QAACCESSA ITTIFAYYADAMA MEESHAALEE AADAA FAAYA DUBARTOOTAA ILAALLATAN HAALA QABATAMA GODINA ADDAA SABA OROMOO WALLOO AANAA KAMISEE
PROJECT TOPICS AND MATERIALS
09080008483
[email protected]
09080008483
www.projectng.com
HOME
DOWNLOAD
REQUEST PROJECT
HIRE A WRITER
JOBS
SCHOLARSHIPS
NEWS
BLOG
CONTACT US
Project By Departments
Accounting
Agric Engineering
Agriculture
Architecture
Banking And Finance
BioChemistry
Biology
Building Technology
Business Administration
Chemical Engineering
Chemistry
Civil Engineering
Computer Engineering
Computer Science
Cooperative And Rural Development
Cooperative Economics
Design And Technology
Economics
Education
Electrical Electronic Engineering
English
Entrepreneurial And Business Management
Estate Management
Fine And Applied Arts
Food Technology
Geography
Geology
Health Science And Technology
History
Home And Rural Economics
Hospitality Management And Technology
Industrial Chemistry
Industrial Relation and Personnel Management
Insurance
International And Diplomatic Studies
Law
Library And Information Science
Marketing
Mass Communication
Mechanical Engineering
Medical And Health Science
Microbiology
Nursing Science
Office Technology and Management
Pharmacy
Philosophy
Political Science
Printing Technology
Psychology
Public Administration
Public Relations And Communication
Purchasing And Supply
Quantity Surveyor
Science Lab Technology
Secretarial Administration
Seminars
Sociology
Staff Development And Distance Education
Statistic
Urban And Regional Planning
Zoology
Thesis and Dissertation
Qaaccessa Ittifayyadama Meeshaalee Aadaa Faaya Dubartootaa Ilaallatan Haala Qabatama Godina Addaa Saba Oromoo Walloo Aanaa Kamisee
Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics
Get the Complete Project Materials Now! »
Akkaataan ittifayyadama meeshaalee aadaa faaya dubartootaa faayidaa adda addaa kan qabuudha. Kanuman walqabatee, hanga ammaatti qorannoon meeshaalee aadaa faaya dubartootaa irratti gadfageenya gaggeeffame bal‟inaan hinjiru. Yeroo ammaa aadaa kun dubartoota Oromootiin dagatamuu haala dandaa‟u keessa jira. Kanummarra ka‟uun qorataan kun qaaccessa ittifayyadama meeshaalee aadaa faaya Dubartootaa Oromoo Walloo ilaaluf murteesse. Kanuma bu‟uureffachuudhaan daangaan qorannoon kanaa qaaccessa ittifayyadama meeshaalee aadaa faaya dubartootaa ilaallatan haala qabatama Godina Addaa Saba Oromoo Walloo keessa aanaa Kamiseerratti kan xiyyeeffateedha. Kaayyoon ijoo qorannoo kanaa akkaataa ittifayyadama meeshaalee aadaa faaya dubartootaa Ilaallata haala qabatama Godina Addaa Saba Oromoo Walloo Aanaa Kamisee keessatti argaman qaaccessun ibsuudha. Gama kanaan qorannoo walfakkiifi yaad-rimee haayyoota gama ittifayyadama meeshaalee aadaa wajjiin kan walitti dhufeenya qabannniis ilaalameera. Madda ragaawwan qorannoof kanaaf ta‟uus kan qindaa‟e hawaasa keessatti odeefkeennitoota dubartootaafi manguddootaa hubannoo akkaataa ittifayyadama Meeshaalee aadaa faaya dubartootaa beekan 10 irraa odeeffannoo funaanuun mala iddatteessuu eerummaati fayyadamuu mala qorannoo Akkamtaatti (qualitative) dhimma baheera. Akka waliigalaattis akkaataa ittifayyadama meeshaaleen aadaa faayaa dubartootaa aanaa Kamisee keessatti yeroo ammaa akka duraanii kan hinjiree ta‟uufi dhaloota haaraayaatiin salphatti irraaffatamuu danda‟uusa mul‟isa. Akkasamus, faaya ammayyaan bakka baasumaa jirachuu isaanii akka argannoo qorannoo kanaattin mul‟ateera. Argannoo qorannicha, keessatti tuqaman irratti hundaa‟uun Ittifayyadama Meeshaalee Aadaa Faaya dubartootaa akka hinbadneef qaamni dhimmi ilaallatufi Biiroon Aadaafi Turizimi Oromoo Walloo Kamisee aanoolee godinicha keessatti argamanitti godambaa ijaaruun cinaatti gosa isaaniitiin qooduun qorannoo gadi fagoo irratti taasisuu barbaachisadha. Haaluma walfakkaatun ogeessota meeshaalee aadaa omishaanif deeggarsi barbaachisuu gama waajjira Intarepiraayisi Mayikiroo xixiqqaatiin taasisuun akka gabaatti dhiyeessannii madda galii argachuun gochuun aadaa iccittii miidhagina dubartoota Oromoo Walloo tahe kana badiirra hambisuun labata dhuufuuf osoo dabarsani ummaticha faana turuu danda‟a
Get Full Work
Report copyright infringement or plagiarism
Be the First to Share On Social
RELATED TOPICS
236