Postgraduate Project Topics, Thesis and Dissertation

12541 Qaaccessa Raawwii Sirna Kabaja Ayyaana Tajoo Roobaa Ummata Arsii Gosa Utaa Waayyuu

Kaayyoon qorannoo kanaa inni ijoon raawwii sirna kabaja ayyaana Tajoo Roobaa qaacceessuudha. Malleen qorannichaa mala qoranoo qulqullaa‟innaa (akkamtaatiin) kan dhimma bahe ta‟uun isaati.Maddi odeeffannoo qorannoo kanaa qooda fudhattoota ayyaanichaa warreen hubannoo gahaa qaban,...

12542 Qaaccessa Raawwii Dhangaa Qopheessuufi Meeshaalee Ittiin Dhiyaatan Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Horroo

Kaayyoon qorannoo kanaa qaaccessa raawwii dhangaa qopheessuufi meeshaalee ittiin dhihaatan Godina Horroo Guduruu Wallagga Aanaa horroo qaaccessuu. Haluma kanaan akkaataa qophii dhangaa, hariroo dhangaan sirna waliin qabu, faayidaa dhangaan aadaa dhala namaatiif qabu, faaruwwan yeroo sirna tokkoo...

12543 Madaallii Unkaafi Hiika Galmee Jechootaa Afaan Oromoo Wiirtuu Qoannoofi Qorannoo Afaanota Itoophiyaatiin Qophaae

Kaayyoon qorannoo kanaa galmee jechootaa Afaan Oromoo Wiirtuu Qu’annoofi Qorannoo Afaanta Itoophiyaatiin bara 1999 qophaa’e madaaluudha. Kaayyoo kana galmaan ga’uuf malli dhimma itti bahame makaa (hammamtaafi akkamtaa) yoo ta’u meeshaan ragaan ittiin sassaabame...

12544 Qaaccessa Fooklooriiwwan Sirna Faacha Dhaabaa Godina Shwaa Lixaa Aanaa Midaa Qanyii

Kaayyoon qorannoo kanaa Fooklooriiwwan sirna faacha dhaabaa qaaccessuu dha. Mata duree kanarratti qorannoon akka gaggeeffamu ka‟umsa kan ta‟e: Aadaa boonsaa sabni kun ittiin beekamaa ture akka hin dagatamneefi Fookilooriiwwan sirna faacha dhaabaa irratti dhiyaatan yeroo ammaa kana...

12545 Qaaccessa Afoola Daboo Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Sooddoo Daaccii

Akka aanaa Sooddoo Daacciitti hawaasni Oromoo daboodhaan yommuu walbira dhaabbatanii walgargaaran afoolatti dhimma bahu. Faayidaan afoolli hojii daboo irratti qabu qorannoon deeggaruu dhaloota dhufuuf tursuun ka’umsa qorannoo kanaati.kaayyoon qorannoo kanaas afoola daboo aanaa Sooddoo...

12546 Walsimannaa Qabiyyee Silabasii Kitaababarataafi Qajeelcha Barsiisaa Xiyyeeffannoo Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 12ffaa

Kaayyoon qorannoo kanaa inni guddaan walsimannaa qabiyyee meeshaalee barnoota AfaanrnOromoo sadan (silabasii,kitaaba barataafi qajeelcha barsiisaa) kutaa kudha lammaffaarnbara2005/2012 maxxanfamee qophaa’e xiinxaluudha.Qorannoon kun mala qorannaa akkamtaarnta’ee ibsaan kan dhiyaatuu...

12547 Sakattaa Akaakuuwwan Fookloorii Kitaabilee Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 5-8ffaa

Qorannoon kun sakatta‟a akaakuuwwan fookloorii kitaabilee barnoota Afaan Oromoo kutaa 5-8ffaa irratti kan fuulleffatedha.Ka‟umsi qorannoos fooklooriin Oromoo akkuma qabiyyee afaanii, ogummaa afaaniifi fookloorii haala ittiin kitaabilee barnoota afaanii keessatti dhiyaatu kan mataa isaa...

12548 Qaaccessa Fayyadama Afaanii Dubartoota Ibsuuf Oolan Haala Godina Shawaa Lixaa Aanaa Amboo Keessatti

Qorannoon kun mata-duree qaacceessa fayyadama afaanii dubartoota mul‟isan ooluuf kan jedhu irrtatti gaggeeffama.kaayyowwan qorannichaa ammo fayyadama afaanii dubartootaa ibsuf oolanu, xinxaluufi fayyadama afaanii dubartootaa gad-aantummaa ibsan addaan baasuu,fayyadama afaani wal-qixxummaa...

