Itti-fayyadama Malleen-dubbii Walaloo Miila Kaayyoofi Maal Kolfa Dhaloonni Keessatti Ija Yaaxxina Bifiyyeetiin

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa itti-fayyadama malleen-dubbii mataduree walaloo ‘MiilarnKaayyoo’fi ‘Maal Kolfa Dhaloonni?’keessatti: Ija yaaxxina bifiyyeetiin qaaccessuu irratti kanrnxiyyeeffatedha. Akkan ilaaletti, xiyyeeffannoon qorannoo ogbarruu Oromootiifi kanneen biroornyoon walbira qabee ilaalu baay’inaan dhabamuun ammoo, sirna barumsaa ogbarruu AfaanrnOromootiif gumaachi inni taasisus xiyyeeffannaa dhabuu nidanda’a. kunis, dhimma fayyadamarnafaanii waan ta’eef. Keessumaa akkaataan barreessaan tokko malleen-dubbiitti fayyadamu sirnarnbarumsaaf ka’umsa godhachuun kan dhihaatedha. Kanumarraa ka’uun, gaaffilee bu’uuraarnqorannoo koo keessatti dhiyaatan deebisuuf yaaleera. Malli qorannoo kanaa, mala akkamtaarnkeessaa iddattoo akkayyoofi ammargeetti(Convenient sampling) fayyadamuun mala mitcarraatiinrnfiladheera. Iddattoo kanaan funaanufis mala ibsaa fayyadamuun qaaccesseera.rnArgannoowwan gurguddoon qorannoo kanaa barreessaan malleen-dubbii inni itti fayyadamerngosa gosaan, akkaataa itti-fayyadama agarsiistotaafi ergaa walaloo dabarsuu keessatti qabaniinrndhiyeesseera. Itti aansuunis, qabiyyee barnoota Afaan Oromoo keessatti malleen-dubbii walaloornfilataman lamaan kana keessatti argaman kanneen walfakkeenya qaban lakkoofsaan sagal(9)rnakka ta’an addaan baasee qaaccesseera. Malleen-dubbii kunis, qabiyyee barnoota AfaanrnOromootti dabalamanii barnoota kennamu qabatamaa nitaasisu. Akka ciminaatti kan dhiyaate,rnjechoonni bakka barbaachisaatti galuun itti-fayyadama malleen-dubbii sirriitti kan hawaasnirnOromoo jiruufi jireenya isaa keessatti fayyadamu ta’uu isaati. Akka furmaataatti kan kaa’ame,rnseenaan, aadaaniifi duudhaan Oromoo, safuun, ilaalchiifi falaasamni gama itti fayyadamarnagarsiistotaa afaan walootiin waan dhihaataniif osoo gumii dagaagina ogbarruufi AfaanrnOromoo manneen barnootaa keessatti barsiisonni barattoota hirmaachisanii barumsa hedduurndabarsuu nidanda’a.

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Itti-fayyadama Malleen-dubbii Walaloo Miila Kaayyoofi Maal Kolfa Dhaloonni Keessatti Ija Yaaxxina Bifiyyeetiin

375