Postgraduate Project Topics, Thesis and Dissertation

7861 Xiinxala Fayyadama Afaan Dubbii Daree Barnootaa Keessatti Haala Godina Addaa Saba Oromoo Kamisee Aanaa Baatee Mana Barumsaa Fannoo Diima Baatee Sadarkaa Lammaffaatti

Qaaccessa qorannoo mata duree "Xiinxala Itti Fayyadama Afaan Dubbii Daree Barnootaa Keessatti: Haala Godina Addaa Kamisee Aanaa Baatee Mana Barumsaa Sadarkaa Lammaffaa Baatee " jedhu irratti kan gaggeeffame yommuu ta'u, adeemsa mataa isaa hordofee qophaa'e. Kunis, boqonnaa shan of keessaa qaba....

7862 Pronominal Empty Categories Of Ktstantiiiia A Minimalist Approach

This is a study describing pronominal empty categories of k+stan+iiiia inrnlight of the Minimalist Approach. The study examines the nature ofrnagreement with respect to head and argument relations and the licensingrnand recovery of pronominal empty categories. It intends to provide newrnfacts which...

7863 Comparison Of Four Phenotypic Assays For The Detection Of Esbl Producing Gram Negative Bacilli And Assessment Of The Magnitude Of Carbapenemase-producing Gramnegative Bacilli Isolated From Specimens Referred To Ethiopian Publ

Background: The detection of extended-spectrum β-lactamase producing (ESBL)Enterobacteriaceaernand carbapenemase-producing gram-negative bacilli are of importance for infection control andrnepidemiological purposes. The common mechanism of resistance to extended spectrum cephalosporinsrnand...

7864 Qaaccessa Sirna Kennaa Abdaarii Oromoo Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Tolee

Qorannoon kun mata dure ‘Qaacceessa sirna kennaa abdaarii Oromoo Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Toleedha”. Kaayyoon qorannoo kanaa inni guddaan sirna kennaa abdaarii Oromoo Gonina Shawaa Kibba Lixaa Anaa Tolee qaaccessuudha. Qorannoo kana gaggeessuuf wantoonni qorataa kana kakaasan...

7865 Qaacceessa Jijjiirama Moggaasaa Maqaa Ammayyaa Daaimman Godina Shawwaa Kibba Lixaa Aanaa Amayyaa

Kayyoon qorannoo kanaas qaacceesa Jijjirama moggaasa maqa hammayyaa daa‟ imman Oromo GodinarnShawa Kibba Lixaa Anaa Amayaa magalaa Gindoo yeroo ammaa moggafamaa jiraan Qabiyyee isaanii bu‟uurrirnmoggaasa maqaalee yeroo ammaa, maqaaleen yeroo ammaa moggaafamaa jiraan akkamiin...

7866 A Brief History Of Writing Systems Used For Afan Oromo And The Evaluation Of Its Current Orthography

The purpose of th is study was to assess the historical development of writing forrnAfan Oromo and to conduct the evaluation of the current orthography. The studyrnfocuses on how the Latin based orthography eventually came to be chosen andrnon the evaluation of the current orthography. To this...

7867 Qaaccessa Barreeffama Barjaalee Afaan Oromoo Magaalaa Itayyaa Gama Caasaafi Jijjiirraatin

Kaayyoon qorannoo kanaa barreeffama Afaan Oromoo barjaalee Magaalaa Itayyaa gama ijarncaasaafi jijjiirraatin qaaccessuudha. Dabalataan hanqina isaan qaqqabsiisaniifi karaaleernfurmaata argatanirratti xiyyeeffateera. Kaayyoo qoranichaa galmaan gahuufis meeshaaleenrnfunaansa ragaalee:...

7868 Language Use And Attitude Among Berta-arabic Bilinguals In Benishangul Gumuz Regional State

Language Use and Attitudes usually govern people‟s inter- and intra-communication situation. In bilingual or multilingual speech community, it is their language attitude that determines the language use, language learning of the speech community. The main objective of this study is to...

7869 Waraqaa Qorannoo Xiinxala Sirboota Diddaa Xiyyeeffannoon Fayyadama Afaanii Sirboota Ittiiqaa Tafarii Saaqi Saanqaafi Itti Muddi Jedhan Keessatti

Kaayyoo gooroon qorannoo kanaa Sirboota diddaa, xiyyeeffannoon fayyadama afaanii sirboota Ittiiqaa Tafarii saaqi saanqaafi itti muddi jedhanqaaccessuu yoo ta‟u, sirbi kun diddaa gabrummaa Oromoon taasise keessatti ga‟ee olaanaa taphate. Keessumaa naannoo bara 2008 A.L.I. irraa eegalee...

7870 Assessment Of Factors Affecting Patient Clinical Handover Practice Of Nurses At Emergency Department Of Selected Government Hospitals With Trauma Center In Addis Ababa Ethiopia 2020

Background: The Emergency Department (ED) environment presents unique challenge forrnhigh quality communication. Poor handover practice is a threat to patient safety and associatedrnwith adverse outcomes. This study was aimed to assess factors affecting practice of patientrnclinical handover among...

7871 Xiinxala Fayyadama Afaanii Daumsa Irratti Haala Godina Qeellam Wallaggaa Aanaa Sadii Canqaa

Mata dureen qorannoo kanaa, “Xiinxala fayyadama afaanii da’umsarratti haala Godina Qeellam Wallaggaa Aanaa Sadii Canqaa”kan jedhu yemmuu ta’u, kaayyoon qorannoo kanaa immoo fayyadama afaanii da’umsarratti Godina Qeellam Waallaggaa Aanaa Sadii Canqaa keessatti dhimma...

