Postgraduate Project Topics, Thesis and Dissertation

7901 The Impact Of Amharic Phonology On Learning English Pronunciation The Case Of Gondar College Of Teachers Education

The ma in objective of th is study was to find out we difficu lties Amharic learners of English mayrnhave in pronounc ing certain English so unds, words and sentences both on segmental andrnsuprasegmental leve ls.rnAccording to Contrastive Analys is (CA), in lea rning the pro nunci ation of a...

7902 Qaaccessa Meeshaalee Aadaa Faaya Dhiirotaa Oromoo Kamisee Aanaa Dawa Caffaa

Qorannoon kun Mata duree Qaaccessa Meeshaalee Aadaa: Faaya Dhiirotaa Oromoo Kamisee Aanaa Dawaa Caffaa dha.Gaaffileen bu’uraa qorannichaa, immoo Meeshaalee faaya dhiironni itti fayyadamaniifi waantota miidhagina isaanii waliin wal qabatan maal akka ta’e? Meeshaaleen aadaa faaya...

7903 Qaaccessa Itti Fayyadama Afaanii Sirna Harma Hodhaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu

Mata-dureen qorannoo “Qcceessa Itti fayyadama Afaanii Sirna Harma Hodhaa Godina HorroornGuduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu “jedhu keessatti adeemsi sirnichaa maal akka fakkaatuufirnraawwii sirna sanaa qacceessuudha. Kaayyoo kana galmaan ga‟uufis mala qorannoornakkamtaatti dhimma bahee...

7904 Xinxaala Ibsa Leelloofi Faaruu Boochisaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Yaayyaa Gullalleerratti Xiyyeeffate

Kaayyoon qorannoo kanaa qabiyyeefi ergaa faaruu boochisaa boochiftuun dhiyaatu xinxaaluudha.rnMata-duree kanarratti qorannoon akka gaggeeffamu ka’umsa kan ta’e: Faaruun boochisaa boochiftuunrndhiyaatu carraa qorannoon bahee mul’achuu dhabuu, ragaan faaruu kana ibsu sadarkaa...

7905 Qaaccessa Adeemsa Sirna Raawwii Ayyaana Warra Oofa Abbayyee Gadaa Aanaa Sulultaa

Ka’umsi qorannoo kanaa aanaa Sulultaa keessatti mata dureen kun kallattiidhaan kan hinqoratamne ta’uu, qoratichis waa’ee dhimma kanaa iddoo itti dhalatee guddatetti hamma tokko hubannoo qabaachuu, hirmaattonni sirnichaas hir’achaa adeemuu, sirni kun naannoo iddoo...

7906 The Malka Its Major Features And Source

The Maika' is a Complimentary Ga'az poetry on various religious Subjects. ThesernSubjects could be Divine beings, Angels, Saints, Ecclesiastic objects and abstract ideas. It isrnalmost anonymous and its time of beginning and cessation is unknown for certainty. It hasrnfive-line stanzas with...

7907 Firoommii Qabiyyee Qormaata Moodeelaafi Biyyooleessaa Kutaa 8ffaa Bara 2009fi Kitaaba Barataa Afaan Oromoo Kutaa 7fi 8

Kaayyoon gooroo qorannoo kana Firoommii qormaata moodeelaafi qormaata biyyooleessaa bara 2009fi qabiyyee kitaaba barataa Afaan Oromoo kutaa 7fi 8xiinxaluudha.Kanaaf meeshaaleen ragaan ittiin sassaabame sakatta’insa sanadaafi afgaaffii yoota’u, ragaa kanneeniin sassaabame qaacceessuuf...

7908 Xiinxala Qabiyyeefi Itti Fayyadama Qoricha Aadaa Aanaa Jibaat

Qorannoon kun, qabiyyeefi itti fayyadama qoricha aadaa haala qabatamaa aanaa Jibaat keessatti mul‟atu xiinxaluurratti xiyyeeffata.Kanaaf, kaayyoon qorannoo kanaa,qabiyyeefi itti fayyadama qoricha aadaa aanaa jibaat xiinxaluudha.Ka‟umsi qorannichaas:dhimma qoricha aadaa ilaalchisee...

7909 Xiinxala Walitti Fufiinsaafi Dagaagina Gilgaalota Kitaaba Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 9ffaa

Kaayyoon qorannoo kanaa walitti fufiinsaafi dagaagina gilgaalota kitaaba barnootaa Afaan Oromoo kutaa salgaffaa bara 2005 qophaa’ee xiinxaluudha. Akkasumas hanqinaalee gama walitti fufiinsaafi dagaagina Qabiyyee gilgaalotaan mul’atan akkamitti akka fooyya’uu ibsuudha....

7910 Sakattaa Walitti Fufinsaafi Dagaagina Qabiyyee Ogbarruu (boqonnaa Gara Boqonnaafi Olee) Kitaaba Barattootaa Afaan Oromoo Kutaa 11fi 12

Qorannoon kun mata duree “Sakatta’a walitti fufinsaafi dagaagina qabiyyee ogbarruurn(boqonnaa gara boqonnaafi olee) kitaaba barattoota Afaan Oromoo kutaa 11fi 12” jedhurnirratti kan gaggeeffamedha. Sababni mata-duree kanarratti qorannoo gaggeessuuf ka’umsarnta’e,...

