Hawaasa Oromoornkanneen biroo yeroofi safuu eegee kan raawwatamu ta’uu, alduree ayyaana kanaarrattirnrakkolee xixiqqoon jiruufi jireenya keessatti mudatan Hawaasa aannichaa biratti karaarnjaarsummaa furamuu, sirna facaafannaa raawwachuun ,buna qaluun walhormaanni akkarnqajeeluuf dhugeeffachuun, yeroo ayyaaneffannaa ayyaanichaatis Ibsaa kormaa tiinrndhugeeffannoon bal’aan akka jiru xiinxala keessatti daraan ibsameera. Kanamaleesrnraawwiin sirna ayyaana kanaa dhugeeffannoo hedduufi faayidaa bal’aa Hawaasa keessattirnqabu kun dhiibbalee hordoftoonni amantii yeroo dhihoo biyyaa keessagalaniifi haalarnyeroon walqabatee rakkooleen mul’atan ayyaanni kun qabiyyee, faayidaa qabu qabateernHawaasa keessatti akka hintajaajilleef rakkoon guddaan ta’uun bira gahaameera. Raawwiirnsirna ayyaana kana irratti geggeeffamu hariiroo Hawaasaa cimsuuf dinagdeefirnhawaasummaa guddisuuf aadaa Hawaasaa kunuunsuuf shoora ol’aanaa waan qabuufrnWaajirri Aadaafi Turiizimii osoo gadfageenyaan qoratee bifa barreeffamaatin kaa’e bu’aarnqabeessa ta’a.
Get Full Work
Report copyright infringement or plagiarism
Be the First to Share On Social
RELATED TOPICS
114