Qaaccessa Afseenaa Dajjaazmaach Kumsaa Morodaafi Masaraa Isaa

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Kayyoon qorannoo kanaa Afseenaa Dajj. Kumsaa Morodaafi masaraa isaa kanrnmagaalaa Naqamteetti argamu qaaccessuu kan jedhudha. Qorannoon kunis kaayyoo isaarnbu’uura godhachuun ykn akeeka qorannoo isaa’rratti hundaa’uun qorannoo seenawaarn(historical research)tti yommuu garagaaramu, tooftaaleen iddatteessuu qorannichaarnimmoo iddatteessuu kaayeffataati. Malootni funaansa ragaaleef hojiirra oolan afgaaffii,rndaawwannaafi sakatta’a dookimentiin suuraalee fudhachuun yoo ta’u, ragaaleenrnmala kanaan guuraman immoo tooftaa qorannoo seenawaa fayyadamuun xiinxalamaniirnqaacceffamaniiru. Adeemsa kana hordofuun hojiiwwan qorannoo kanaan bira gahaman:rnseenaa Dajj. Kumsaa Morodaa dhalootaa hanga du’aatti maal akka ta’e agarsiiseera.rnKunis hidda dhalootaa isaa keessaa keesumatti beekamtummaa kumsaafis ta’e hiddarndhalootichaaf gumaacha guddaa kan taasisan akaakayyuu kumsaa kan ta’an BakareernGodaanaa irraa kaasee gara kumsaatti dhufuun kumsaan nama dandeettii qabu namarncimaa akka ta’e bira gahameera. Akkasumas aangoo biyya bulchuu kan argatanrnabbaasaaniirraa dhaalaan akka ta’eefi bara bulchiinsa isaanii keessatti hojiiwwanrnseena-qabeeyyii baay’ee akka hojjetan yoo ta’u, hojiiwwan isaanii keessaa, ijaarsarnmasaraa isaanii, ijaarsa riqichoota laggeen Dhidheessaafi Daabbus, babal’isuurndaldaalaafi daandiiwwanii isaan ijoodha. Kana malees, qorannoo kanaan kan birarngahame yoomessa ijaarsa masaraa isaa, wantoota ykn meeshaalee masaraan kun irraarnijaarame, masarichi ogeessota Oromoo naannoo sanaan akka ijarameefi tajaajilarnmasaraan kun kennaa tureefi jiru ta’uu isaati. Kanumaan wal-qabatee ijaarsirnmasarichaa sirna ittiin bulmaata uummata Oromoo kan ta’e Sirna Gadaafi aadaarnOromoo waliin fakkoommii akkamii qabaachuun akka tajaajilaa ture ibsuun dhumarrattirnyaboon itti kennamuu qabu itti kennamee jira.

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Qaaccessa Afseenaa Dajjaazmaach Kumsaa Morodaafi Masaraa Isaa

191