Postgraduate Project Topics, Thesis and Dissertation

12421 Causes Of Delay In Construction Project Of Private Real Estate

Current practice of the real estate industry shows that it is a rare event that thernprojects are completed on the scheduled time, budgeted cost, and desiredrnquality because the construction projects experience a tremendous amountrnof delays. Timely completion of construction project is a major...

12422 Qaaccessa Qabiyyee Fayyadama Afaanii Mana Murtii Haala Aanaa Gindabarat

Qorannoo kana gaggeessuuf wanti na kakaase abbootii dhimmaa mana murtii kanattii gargaaramanii yommuu bahan haalldubbii achi jiru isaan rakkise yeroo komatan dhagahuufi namoonni waa‘ee fayyadama afaanii achi jiruu hinbeekne mana murtii yeroo komatan waan argeefdha. Kanaafuu qoratichi...

12423 Qaacceessa Ergaafi Buuura Moggaasa Maqaa Iddoowwanii Godina Arsii Aanaa Zuwaay Dugdaa Irrtti Kan Xiyyeeffate

Kaayyoon qorannoo kanaa qaacceessa maqaa iddoowwanii Aanaa Zuwaay Dugdaa keessatti argamaniidha. Qorattuun Kaayyoo kana galmaan gahuuf mala qorannoo akkamtaatti dhimmaa batee jirta. Odeeffannoonis karaa adda addaatiin funaanamee jira. Mala funaansa odeeffannoo ilaalchisee afgaaffii, daawwannaafi...

12424 Xiinxala Shoobdoo Afwalaloo Tumaa Midhaanii Godina Harargee Lixaa Aanaa Xuulloo

Qorannoon kun xiinxala shoobdoo,afwalaloo tumaa midhaanii: godina harargee lixaa aanaa xuulloo irratti kan xiyyeeffateedha. Kaayyoon guddaan qorannoo kanaa shoobdoo,afwalaloo tumaa midhaanii Godina Harargee Lixaa Aanaa Xuulloo sababa adda addaan irraanfatamaa jiru walitti guuruun akkaataa...

12425 Sakattaa Hojiilee Ogbarruu Afaan Oromoo Mana Sagada Amantii Kaatoolikii Maarqoos Qulqulluu Baroota 1860-1991 Keessatti Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaa

Qorannoon tokko yemmuu gaggeeffamu kaayyoo mataasaa qaba. Kanumarraa ka‟uun kaayyoon qorannoo kanaa hojiilee ogbarruu Afaan Oromoo mana sagada amantii Kaatolikii Maarqoos Qulqulluu baroota 1860-1991 keessaa sakatta‟uudha. Barreessitootni ilmaan Oromoofi lammii biyya alaa ta‟an...

12426 Qaaccessa Dhiaannaa Gilgaalota Gama Dandeettiwwan Dubbisuufi Barreessuu Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 9fi 10 Haala Qabatama Mana Barumsa Diilallaa Sadarkaa Lammaffaa

Kaayyoon qorannichaa inni guddaan dhi’aannaa gilgaalota dandettiiwwan dubbisuufi barreessuu barnoota Afaan Oromoo kutaa 9fi 10 qaaccessuudha. Kaayyooo qorannichaa galmaan ga’uuf, odeeffannoo kallattii garagaraarraa argaman mala akkamtaafi ammamtaatti dhimma ba’uun...

12427 Xiinxaala Fayyadama Afaanii Kitaaba Seenaa Abishee Garbaafi Gootota Oromoo Biroo

Kaayyoon qorannoo kanaa inni guddaan fayyadama afaanii kitaaba seenaa namootaa irratti barraa’an xiinxaluudha. Kitaabni qorannoo kanaaf filatame matadureen isaa “Seenaa Abishee Garbaafi Gootota Oromoo Biroo” kan jedhu yommuu ta’u, kitaabbichi bara 2010 barreessaa Ginbaar...

12428 Qaaccessa Meeshaalee Aadaa Buqqee Hadhaaaa Migiraafi Supheerraa Hojjeetaman Kan Godina Shawaa Dhiihaa Aanaa Iluu Galaa

Kaayyoon gooroon qorannoo kanaa meeshaalee aadaa buqqee hadhaa’aa, migiraafi supheeraa Godina Shawaa Dhihaa Aanaa Iluu Galaanitti hojjeetaman qaacceessuudha. Kaayyoo qorannoo kanaa fiixaan baasuuf barruuleen mata duree kanaan hidhata qaban kan sakattaa’amaniifi yaaxinaalee qorannoo...

12429 Xiinxala Fayyadama Jechootaa Kitaabilee Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 1ffaa-4ffaa

Kaayyoon qorannoo kanaa fayyadama jechootaa kitaabilee barnoota AfaanrnOromoo kutaa1ffaa – 4ffaa keessa jiru xiinxaluudha. Qorannoon kun malarnakkamtaatiin gaggeeffame. Kaayyoo qorannichaa kana galmaan gahuufrnmeeshaalee odeeffannoon ittiin funaanan kanneen sakatta’iinsa...

12430 Qaaccessa Haala Dhiyaannaa Dhamjechoota Maqaafi Gochima Kitaabilee Afaan Oromoo Kutaa 9ffaafi 10ffaa

Kaayyoon qorannoo kanaa haala dhiyaannaa dhamjechoota kitaabilee barnoota AfaanrnOromoo kutaa 9ffaafi 10ffaa bara2005 qopha’an keessatti dhiyaatan qaaccessuudharn.Haala dhiyaannaa dhamjechoota Afaan Oromoo kutaalee kunneen keessatti mul’atanrnadda baasuun qaaccessee dhiyeesseera...