7911 Qaaccessa Qabiyyeewwan Sirna Fuudhaafi Heeruma Sabbatmarii Goodina Shawaa Lixaa Aanaa Calliyaarratti Kanxiyyeffate

Kaayyoon qorannoo kana qabiyyeewwan sirna fuudhaafi heeruma sabbatmarii Oromoo Godhina Shawaa Dhihaa Aanaa Calliyaa qaaccessuudha. Qorannoo kana gaggeessuuf wanti qorattuu kana kakaase sirni fuudhaafi heeruma sabbatmarii hafaa waan dhufeef kadhaa irraa kaasee hanga fuudhaatti qabiyyeewwan...

7912 Qaaccessa Fayyadama Afaan Oromoo Barattoota Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sadarkaa 1ffaa

Kaayyoon qorannoo kanaa mana barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu keessatti haalli fayyadama afaanii maal akka fakkaatu xiinxaluudha.Maddi ragaalees barsiisotaafi barattoota mana barumsichaa yammuu ta‟an barattoota keessaafi barsiisota keessaa mala carraa fayyadamuun seenduubee isaanii irratti...

7913 Qaaccessa Hariiroo Biqiloonni Sirna Ayyaantuu Wajjin Qaban Haala Oromoo Shawaa Lixaa Aanaa Dirree Incinnii

Qorannoon kun Hariiroo Biqiloonni Sirna Ayyaantuu Waliin qaban irratti kan xiyyeeffate yoo ta‟u, bakki itti geggeeffame Godiina Shawaa Lixaa Aaanaa Dirree Incinniiti. Qorannoo kanaas akka geggeeffamuuf waantonni kakaasan biqiloonni raawwii sirna kamiiyyuu keessaa hafuu hindandeenye keessaa...

7914 Qaaccessa Fayyadama Afaanii Baankiiwwan Aanaa Walmaraa

Qorannoon kun „Qaaccessa Fayyadama Afaanii Baankiiwwan Aanaa Walmaraa„jedhu irratti xiyyeeffatee qoratame. Qorannoo kana gaggeessuudhaaf wanti qorattuu kakaase, maamiltoonni dhimmaa daddabarsa maallaqaan walqabatuuf yemmuu gara baankiiwwanii dhufan haalli fayyadama afaanii baankiiwwan...

7915 Qaaccessa Adeemsa Raawwiifi Fakkoommii Meeshaalee Sirna Ayyaana Ateetee Oromoo Aanaa Dandii

Ka‟uumsii qorannoo kanaa adeemsi raawwii ateetee maal akka fakkatu dhaloonni ammaa hubannoo bal‟aa hin qabu. Meeshaaleen ateetee yeroo ammaa maalirra akka jiraniifi fakkoommii isanii irratti qorannoo gahaan hin gaggeefamne.Namoota gara fuulduraatti qorannoo gaggeesaniif ciicata...

7916 Geological Structures And Tectonic Evolution Of The Neoproterozoic Terrain Of Guwila Area Tigrai Northern Ethiopia

Precambrian rocks out cropping in the Guwila area fall under two major groups, the metasedimentary and metavolcanic groups. The metasediments are part of the Tambien Group and the metavolcanic rocks are part of the Tsaliet Groups, both of which occur extensively in the region. Phyllites in the...

7917 Qaaccessa Fookiloriiwwan Guddisa Ijoollee Oromoo Haala Qabatamaa Aanaa Adaaatiin

Qorannoon kun fookiloriiwwan guddisa ijoollee oromoo: Haala qabatamaa aanaa Ada‟aatiin xiinxaluun kan dhiyaate yommuu ta‟u boqonnaawwan shan kan qabateedha. Kaayyoo gooreen qorannoo kanaa Ogafaanota guddisa ijoolleef oolan kanneen akka: huruursa daa‟immanii, jechama, mammaaksa,...

7918 Nutritional Evaluation And Feeding Value Of Sorghum (sorghumbicolor (l). Moench) Varieties On The Performance Of Layer Chicken

A study was conducted to evaluate nutritional and feeding value of the two newly released (sorghum bicolor (L). Moench) varieties, melkam and degalit yellow on the performance of layer chicken mainly on egg laying performance and egg quality parameters. Two hundred ten Bovan’s Brown hens,...

7919 Qaaccessa Sirna Hammachiisaa Qaalluu Giiftii Dinqituutiin Raawwatamu

Qorannoon kuni, Qaaccessa Sirna Hammachiisaa Qaalluu Aanaa Ada‟aa Giiftii Dinqituutiin Raawwatamu irratti kan xiyyeeffateedha.Ka‟umsifi kaayyoon qorannoo kanaa mataduree kana jalatti maqaan Oromoofi Oromummaa ibsu, aadaan, seenaan, safuun waaqeffattootafi qaalluun Oromoo Nafxanyootafi...

7920 Geophysical Investigations For Groundwater Potential Assessment Of Volcanic Plain Mermero Area Borena Zone

Geophysical investigation methods of Vertical Electrical Sounding and magnetic prospectingrnwere used to investigate groundwater potential zones of Mermero area, Borena zone, SouthernrnEthiopia. The main objective of this study is to determine the depth of groundwater table, tornlocate the...

PREV PAGE 394 395 [396] 397 398 NEXT PAGE

Page 396 of 1327


Be the First to Share On Social

1GB data