Qaaccessa Safuufi Safeeffannaa Uummata Oromoo Godina Arsiifi Gujii Xiyyeffannaa Aanaa Heexosaafi Ardaa Meee Bokkoo

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Qorannoon kun,”Qaaccessa Safuufi Safeeffannaa uummata Oromoo Godina Arsiifi Gujii: Xiyyeeffannaa aanaa Heexosaafi Ardaa Me‟ee Bokkootti” jedhu yoota‟u, qorannoo kana hojjechuuf kan nakakaase duudhaan Oromoo guddina biyyaatiif hanga gumachuu qabu hingumachine jedhee waanan yaadeef dudhaan safuufi safeeffannaa kun osoo qoratame bu‟aa olaanaa buusuu danda‟a jedhee waana yaadeef. Kaayyoon qoranichaa Safuufuufi Safeeffannaa Ummata Oromoo qaceessuun agarsiisuudha. Malli qorannoon kun ittin gaggeefame mala qorannoo qulullaa‟inaati. Malleen funaansa ragaa itti gargarame: sakata‟a ragaa, af-gaafii, daawwannaafi marii gareeti. Qorannoo kanaan argannoowwan Safuun hangafaa quxusuu, Safuu dirreewwanii, safuu ulfaawwanii, Safuufi safeeffannaa fuudhaafi heeruma Oromoofi safuu hooda Oromoo ragaa fuunaname irraa maal akka fakkatu bira gahamee jira. Duudhaan Oromoo ganamaa kun dhalootaa dhalootaatti akka darbuufi guddina biyyaatiif bu‟aa guumaachuu qabu akka guumaachu sirna barnootaa keessa akka galu Biiroon Barnootaa Oromoofi Dhaabbileen Barnoota olaanoon osoo irratti hojjetanii gaarii natti fakkata.

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Qaaccessa Safuufi Safeeffannaa Uummata Oromoo Godina Arsiifi Gujii  Xiyyeffannaa Aanaa Heexosaafi Ardaa Meee Bokkoo

165