Xiinxala Sirna Barnootaa Mojulawaa Digirii Baachilarii Haala Afaan Oromoofi Ogbarruu

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Kaayyoo gooroon qorannoo kanaa sirni barnootaa mojulawaa DBAO xiinxaluu yemmuurnta’u, warreen gooreen immoo: Barsiisonni muummichaa Kaayyoo haala dhiheenyaarnmojulawaa ammam akka beekan addabaasuun ibsuu, haala qindoomina koorsiiwwaniirnsakatta’uun hanqina mul’atu agarsiisuu, Malli baruufi barsiisuu mojulichaa ammam gararnhojiitti akka hiikamaa jiru xiinxaluun haqinoota mudataniif fala heeruu , Haalli barattootnirnittiin madaalaman xiinxaluun rakkoo mudataniif fala heeruufi Sagantaan DBAO ammamrnakka bu’aqabeessa ta’e xiinxaluun milkaa’inaafi gufuu adda baasuudha. Qorannoo kanarngalmaan ga’uuf saxatni itti dhimma bahame sakatta’insaa yemmuu ta’u, ragaaleen kanrnxiinxalaman mala makaadhaan ibsaman. Kanaaf, qorannoon kun sakatta’insa ibsaarn(descriptive survey)ti. Ragaaleen qorannoo kanaa inni jalqabaa, sakatta’insa dookimantii,rnbargaaffiifi mariigaree xiyyeeffannoo barattootaa, afgaaffii barsiisotaafi qopheessitootarnsirna barnootaa irraa kan walitti qabameedha. Inni lammataa immoo, qajeelfamootaafirnqorannoowwan dhimma kanarratti hojjataman sakatta’uuni. Malli iddatteessuu miticarraarnyemmuu ta’u, akkayyoofi heerumsatti dhimma bahame. Ragaaleen qorannoo kanaarnqaacceffaman akka agarsiisanitti: hubannoon barsiisonni sirna mojulawaa irratti qabanrnwalbuusaa ta’uu, duraaduubni koorsii mijataa ta’uu dhabuu, malli baruufi barsiisuu kanrnbarsiisota giddugaleeffatetti caaluu, qormaata walittifufinsa qabu malee madaalliin walittirnfufinsa qabu dhabamuu, bilookiin barachuun qabxii barattootaa malee hubannoo cimsuurnirratti laafaa ta’uun akka hanqinaatti kan mul’atu yemmuu ta’u, barattootni sirna kanarnkeessatti ofiin barachuuf fedhii qabaachuu, haala walfakkaataan barachuuf haala mijessuurnsirni moojulawaa mijaa’ummaa qabaachuudha. Akkasumas, eenyummaa barattootaa cimsuurnirratti sagantaan kun qooda qabaachuun akka ciminaatti kan bira ga’ameedha. Hanqinootarnheeraman furuuf, leenjiin hubannoo cimsu barsiisotaa kennamuun, ga’umsa barattootnirnmojularratti qaban safaruuf tooftaan qophaa’uu, bilookiin barsiisuuf haala walfakkaataanrnmeeshaaleen barnootaa qophaa’uufi qindoomina koorsiiwwanii irradeebi’anii sakatta’uunrnbarbaachisaa ta’uun yaada furmaataa heeramedha.

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Xiinxala Sirna Barnootaa Mojulawaa Digirii Baachilarii Haala Afaan Oromoofi Ogbarruu

176