Postgraduate Project Topics, Thesis and Dissertation

17341 Xiinxala Walsimannaa Qabiyyee Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 11ffaafi Wayitii Barnootaa Xiyyeeffannaan Mana Barumsa Qophaaina Limmuu

Kaayyoon qorannichaa walsimannaa qabiyyee barnoota Afaan Oromoo kutaa 11ffaafi wayitii barnootaa, haala mana barumsa qophaa’ina Limmuu xiinxaluudha. Adeemsa kana keessatti ragaa walitti qabuuf barsiisota 2, suuppervaayizera 1fi barattoonni 126 akka iddattootti filatamanii jiru. Kana...

17342 Acomparative Study On The Efficacy Of Some Ethiopian Traditional Taenicides As Tested On The Earthworm

Intestinal parasitic infections represent seriousrnmedical and public health problems in many developingrncountries especially in the tropical regions. Taeniasisrnand cysticercosis have been recognized as importantrnproblems not only because of their impact on health butrnalso because of economic...

17343 Xiinxala Asoosamoota Burreen Bifa Tokkoo Mitifi Ibaa Ija Yaaxina Bifiyyeetiin

Asoosamni hojii kalaqaa waa’een namaa, namaaf deebi’ee ittiin agarsiifamuudha.rnBarreessaan addunyaa asoosamaa uumuudhaan dhimmoota garaagaraa kan akkarnsiyaasaa, diinagdeefi hawaasummaa irratti xiyyeeffatee waan ofii hubate dubbistoonnisrnakka hubatan taasisa. Addunyaan asoosamaa...

17344 Qaaccessa Qabiyyee Mirriysaa Godina Harargee Bahaa Aanaa Baddannoo

Qorannoon kun qaaccessa qabiyyee mirriysaa Godina Haragee Bahaa Aanaa Baddannoo irratti kan xiyeeffateedha.Kaayyoon qorannoo kanaa inni guddaan mirriysa Oromoo Aanaa kanaa sababa adda addaan irraanfatamaa jiru walitti guuruun akkaataa qabiyyee isaaniin qoqqooduun, ergaa isaa qaaccessuudha.Kanaan...

17345 Synthesis Of Selenite And Tellurite Pased Cation Exchangers And Their Selected Applications

The synthesis of zirconium selenite and thorium telluriternare reported. Zirconium selenite has been prepared byrnmixing 4 N HCl solution of zirconium oxychloride withrn4 N HCl solution of sodium selenite, and by adjusting thernacidity of the solution to about 1 M HC1. Thorium telluriternhas been...

17346 Assessment Of Pharmacy Workforce In Ethiopia

Background: Human resources for health have long been recognized as the cornerstone for the success of the health sector programs. In this regard, proper planning of the development of human capital based on evidence related to the number of working force available, factors that contribute to the...

17347 Qaaccessa Asoosama Aarsaa Fayyadama Afaanii Irratti Xiyyeeffachuun

Kaayyoon qorannoo kanaa asoosama ‘Aarsaa’ fayyadama afaanii irrattirnxiyyeeffachuunxiinxaluu yoo ta’u,qorannaan baay’een ogafaan Oromootiinrngaggeeffaman, ogbarruun barreeffamaa Oromoo garuu, xiyeeffannoo waan argaternhinfakkaatu. Xiyyeeffannoon ogbarruu Oromootiif...

17348 Effect Of Varying Concentrations Of Nitrogen And Phosphorus Supply On The Growth Of Enset (ensete Ventricosum (welw.) Cheesman) Suckers

The effect of a range of factorially combined concentrations of nitrogen and phosphorusrnon the growth of enset suckers (Ellsete velltricoSlI1II (Welw.) Cheesman) was studied inrna greenhouse using Randomized Complete Block Design with seven replications. Thernexperiment was conducted on soil...

17349 A Dissertation Presented To The Faculty Of The Graduate School Of Arts And Sciences Of Braitdeis University Waltham Massachusetts

2,3- Diaroylbutanes were selectively converted with highrnstereospecificity to 2,5~diaryl“3,4-dimethylfurans or 2,3-rndiarylbutanes. The racemic forms of the dibenzylbutanernlignans, dihydroguaiaretic acid dimethyl ether 26a, austrobilignan-rn5 26b and austrobilignan-6 26 e * and the...

17350 Xiinxala Hirmaannaa Barattoota Kutaa 10ffaa Afaan Oromoo Akka Afaan Lammaffaatti Baratan Mana Barnoota Sadarkaa Lammaffaa Cilaaloo (asallaa)

Kaayyoon qorannoo kanaa hirmaannaa barattoota Afaan Oromoo akka afaan lammaaffaa baratan keessatti mul’atu xiinxaluu yoo ta’u, kunis: Mana Barnootaa Sadarkaa Lammaffaa Cilaaloo kutaa 10 keessatti gaggeeffame ture.Mana barnootaa kana keessatti kutaan kudhan daree digdama kan qabu yoo...

