Postgraduate Project Topics, Thesis and Dissertation

17361 Xiinxala Haasbarruu Meeshaalee Ayyaana Warra Giiftii Elemoo

Qorannoon kun “Xiinxala haasbarruu meeshaalee ayyaana warra Giiftii Elemoo kan Aanaa Jalduu” jedhurratti gageeffamuun, jalqaba yaadota gooroo fookiloorii erga ibsameen booda, beektota amantaa kuushotaa xuqan ibseera. Sanatti aansudhaan yaadota amantii Oromoo deeggaran...

17362 Xiinxala Loogawwan Afaan Oromoo Arsiifi Harargee

Kaayyoon qorannoo kanaa loogawwan afaan Oromoo keesatti argaman keessaa loogawwan Arsii fi Harargee walbira qabee xiinxaluun beekkumsa ykn yaada dabalataa waaltina afaanichaatiif bu'uura kaa'uudha. Kaayyoo kanas galmaan ga'uuf, hojiiwwan walfakkii qaban afur sakatta'amee jira.Tooftaaleen funaansa...

17363 Xiinxala Qabiyyeefi Bifiyyee Mammaaksota Oromoo Gorsa Eeyyantaa Namaa Kennuuf Oolan Haala Aanaa Qarsaa Maallimaa Godina Shawaa Kibba Lixaa

Kaayyoo gooroon qorannoo kanaa, Qabiyyeefi bifiyyee Mammaaksota Oromoo gorsa eeyyantaa namaa kennuuf oolan, xiinxaluun ibsuudha. Qorannoon kun gosa qorannoo akkamtaa waan ta’eef, mala qorannoo akkamtaatiin ibsame. Maddi raga qorannichaas, madda raga tokkoffaafi madda raga lammaffaa kan of...

17364 Seasonal Changes In The Nutrition Of Oreochromsniloticus Linn (pisces Cichlidae) In Lake Ziway Ethiopia

The quality and digestibility of the natural food of Oreochromisrnniloticus in Lake ZiHay, Ethiopia, ~/aS studied for a period of one year,rnOctober, 1988 to September, 1989. The stomach and rectal contents of 956rnfishes I'/ere analyzed for total organic matter, protein, lipid, carbohydraternand...

17365 Solvent Extraction And Spectrophotometric Determination Of Vanadium ( V ) With N-pheny Icinnamoh Droxarnic Acid And Azide Or Trichloroacetic Acid

N-p h o n y i c i n n amo h y d r o x ami c a c i d, PCHA, wa s f o u n d t o r e a c trnwi t h v a n a d i um ( V ) i n t h e p r e s e n c e o f a z i d e o r t r i c h l o r o a c e t i crna c i d ( o r c h l o r o a c e t i c a c i d ) t o f o rm wa t e r i n s o l u b l e b l u i s hvrni o l e...

17366 Xiinxala Haasbarruufi Fayyadama Afaan Oromoo Mana Murtii Aanaa Hidhabuu Abootee

Qorannoo kana gaggeessuudhaaf wanti qorataa kakaase, abbootiin dhimmaa mana murtii kanati gargaaramanii yemmuu bahan haali fayyadama afaanii achi keessatti akka isaan rakkise yeroo komatan dhagahuufi namoonni waa‟ee mana murtiifi haala itti fayyadama afaan achi jiruu hinbeekne gara mana...

17367 Xiinxala Walsimannaa Qabiyyee Siilabasii Kitaaba Barataafi Qajeelcha Barsiisaa Xiyyeef- Fannoo Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 10ffaa

Kaayyoon qorannichaa walsimannaa qabiyyee silabasii, kitaaba barataafi qajeelcha barsiisaa: xiyyeeffannoo barnootaa Afaan Oromoo kutaa 10ffa bara 2005n qophaa’e xiinxaluudha. Akkasumas,walsimannaa qabiyyee meeshaalee kanneenii akkamiti akka fooyya’uu danda’u xiinxaluudhaan...

17368 Quantum Chemical Study Of Molecular Cluster Of Silica

The. Ut.le. st.udy w .... unde.r-t.ake.n t.o anrne.lablJr-at.e.d clust.e.» mode.l of' silica ge.l and t.o inve.sUgat.e.rnadso»pt.ion comple.xe.s of pr-ope.ne. wit.h silica using INDO me.t.hodrnand opt.imizat.ion of geomet.»y. The. basic idea of clust.ermode.rnling ent.ails sub .. Ut.ut.ion...

17369 Xiinxala Adeemsaafi Fakkoommii Sirna Fuudhaafi Heerumaa Oromoo Kamisee

Kaayyoon qorannoo kanaa adeemsaafi fakkoommii sirna fuudhaafi heerumaa Oromoo Kamisee aanaa Jiillee Dhummuugaa keessatti argaman xiinxaluudha. Qorannoo kana gaggeessuudhaaf waanti qorataa kana kakaase sirna kadhatanii fuudhuu keessatti adeemsi sirna duudhaa kana bareechuuf oolan, akkasumas sirnaa...

