Qaaccessa Qabiyyee Qoricha Aadaa Godiina Shawaa Lixaa Aanaa Jalduu Irratt Kan Xiyyeeffate

Oromo Language, Literature And Folklore Project Topics

Get the Complete Project Materials Now! »

Qorannoon kun mataduree “Qaaccessa qabiyyee Qoricha Aadaa: Godina Shawaa LixaarnAanaa Jalduu Irratti Kan xiyyeeffate” jedhu irratti gaggeeffame. Ka’umsi qoranoornkanaas aanaa jedhame kana keessatti haala qophii isaarratti qabiyyee qoricha aadaarnnamaaf tajaajilu qaacceffamee ibsamefi haala saayinsaawaatiin gadifageenyaanrnqoratamee barreeffamaan kan taa’e dhabamuu isaati. Kayyoon qorannoo kanaarnqabiyyee qoricha aada namaa aanaa jedhame kana keesatti qophaa’u qaaccessuu yoornta’u, mata duree kana jalatti kan ilaalame: wantoota qorichi irraa qopheeffamu, yeroottirnqopheeffamu, eenyuun akka qophaa’u, of-eeggannoo taasifamuu qabuufirnkkf.qaacceffamanii jiru. Qorannoon kuni yaaxina haalaawaafi yaaxina fayyadamarnbu’uura godhachuun kan gaggeeffamedha. Maddi ragaa qorannoo kana maddaa ragarntokkoffaati. Hirmaattonni mala miti carraa ta’ee mala akkayyoofi mala hammargeernfilataman. Odeefkennitoota namoota qoricha aadaa qopheessuu beekan kudha- lama,rnnamoota qoricha aadaa ittii fayyadaman kudha- lama af-gaaffiifi marii gareenrnodeeffannoo funaannachuun Amajjii tokkoo hanga Gurandhala sodoma bara 2009ttirnraawwatamee jira. Qrannoo kanan qorichoonni, biqiloonniifi wantoonni biroon kanrnuumamaan jiran waan ta’eef kunuunsa dhabuurraa kan ka’e badaa deemuu isaanii,rnnamoonni ogummaa qoricha aadaa qopheesuu qaban muuxannoofi beekumsa isaaniirndhaloota itti aanu barsiisuu dhabufi ittidabarsuuf fedhii dhabuu,namoota qoricha aadaarnqopheessan haala qophii isaatiif hanga namaaf kennamurratti leenjii waanrnhinqabaannee namoonni ittiin miidhamuu, haala saayinsaawwaa ta’een ammayyummaarnqabuun qoratamee hojiirra ooluurratti hanqinni jiraachuu,qorichi aadaa hammarnfaayidaa isaa kan gitu gatii dhabuurraa kan ka’e hawwaasa biratti xiyyeeannoonrnxiqaachuufi dhimmichi dhimma qaama barbaacisuun to’iifi hordofiin dhabamuufa’i.rnYaboon rakkoowwan kanneenis biqilootafi wantoota qophii qoricha aadaaf tajaajilanrnosoo kunuusan gaarii ta’a. Akkasumas, namoonni qoricha aadaa qopheessuurrattirnogumaa qaban dhaloota itti aanu osoo barsiisan bayeessa kan jedhu yaada furmaataarnkeessatti ibsamee jira.

Get Full Work

Report copyright infringement or plagiarism

Be the First to Share On Social



1GB data
1GB data

RELATED TOPICS

1GB data
1GB data
Qaaccessa Qabiyyee Qoricha Aadaa Godiina Shawaa Lixaa Aanaa Jalduu Irratt Kan Xiyyeeffate

320