12549 Psychological Distress And Resilience Among Low Income Pregnant Women Living With Hivaids The Case Of Women In Addis Ketema Sub -city Addis Ababa

Low income pregnant HIV positive women appear vulnerable because of a host of challenges associated with their economic, HIV, and pregnancy status. This study attempted to explore their psychological distress and resilience level, associated socio-demographic factors and possible relationships...

12550 A Four Year Trend Analysis Of Malaria Prevalence In Aysaita Primary Hospital Aysaita Woreda Afar Regional State Northeast Ethiopia

Malaria is sever disease in Ethiopia, 75% 0f the land is malarias area and more than 54 million people are vulnerable. The aims of this study was to determine the prevalence of malaria who attended in Aysaita primary hospital for the last four year (2006 -2009E.C) A retrospective study was...

12551 Factors Influencing Successful Implementation Of International Financial Reporting Standards (ifrs) Project A Case Of Commercial Bank Of Ethiopia

International Financial Reporting Standard (IFRS) are set of accounting standard developed byrnIASB that is becoming the global standard for the preparation of public company financialrnstatements. The aim of this study was to examine Factors Influencing Successful Implementation ofrnIFRS Project...

12552 Assessment Of Causes Of Delay In Water Supply Construction Projects The Case Study Of World Vision Ethiopia

Construction delays are common problems in water supply projects in Ethiopia. The delays inrnconstruction projects are the major causes of project failure. If the delay is not identified and therncorrective project management decision is not taken in time a project may incur extra cost...

12553 Geochemical And Petrographic Characteristics Of Crystal Rich Volcanic Rocks From Lalibela Area Northwestern Ethiopia.

The Bilbala magmatic complex is situated in northwestern Ethiopian plateau near to northern main Ethiopia rift. The aim of this work was to investigate and identify the sources involved in the petrogenesis of the pre –rift basalts of the Bilbala area around Lalibela wich located with...

12554 Relationship Between Facebook Use Self-esteem And Life Satisfaction Among Students In Addis Ababa University School Of Commerce

In recent years, the advancement of information technology and the use of the internet havernbrought a new dimension of research on the uses of social networking sites and theirrnrelationship with different psychological constructs. But, still the relationship remains in arncontroversial and...

12555 Assessing The Practice Of Project Monitoring And Evaluation The Case Of Commercial Bank Of Ethiopia Projects

This paper focuses on assessing the Practices of monitoring and evaluation in CBE projects. The main objective of the research is to describe the monitoring and evaluation of projects in CBE. Descriptive research design is used and both qualitative and quantitative methods are applied purposive...

12556 Practices And Challenges Of Monitoring And Evaluation Of Hivaids Program A Case Study Of Addis Hivaids Prevention And Control Office (aahapco).

Monitoring and evaluation (M&E) is the most important component in the projectrnmanagement. Despite its importance, the effectiveness of M&E system is affected by variousrnfactors. Addis Ababa HIV/AIDS Prevention and Control Office (AAHAPCO) runs HIV/AIDSrnprojects which are supported by government...

12557 The Practices And Challenges Of 1 To 5 Cooperative Group Learning In Government Secondary Schools In Akaki- Kality Sub-city Addis Ababa

The objective of the study was to assess 1 to 5 cooperative group learning (study program) in some selected government secondary schools in Akaki kality sub-city, Addis Ababa. More specifically, student’ and teachers’ attitudes towards 1 to 5 cooperative group learning (study program)...

12558 Factors Affecting Project Cost And Time Overrun In The Case Of Addis Ababa University Building Projects

This study tried to assess the effect of some dominat time and cost overrun factors in Addis Ababa University building constrcuction Projects.The researcher used descriptive research method. A questionnaire with items of 24 was distributed and then collected with a response rate of 100% and the...

12559 Judicial Ethics And Fair Trial A Critical Analysis Of The Case Of The Courts Of Special Zone Of Oromia Surrounding Finfine

This study is aimed at analyzing the fairness of the trials in the courts of special zone ofOromiarnSurrounding Finjine against international and national standards in relation to judicial ethics. Itrnidentifies the relationships between judicial ethics andfair trial rights in general and how...

12560 The Roles And Practices Of School Principals As Instructional Leaders In Government Secondary Schools Of Assosa Zone In Benishangul Gumuz Regional State

The purpose of this study was to assess the roles and practices of school principals asrninstructional leaders in government secondary schools of Assosa Zone of Benishangul Gumuzrnregional state. A descriptive survey design was employed in this study. The size of sample takenrnwas 92 teachers, 10...

PREV PAGE 626 627 [628] 629 630 NEXT PAGE

Page 628 of 1327


Be the First to Share On Social

1GB data