17370 Qaaccessa Qabiyyee Dhamjechoota Afaan Oromoo Kitaaba Barataa Kutaa 12ffaa

Qorannoon kun mataduree “Qaaccssa Qabiyyee Dhamjechoota Afaan Oromoo Kitaaba Barataa kutaa 12ffaa bara 2005 qophaa‟e” irratti kan geggeeffameedha. Ka‟umsi qorannichaas, faayidaafi akaakuun dhamjechootaa adda ba‟ee ibsamuu dhabuu, garaagarummaan KBfi QB keessatti...

17371 Xiinxala Qabiyyee Caaslugaa Kitaaba Barataa Kutaalee 11fi 12 Walitti Fufinsaafi Dagaagina Irratti Xiyyeeffachuun

Kaayyoo qorannoo kanaa dhihaannaa kitaaba barataa Afaan Oromoo bara 2005 kanrnkutaalee 11fi 12 ija walitti fufinsaafi dagaagina qabiyyee caaslugaatiin xiinxaluudha.rnGalma ga’insa kaayyichaatiif kitaabni barataa sakatta’amee jira. Barattoonni kutaa 12firnbarsiisonni lama...

17372 Etiology Disease Severity And Diagnostic Challenges Of Bacterial Meningitis During Non-epidemic Seasons In Ethiopia

Bacterial meningitis (BM) is a severe infectious disease of the nervous system that needsrnurgent medical attention. Ethiopia, a country located at the eastern end of the “meningitisrnbelt”, is frequently affected by meningitis epidemics. Studies have rarely focused on...

17373 Xiinxala Asoosama Yoomi Laataafi Kabiir Waadoo Gadaa Sabboonaa Oromoo Ija Yaaxxina Dhugummaatiin

The purpose of this study was to examine relevance and quality of research undertaken byrnMaster’s students in the years from 2009 to 2011 in the department of Physics andrnMathematics education. The study employed a mixed methods approach and data collectedrnusing questionnaires, interview...

17374 Modeling Of Gravel Loss For Unsealed Roads

Gravel loss is the reduction in thickness of the surfacing course of gravel road. It can be causedrnby many factors. Traffic as average daily traffic (ADT), climate in terms of mean monthlyrnprecipitation (MMP), geometric design parameters of the roads represented by absoluterngradient (G), surface...

17375 Plant Diversity And Ethnobotanical Study Of Medicinal And Wild Edible Plants In Sheka Zone Southern Nations Nationaities And Peoples Regional State Ethiopia

The purpose of the study was to investigate the readability of grade 7rnbiology textbook of Addis Ababa region. The sources of data were grade 7-rnbiology textbook, grade 7 biology teachers, and students. Four datarncollection instruments were used: teachers' questionnaire, students'rninterview...

17376 Readability Of Grade 7 Biology Text Book Of Addis Ababa Region

The purpose of the study was to investigate the readability of grade 7rnbiology textbook of Addis Ababa region. The sources of data were grade 7-rnbiology textbook, grade 7 biology teachers, and students. Four datarncollection instruments were used: teachers' questionnaire, students'rninterview...

17377 Evaluation Of Traffic Congestion And Level Of Service At Major Intersections In Adama City

The growth of traffic congestion on many streets and highways is a major concern to travelers,rnadministrators, merchants, developers and the community at large. Its detrimental impacts inrnterms of longer journey times, higher fuel consumption, increased emissions of air pollutants,rngreater...

17378 Optimal Traffic Signal Timing Allocation For Urban Congested Roundabouts Case Study At Gerji Emperial Bole Mikael And Saris Abo Roundabouts

Traffic congestion is a critical problem in Addis Ababa Ethiopia due to the fast growing economy, car ownership and population in the country. The road improvement practices also contribute to the reduction in roadway capacity which in turn to aggravates traffic congestion and delay on the study...

17379 Qaaccessaqabiyyee Jechoota Laguu Xiyyeeffannoon Oromoo Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Kiiramuu Keessa Jiraatan

Qorannoon kun kan geggeefame Qaaccessa Qabiyyee Jechoota Laguu: Xiyyeeffannoon Oromoo Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Kiiramuu keessa jiraatanirratti. Kaayyoon qorannoo kanaa inni guddaan, qabiyyee jechoota laguu Oromoo kan aanaa kanaa qaaccessuun kaa’uudha. Kaayyoo kanas galmaan ga’uuf...

17380 The Prevalence And Antimicrobial Responses Of Yersinia Isolates In Comparison Toenterop Athogens Causing Diarrhoea

Among the stool samples of 205 patients tested for bacteriological cultures, only 6 (2.9%)rnwere positive for Yersil/ia, 22 (10.7%) for Salmonella. 12 (5.8%) for Shigella and 11rn(42.3%) for diarrhoeagenic E. coli. Out of the Yersil/ia spp. totally isolated in this study,rnonly 3 (1.5%) were...

PREV PAGE 867 868 [869] 870 871 NEXT PAGE

Page 869 of 1327


Be the First to Share On Social

1GB data