Qaaccessa Asoosama Aarsaa Fayyadama Afaanii Irratti Xiyyeeffachuun

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Kaayyoon qorannoo kanaa asoosama ‘Aarsaa’ fayyadama afaanii irrattirnxiyyeeffachuunxiinxaluu yoo ta’u,qorannaan baay’een ogafaan Oromootiinrngaggeeffaman, ogbarruun barreeffamaa Oromoo garuu, xiyeeffannoo waan argaternhinfakkaatu. Xiyyeeffannoon ogbarruu Oromootiif kennamu dhabamuun ammoo, sirnarnbarumsaa ogbarruu afaanichaatiif gumaachi inni taasisus xiyyeeffannaa dhabuurndanda’a.kunis dhimma fayyadama afaanii waan ta’eef. Keessumaa akkaataanrnbarreessaan tokko afaanitti fayyadamu sirna barumsaaf ka’umsa godhachuun kanrndhihaateedha.Malli qorannoo kanaa, mala akkamtaa keessaa iddattoo akkaayyoottirnfayyadamuun mala mit carraatiin filamee jira. Iddattoo kanaan funaanufis mala ibsaarnfayyadamuun qaacceffameera. Argannoowwan gurguddoon qorannoo kanaarnbarreessaan afaan inni fayyadame: malleen dubbii, gosa gosaan akkaataa qabiyyeernergaa isaan dabarsanirratti hundaa’uun kaa’eera. Itti aansuunis, fayyadamni jechootaa,rnjechoota filatamoo, jechamoonniifi mammaaksonni jechoota barsiisuuf mijatoo waanrnta’aniif qabiyyee barnoota Afaan Oromootti dabalamanii barnoota kennamu qabatamaarnni taasisu. Akka ciminaatti kan kaawamu, jechoonni bakka barbaachisaatti galuunrnfayyadama afaanii sirriiti kan hawasasni Oromoo jiruufi jireenya isaa keessattirnfayyadamu ta’uu isaati. Akkasuma,s haala yeroo isaa wajjin walqabachuun jechootarnfilatamoo barreessaan asoosama kanaa itti gargaarame ciccimoofi sirriitti nama ibsuurndanda’anitti gargaarameera. Akka dadhabinaatti kan ilaalaman ammoo, barreessichirndarbee darbee sirna tuqaaleefi dogoggora qubee akkasumas, jechoota safuu hinrneeggannetti gargaaramuu isaa mul’ateera. Akka furmaataatti kan kaa’ame, seenaa,rnaadaafi duudhaa, amantiin fayyadama jechootaa barreessaan waan dhihaataniif osoorngumii dagaagina ogbarruufi Afaan Oromoo manneen barnootaa keessatti barattootarnhirmaachisanbarumsa dabarsuu danda’a. Barreessaan Abrahaamasoosama isaarnkeessatti qubeessuufi sirna tuqaalee fayyadamuu irratti xiyyeeffannaa osoo kennerngaariidha. Akkasumas, jechoota filatu keessatti jechoota safuu hawaasaa eeganiifirnfudhatama qabanitti utuu gargaarame aadaa fayyadama afaanichaa babal’isuu danda’a

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Qaaccessa Asoosama Aarsaa Fayyadama Afaanii Irratti Xiyyeeffachuun

240