12431 Xiinxala Qabiyyee Fayyadama Afaanii Gumaa Baasuu Keessatti Haala Aanaa Abuunaa Gindabarat

Kaayyoon qorannoo kanaas fayyadama afaanii sirna gumaa baasuu Aanaa Abuunaa Gindabarat xiinxaluudha.Qoratichi ragaalee qabiyyeewwan fayyadama afaanii sirna gumaa keessatti dhimma itti bahaman jechootaan ibsuudhaan waan dhimma itti baheef malli qorannichaa mala qorannoo akkamtaati.Dhimmoota mata...

12432 Xiinxala Beekkumsa Oromoo Gujii Moggaasa Maqaa Dhuunfaa Namaa Beeyiladootaa Biqilootaafi Simbirrootaa Irratti Qabu.

Qorannoon kun “Xiinxala Beekkumsa Oromoo Gujii Moggaasa Maqaa Dhuunfaa: Namaa, Beeyil Ladaa, Biqilootaafi Simbiroota irratti qabu” jedhu irratti kan gaggeeffameedha Kaayyoo qorannoo kana galmaan gahuuf mala qorannoo akkamtaatti dhimma kan bahame yoo ta‟u,ragaa qorannoo kanaaf...

12433 Sakattaa Walsimannaa Qabiyyeewwan Siilabasii Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 1-4fi Dandeettii Barattootaa Gidduugaleessa Godhachuun.

Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa, walsimannaa qabiyyeewwan siilabasii barnoota Afaan Oromoo kutaa 1-4fi dandeettii barattootaa gidduugaleessa godhachuusaa sakatta’uudha. Qorannichis adeemsa raawwii adda addaa keessa kan darbedha. Bifuma kanaan odeeffannoon qorannoo kana keessatti madda ragaa...

12434 Xiinxala Hiikkaa Abjuu

Kaayyoon qorannoo kanaa inni guddaan hiikkaa abjuu Oromoo Aanaa Guutoo Giddaa xiinxaluun akkaataa adeemsa abjuu hiikuu Oromoo addaan baasee beekuun kanaan dura afaaniin qofa kanture barreefamaan akka raga bu‟uuraatti taa‟ee dhaloota dhufuuf akka darbu gochuudha. Kaayyoo kana galmaan...

12435 Qaaccessa Tapha Ijoollee Oromoo Booranaa Godina Booranaa Aanaa Taltallee

Kaayyoon qorannoo kanaa qaaccessa tapha ijoollee Oromoo Booranaa: Aanaa Taltallee kan jedhu yoo ta’u, kaayyoo kana galmaan ga’uuf, ragaan yoomessa dhugaafi namtolchee keessaatti, mala daawwannaafi afgaaffiin funaanamee jira. Akkaatuma kanaan qorannoo kana keessatti, maalummaa tapha...

12436 Xiinxala Gahee Dubbiin Qolaa Afaan Barsiisuu Keessatti Qabu Xiyyeeffannoon Kitaaba Afaan Oromoo Kutaa12ffaa

Kaayyoon Gooroo qorannoo kana gahee dubbiin qolaa afaan barsiisuu kitaaba afaan oromoo kutaa 12ffaa keessatti qabu xiinxaluudha. Ka‟uumsi qorannoo kanaas sababoota jechamoonni, ciigoowwanii fi haasawan guyyuu hiikni isaanii ifatti hin mul‟anne kitaabicha keessatti argamaniif qorannoo...

12437 Hiika Faallaa Jechootaa Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 11fi 12

Kaayyoon qorannoo kanaa dhihaannaa gilgaalota hiika faallaa jechootaa kitaabarnbarataa barnoota Afaan Oromoo kutaa 11fi 12 qaaccessuudha. Galma ga’iinsa kaayyoornqorannoo kanaatiif kitaabni barataa kutaa 11fi 12 sakatta’amee jira. Barattoonni kutaarn12ffaa 360fi barsiisonni Afaan...

12438 Qaaccessa Asoosamoota Hadhooftuufi Doobbii Jaalalaa Ija Yaaxina Bifiyyeetiin

Qorannoon kun bu‟uura yaaxina bifiyyeetiin asoosamoota Hadhooftuufi Doobbii Jaalalaa qaaccessuurratti kan fuulleffatedha. Xiyyeeffannoon qorannichaas, haala caasaa jaargochaa asoosamoota filatamanii ibsuu, fakkaattiiwwan asoosamoota filataman keessatti haala kamiin bocamanii akka dhiyaatan...

12439 Petrography And Petrology Of Gina Ager-megezez Locality Megezez Shield Volcanics North Shoa Central Ethiopia

Megezez shield volcanics is a mountain area with elevation ~3593 meter above mean sea level forming gentle slope of (~50); situated on the north western margin of main Ethiopian rift, central Ethiopia. The area is located 125 kms northeast of Addis Ababa. It is characterized by fissural volcanics...

12440 Qaaccessa Raawwii Tapha Ijoollee Aanaa Kokkossaa

Kaayyoon qorannoo kanaa, qaaccessa haala raawwii taph ijoollee Aanaa kokkossaarratti xiyyeeffate kan jedhu yoo ta‟u,Sababni qorannoon kun barbaachiseef, irraanfatamaa dhufuu tapha ijoollee kanneen sochii qaamaatiin walqabatanii, xiyyeeffannoon taphoota kanaaf kennamuu dhabuu, taphoota...

PREV PAGE 620 621 [622] 623 624 NEXT PAGE

Page 622 of 1327


Be the First to Share On Social

1GB data