7872 Xiinxala Adeemsa Raawwii Kakuu Sirna Fooqa Darrabbaa Godina Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuu

Qorannoon kun Naannoo Oromiyaa, Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Kiiramuu, Ganda Tokkummaa Qoqoffee keessa Gooxii Darrabbaa jedhamu irratti kan gaggeeffamedha. Mata dureen qorannoo kanaas, Xiinxala Kakuu Adeemsa Raawwii Sirna Fooqa Darrabbaa: Godina Wallagga Bahaa Aanaa kiiramuu irratti kan...

7873 Xiinxala Fayyadama Afaanii Lagannaa Maqaa Namootaa Agarsiisan Godina Wallagga Bahaa Aanaa Guutoo Giddaa

Qorannoon kun kan gaggeeffame fayyadama afaanii lagannaa maqaa namoota agarsiisu: Oromoo Godina wallagga Bahaa Aanaa Guutoo Giddaa keesssa jiraatanirratti.Kaayyoon qorannoo kanaa inni guddaan fayyadama afaanii lagannaa maqaa namootaa ilaalchisee Oromoota Aanaa Guutoo Giddaa keessatti mul‟atu...

7874 Xiinxala Akaakuu Garee Jechoota Afaan Oromoo Kitaaba Barataa Kutaa 9 Ffaafi 10 Ffaa Keessatti Dhiyaatanii

Qorannoon kun mataduree “Xiinxala Dhiyaannaa Akaakuu Garee Jechoota Afaan Oromoo Kitaaba Barataa kutaa 9fi 10 bara 2005 qophaa’an” irratti kan geggeeffameedha. Kaayyoon isaas: Akkaataa dhiyaannaa Akaakuu Garee Jechoota AO KB kutaa 9fi 10 xiinxaluun hanqinaalee mul’ataniifi...

7875 Qaaccessa Fayyadama Jechoota Tajaajila Meeshaalee Barnootaa Afaan Oromoo Kutaa 9ffaa.

Jechootni tajaajilaa garee jechoota ta‟anii kanneen hiika murtaawaa mataa isaaniihin qabnedha. HiiknirnJechoota tajaajilaa kan ibsamu/murtaa‟u hariiroo isaan garee jechoota biroo wajjin qabaniin.rnJechootni tajaajilaa barnoota Afaan oromoo keessatti tajaajila isaan kennan irratti...

7876 Sakattaa Firoommii Qabiyyee Qormaata Moodeelaafi Biyyolessaa Kutaa Kudhaniifi Kitaaba Barataaxiyyeeffannoo Bara 2010 Irratti

Kaayyoon qorannoo kanaa Sakatta’a Firoommii Qabiyyee Qormaata MoodeelaafirnBiyyolesaa kan bara 2010 Kutaa Kudhaniifi Kitaaba Barataa irratti xiyyeeffannoornsakatta’udha.Kanaaf meeshaaleen ragaan ittiin sassaabame sakatta’insa dookimantii,rnafgaaffiifi bargaaffii yoota’u,...

7877 Xiinxala Doggora Afaan Oromootiin Qubeessuu Xalayaalee Waajjira Barnootaafi Blto Aanaa Guutoo Giddaa Kan Bara 2010fi 2011

Qorannoon kun Naannoo Oromiyaa Godina Wallagga Bahaa Aanaa Guutoo Giddaattirndogoggora Afaan Oromootiin Qubeessuu Xalayaalee Waajjira Barnootaafi BLTOrnMootummaa kan bara 2010fi 2011 keessatti mul’atan xiinxaluu irratti kan xiyyeeffatedha.rnKaayyoon isaa dogoggora qubeessuu xalayaalee...

7878 Xiinxala Qabiyyee Af-walaloo Geerarsa Oromoo Maccaa Godina Wallagga Lixaa Aanaa Boojji Dirmajii

Qorannoon tokko yeroo gaggeeffamu kayyoo mataasa qaba.Kaayyoon qorannoo kanaas xiinxala qabiyyee af-walaloo geerarsa Oromoo Maccaa irratti xiyyeeffata. Barruuleen qorannoo kana faana walittii dhufeenyaa qabaniis sakatta’amaniiru.ka’umsi qorannichaa af-walaloon geerarsaa ilaalcha...

7879 Qaaccessa Adeemsa Sirna Ayyaana Boorantichaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Kuyyuu

Qorannoon kun ‘qaaccessa Adeemsa Sirna Ayyaana Tiksaa Boorantichaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Kuyyuu’ irratti xiyyeeffata. Kaayyon qorannichaas adeemsa sirna ayyaana Boorantichaa qaaccessuudha. Ka’umsi qorannoo kanaa ayyaanni Boorantichaa uummata Oromoo biratti dagatamaa waan...

7880 Qaaccessa Buuuraalee Afseenaa Iddoowwan Uummata Oromoo Xiyyeeffannoo Bulchiinsa Magaalaa Galaan

Qorannoo kun,„‟Bu‟uuraalee Afseenaa iddoowwan uummata Oromoo:Xiyyeeffannoo Bulchiinsa Magaalaa Galaan‟‟qaacceessuu dha.Haaluma kanaan qorannoon kun Saxaxa ibsaan gaggeeffame.Sababa qorataan akkamtaa,mala ibsaafi iddatteesuu darbaa dabarsaatti fayyadameef,akkuma...

PREV PAGE 392 393 [394] 395 396 NEXT PAGE

Page 394 of 1327


Be the First to Share On Social

1GB data