Qaacceessa Rakkoo Afaan Amaaraaqofafayyadamuunwaajiiraa Lee Mootummaa Federaala Itiyoophiyaa Keessatti Mulatuhaala Magaala Ciroo

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Kaayyoon Qorannoon kanaa,Dhiibbaa Fayyadama Afaan Amaaraa qofa ta’uun,waajirniraalee mootummaa federaalaa Itiyoophiyaa:Godina Harargee Lixa magaala Ciroo jrnedhu keessatti maal akka fakkatu qacceessuudha.Qorataan kun ragaalee argamanqaarncceessuuf malaqorannoo makaa(mala akkamtaafi mala hammantaatti)gargaarameeti.rnAfaan Amaaraa qofa akka afaan hujii Federaalaatti sababni itti hin fudhanneefrnjireenya afaanota biroo wanta irraanfachiisuufi lammiiwwan muraasa ta’an qofaafrncarraan hujii sadarkaa Federaalaattifi dhaabbiilee Federaalaa keessatti argachaarnakka jiraatan gochaa wanta jiruufi.AfaanAmaaraan qofa,akka Afaan hujiirnFederaalaatti hojjechuun isaa mormiin jirachuu,afaanotni biroo akka afaan hujiirnFederaalaatti itti hojjechuu danda’aman akka jiraatu,AfaanAmaaraa qofa akka afaanrnhujii Federaalaa godhanii fayyadamuun loogummaa tahu.Kanaaf haala kana tasgabrnbeessuuf ,jijjiirraan afaan hujii Federaalaa akka barbaachisu kan jedhuf,afaanotni arnfaan hujii federalaa ta’anii filamu qaban .Afaan Amaara,Afaan Oromoo,Afaansumaalrneefi Tigiree tahuutu isaan irra jiraata kan jedhu.Fayyadamtoota Afaanii irratti,jijjiirrrnanAfaan Amaaraa gara Afaan oromoo itti taasifamu rakkoolee hedduun kan guutamernedha.fayyadamtoonni sababa Afaanicha kana hinbeekneef,dhiibbaan irran gaha jiracrnhuun isssaf fayyadama afaan Amaaraa qofa tahuun waajjiira feder aalaa keessattirnhubannoo argatanii kan dhaqan osoo hin tahin waajjiirichatti rakkatuun kan baramerntahu,barreeffamoonni waajjiricha keessaa afaan biroon yookaan afaan oromoon jirarnachuun dhabamuun argannoo qorannoo kanaati, akkasumasi,Afaan kana fayyadamtornon nifi qaamnii biroo warri fayyadaman dhiibbaa waliin dubbiifi barreeffama tahunrnmullatee jiru,fooyyeessuun akka barbaachisu.Naannoo Oromiyaa keessatti fayyadamtrnoonni Afaan Oromoon waan Afaan hiikkataniif Afaan kana wallaalaniiniruu, naannorno kanatti afaan waajjiira hujii federalaa afaan Oromoo nama tahu akka qabu gochu,frnayyadama Afaanii(Afaan Amaaraa) waajjiiraalee federal aa irratti dhiibbaa mul’atanrnmaqsuuf qaamni mootummaa federalaa kun iddoo olaanaa qabachuu isaa,waajjiiraarnlee fedraalaa keessatti fayya amni,barreeffamaafi dubbiinis, dhiibbaan afaan Amaararna qofa ta’ee,mul’ate waan jiruuf fayya damtoonni afaan naanni chaa qofa beekanrnrakkoo irraa furamuu qabu kanneen jedhamaan yaboo qorannoo kanaati.

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Qaacceessa Rakkoo Afaan Amaaraaqofafayyadamuunwaajiiraa Lee Mootummaa Federaala Itiyoophiyaa Keessatti Mulatuhaala Magaala Ciroo

141