QAACCESSA QABIYYEE DHAMJECHOOTA AFAAN OROMOO KITAABA BARATAA KUTAA 12FFAA
PROJECT TOPICS AND MATERIALS
09080008483
[email protected]
09080008483
www.projectng.com
HOME
DOWNLOAD
REQUEST PROJECT
HIRE A WRITER
JOBS
SCHOLARSHIPS
NEWS
BLOG
CONTACT US
Project By Departments
Accounting
Agric Engineering
Agriculture
Architecture
Banking And Finance
BioChemistry
Biology
Building Technology
Business Administration
Chemical Engineering
Chemistry
Civil Engineering
Computer Engineering
Computer Science
Cooperative And Rural Development
Cooperative Economics
Design And Technology
Economics
Education
Electrical Electronic Engineering
English
Entrepreneurial And Business Management
Estate Management
Fine And Applied Arts
Food Technology
Geography
Geology
Health Science And Technology
History
Home And Rural Economics
Hospitality Management And Technology
Industrial Chemistry
Industrial Relation and Personnel Management
Insurance
International And Diplomatic Studies
Law
Library And Information Science
Marketing
Mass Communication
Mechanical Engineering
Medical And Health Science
Microbiology
Nursing Science
Office Technology and Management
Pharmacy
Philosophy
Political Science
Printing Technology
Psychology
Public Administration
Public Relations And Communication
Purchasing And Supply
Quantity Surveyor
Science Lab Technology
Secretarial Administration
Seminars
Sociology
Staff Development And Distance Education
Statistic
Urban And Regional Planning
Zoology
Thesis and Dissertation
Qaaccessa Qabiyyee Dhamjechoota Afaan Oromoo Kitaaba Barataa Kutaa 12ffaa
Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics
Get the Complete Project Materials Now! »
Qorannoon kun mataduree “Qaaccssa Qabiyyee Dhamjechoota Afaan Oromoo Kitaaba Barataa kutaa 12ffaa bara 2005 qophaa‟e†irratti kan geggeeffameedha. Ka‟umsi qorannichaas, faayidaafi akaakuun dhamjechootaa adda ba‟ee ibsamuu dhabuu, garaagarummaan KBfi QB keessatti mul‟achuufi dhamjechoonni KB keessatti akkamitti dhiyaachuu akka qaban ibsuudha. Kaayyoon isaas,„Qaaccessa Qabiyyee Dhamjechoota Afaan Oromoo KB kutaa 12ffaa keessatti: faayidaafi akaakuun dhamjechootaa akkamitti akka dhiyaatanii jiran sakatta‟uu, hanqinaalee mul‟ataniifi akkamitti dhiyaachuu akka qaban ibsuudha. Yaaxxinni qorannichaas, yaaxina caaseffamaa kan bu‟uureffateedha. Qorannoo kana gabbisuuf kitaabileen adda addaa mataduree kanaan walqabatan sakatta‟amaniiru. Irraawwatamni qorannichaas KBfi QB kutaa 12ffaa yammuu ta‟u, kaayyoo qorannoo kanaa galmaan ga‟uuf, maddi ragaa odeeffannoon irraa funaaname madda ragaa tokkoffaa ta‟ee, sakatta‟a KBfi QBti. Yaada kana gabbisuuf afgaaffiin barsiisotaaf dhiyaateera. Qorannichis, gosa qorannoo akkamtaan kan dhiyaate ta‟ee, saxaxa ibsaan ibsameera. Mala iddatteessuu miticarraa keessaa iddatteessuu akkaayyoo fayyadameera. Odeeffannoon kan funaanaman: sakatta‟a KB, sakatta‟a QB, Sakatta‟a silaabasiifi afgaaffii barsiisotaaf dhiyaateen.rnSakatta‟a taasifameefi afgaaffii kana irraas wanti argame, faayidaan dhamjechoonni looga, walsimannaa matimaafi gochimaa, hi‟eentaa, waaltina afaaniifi firjechi argisiisan, dhamjechoonni horteefi uumamteen adda ba‟anii tajaajila kennan waliin hindhiyaanne. Akaakuun dhamjechootaas, haala waldha‟uun KBfi QB keessatti ibsamee jira. Akaakuun dhamjechootaa kunis, bakka gurguddoo lama: walabaafi hirkataatti qoodamee, dhamjecoonni hirkatoon: bakka galumsaan, tajaajilaafi qabiyyeen qoodamuu akka qaban qorannoon kun ni‟ibsa. Dhamjechoonnis, kallattii qofaan osoo hinta‟in alkallattiin afoola akka oduu duriifi barreeffama adda addaa keessatti dhiyeessuun barattoota, barsiisotaafi dubbistoota hawwata. Haaluma kanaan faayidaa, akaakuufi akkaataan dhiyaannaa isaanii hanqina mul‟atu adda baasuun qaacceffamanii dhiyaataniiru.rnQaaccessa geggeeffameefi cuunfaa qorannichaa irratti hundaa‟uun argannoowwan gurguddoon qorannichaa: Faayidaan dhamjechoota looga, walsimannaa matimaafi gochimaa, hi‟eentaafi maayii meeshaa ibsan; faayidaa isaan waaltina afaanii keessatti qaban, dhamjechoonni firjecha akkamitti akka uuman KB keessatti dhiyaachuu qabu. Qoodaminsi akaakuu dhamjechootaa akka waliigalaatti, walabaafi hirkatoo jedhamuun qoodamuu akka qabaniifi dhamjechoonni hirkatoo bakka galumsaa, tajaajilaafi qabiyyee irratti hundaa‟uun qoodamuu akka qaban ibsa. Akaakuun dhamjechoota Afaan Oromoo bakka galumsaan: duree, duubeefi naannee akka ta‟an qorannoon kun adda baasee ibsa. KBfi QB yaada walfakkaatu dhiyeessuun barattootaafi barsiisota Oromiyaa keessa jiraniif hubannoo walfakkaataa waan uumuuf walsimachisanii dhiyeessuun gaariidha. Dhamjechoota kallattiin ibsaafi fakkeenya kennuun dhiyeessuu cinatti, karaa alkallatti afoola adda addaa keessatti dhiyeessuun karaa salphaa ta‟een barattoonni afoolichatti bohaaraa tajaajila dhamjechootaa akka adda baasaniif gargaara. Garaagarummaan hundee jechaafi dhamjecha hirkataa KBs ta‟e QB keessatti adda ba‟ee dhiyaachuun: dubbistoonni, barattootaafi barsiisonni garaagarummaa kana akka hubataniif gargaara.Walumaagalatti, qorannoon kun dhamjechi akka damee barnootaa tokkotti of danda‟ee qophaa‟ee akka dhiyaatuuf hubannoo ni‟uuma
Get Full Work
Report copyright infringement or plagiarism
Be the First to Share On Social
RELATED TOPICS
207