17351 Phenotypic And Isozyme Diversity In Tetraploid Wheats (triticum Turgidum L.) From Bale And Wello Regions Of Ethiopia

Phenotypic and isozyme diversity of 32 landrace populations of tetraploid wheats originatingrnfrom two regions (Bale and Wello) of Ethiopia was analysed in this study. A total of 2559rnindividual plants (45-110 plants pel' population) representing each landrace were consideredrnfor the phenotypic...

17352 Qaaccessa Itti Fayyadama Malleen Dubbii Ogwalaloo Anaanyaa Keessatti

Qorannoon tokko yemmuu gaggeeffamu kaayyoo mataasaa qaba. Kaayyoo gooroon qorannoo kanaas iiti fayyadama malleen dubbii qaacceessuudha. Qorataanis ogwalaloon Anaan‟yaa dubbistoota biratti ergaan isaa namaaf hingalu yemmuu jedhan dhagahuu danda‟eera. Kanumarraa, ka‟uun qorannoo...

17353 Taxonomic And Demographic Studies On Three Species Complexes Within The Genus Alole L. (aloaceae)in Ethiopia

Taxonomic and demographic studies were conducted on three species complexes withinrnthe genus Aloe L. (Aloaceae) in Ethiopia. The studies aimed to contribute new additionalrnknowledge necessary to delineate the Aloe species and their conservation in the Flora ofrnEthiopia and Eritrea (FEE).In the...

17354 Xiinxala Adeemsa Sirna Gaaelaa Oromoo (shawaa Lixaa Aanaa Jalduu)

Qorannoon kun mata-duree ‘Xiinxala Adeemsa Sirna Gaa’elaa Oromoo: Shawaa Lixaa Aanaa Jalduu dha. Gaaffileen bu’uraa qorannichaa, immoo adeemsi sirna gaa’elaa Oromoo akka Shawaa Lixaa Aanaa Jalduutti maal fakkaata? Akaakuuwwan fookloorii akkamii ofkeessatti hammata?...

17355 Qaacceessa Rakkoo Afaan Amaaraaqofafayyadamuunwaajiiraa Lee Mootummaa Federaala Itiyoophiyaa Keessatti Mulatuhaala Magaala Ciroo

Kaayyoon Qorannoon kanaa,Dhiibbaa Fayyadama Afaan Amaaraa qofa ta’uun,waajirniraalee mootummaa federaalaa Itiyoophiyaa:Godina Harargee Lixa magaala Ciroo jrnedhu keessatti maal akka fakkatu qacceessuudha.Qorataan kun ragaalee argamanqaarncceessuuf malaqorannoo makaa(mala akkamtaafi mala...

17356 Synthesis Of Carbohydrate Esters From Vernonia Galamensis Seed Oil

Vernonia galamensis is one of only a few plants containing naturally occurring epoxyrnoils in its seeds known as vernonia oil. Seeds of vernonia galamensis produce triglyceridernoil rich in trivernolin that can be converted into vernolic acid (72 - 80% of the seed oil).rnCarbohydrates are the most...

17357 Characterization Of Aerobic Sporeformers From Some Ethiopian Sauce Spices And Their Spoilage Potential On Various Sauces

One hundred twenty five samples from five different spices namely, Fenugreek (Trigenellarnjoenulll-graecum), 'abish'; Black kumin (Nigella sativa), 'tikur azmud'; Ethiopian carawayrn(Trachyspermllln alllllli), 'nech azmud'; Ginger (Zingiber officinale), 'zingibel' and Korarimarncardamom...

17358 Qaaccessa Qaboo Yaaii Waajjiraalee Mootummaa Aanaa Adaabbaa

Qorannoon kun, qaaccessa qaboo yaa’ii waajjiraalee mootummaa Aanaa Adaabbaa irratti xiyyeeffata. Qaaccessi taasifames, amalaafi qabiyyee unka qaboo yaa’ii irratti kanhundaa’eedha.Kaayyoo qorannoo kanaa galamaan gahuuf, malli qorannoo akkamtaa dhimma itti bahameera.Sababni...

17359 A Study On The Causes Of Teacher Turnover In Oromia Government Secondary Schools

Prompted by increased concern about teacher turnover, the study wasrnconducted to establish the magnitude and identify the causes of the problem inrnOromia Government Secondary Schools (OGSS) using data obtained from 365rn(172 former (FOGSSTs) and 193 current (COGSSTs)) respondents in 30rncomplete...

17360 A Comparison Of Some Biological And Immunological Properties Of Leishmania Aethiopica And Leishmania Major

Qorannoon kun “Xiinxala haasbarruu meeshaalee ayyaana warra Giiftii Elemoo kan Aanaa Jalduu” jedhurratti gageeffamuun, jalqaba yaadota gooroo fookiloorii erga ibsameen booda, beektota amantaa kuushotaa xuqan ibseera. Sanatti aansudhaan yaadota amantii Oromoo deeggaran...

PREV PAGE 866 867 [868] 869 870 NEXT PAGE

Page 868 of 1327


Be the First to Share On Social

1GB data