Xiinxala Milkii Ilaallannaa Oromoo Amboo

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa milkii ilaallannaa Oromoo Maccaa Godina Shawaa LixaarnAanaa Amboo xiinxaluudha. Kaayyoo kana galmaan ga’uufis malli qorannoo kana geggeessuurnkeessatti dhimma itti ba’ame mala qorannoo qulqulleeffataa/akkamtaati.Maddi ragaa qorannoornkanaas maanguddoota dhimmakanarratti muuxannoo gahaa qabanidha.Malli iddatteessuurnqorannoo kana geggeessuu keessatti dhimma itti ba’ame immoo mala iddatteessuu kaayyeffatafirnmala iddatteessuu darbaan dabarsaati. Qorannoo kana geggeessuu keessatti meeshaaleen ragaarnfunaanuuf dhimma itti ba’aman afgaaffii,marii gareefi daawwannaadha. Argannoowwanrnqorannoo kanaan bira gahamanis uummatichi milkii kan ilaallatu halawwan garaa garaarnkeessatti ta’ee innis yeroo sirna gaa’elaa, guyyaa keessaa ganama, galgala,gocha namaa,rnsochiiwwan qaama namaa, biqiloota, beeyladoota, bineessota, allaattiwwan, ilbiisota, waantota,rnguyyoota torbanii,dhaha,abjuu,barruu harkaafi shiinii bunni itti dhugame dubbisuu waliinrnwalqabataniidha.Milkiiwwan ilaalaman kunneenis milkii gaariifi milkii gaarii hintaanernjedhamuun bakka lamatti qoodamu.Yaboon qorattuu kanaan lafa kaa’ames waajjirri aadaafirntuurizimii aanaa Amboofi dhaloonni har’aa osoo dhimma kanarratti qorannoo gadi fageenyarnqabu geggeessuun bifa barreeffamaan dhaloota dhufuuf dabarsee baay’ee gaarii ta’a.rnAkkasumas, qaamni sirna barnootaa Afaan Oromoo qopheessus osoo waa’ee milkii kitaabileernbarnootaa Afaan Oromoo keessatti dabalee barattoonni akka baratan yoo ta’e misha.

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Xiinxala Milkii Ilaallannaa Oromoo Amboo

366