Postgraduate Project Topics, Thesis and Dissertation

12361 Value Of Liminal Space In Architecture The Case Of Commercial Buildings In Addis Ababa Ethiopia

Buildings are designed for users to inhabit them. Their existence without user remains tornfeel like they are a sculpture. On the other hand, people need to occupy a building for discussion,rnentertainment, and business matter. And this leads to the stand, framing a social space with inrnbuildings...

12362 Electric Field And Pressure Enhanced Magnetic Properties Of Multiferroic Materials And Bifeo3 And Enhancement Of Critical Temperature Of Superconductor(smasfeof) Under Pressure

In this dissertation we have studied electric field enhanced magnetic properties ofrnmultiferroic materials . The system contains a ferromagnetic and a ferroelectric subrnlattices. To describe the property of system, we considered linear couplingHamiltonianrnbetween ferromagnetism and...

12363 The Impact Of Hill Training On Middle And Long Distance Athletes With Specific Reference To Oromia Water Works Athletics Club

Maximum O2 uptake (VO2 max) and resting heart rate (Rhr) are considered to be bestrnphysiological performance indicators that can be attained by hill training. In addition torncardiovascular function, speed endurance and strength endurance are partly detected byrnneuro-muscular factors. One...

12364 Automatic Barley Relevance And Quality Assessment For Brewing Industry

In beer production malt barley is used as major raw material holding about 90% of the total raw material cost. Homogeneity, a measure of grain uniformity, is important for malting and brewing performance. Uniformity of malt barley might be influenced due to different reasons that result in loss of...

12365 Xiinxala Fookloorii Oromoo Itti Fayydama Fardaa Keessatti Godina Shawaa Kibba Dhihaa Aanaa Daawootti

Qorannoon kuni mataduree ‘Xiinxala Fookiloorii Itti Fayyadama Fardaa Keessatti:rnAanaa Daawoorratti xiyyeeffate’ jedhu irratti qoratame. Kaayyoon qorannoo kanaasrnakkaataa Dorson (1972) fookiloorii qoqqoodeen, Fookilooriin Oromoo isaan kamturnfardaa keessatti argamaa? Faayidaan isaan...

12366 Xiinxala Walsimannaa Qabiyyee Silabasii Kitaaba Barataafi Qajeelcha Barsiisaa Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 9ffaarratti Xiyyeeffachuun

Xiyyeeffannaan qorannaa kanaa inni guddaan walsimannaa qabiyyee meeshaalee barnoota Afaan Oromoo sadan (silabasii, kitaaba barataafi qajeelcha barsiisaa) kutaa 9ffaa bara 2005 maxxanfamee qophaa’e sakatta’uudha. Qorannaan kun mala qorannaa ibsaatti fayyadamuun kan geggeeffameedha....

12367 Xiinxala Walsimannaa Qabiyyee Kitaaba Barataa Afaan Oromoo Moodeela Bara 2008fi Qormaata Biyyooleessaa Kutaa 10ffaabara 2008

Kaayyoon gooroo qorannoo kana walsimannaa qabiyyee kitaaba barataa, moodeelaafi qormaata biyyooleessaa kutaa 10 bara2008 xiinxaluudha.Kanaaf meeshaaleen ragaan ittiin sassaabame sakatta’insa sanadaafi afgaaffii yoota’u, ragaa kanneeniin sassaabame qaacceessuuf malli makaa( hammamtaafi...

12368 Qaacceessa Qabiyyee Darashii Qonnaan Bulaa Godina Harargee Bahaa Aanaa Qarsaa

Qorannoon kun qaacceessa qabiyyee darashii qonnaan bulaa godina Harargee Bahaa aanaa Qarsaarratti xiyyeeffatu.Kaayyoon inni guddaan qorannoo kanaa ogafaan hawaasaa kun dhalootaa dhalootatti afaaniin darbaa dhufe. Kun ammo,akkuma qaroominni teeknooloojjii hawaasaa guddachaa deemuu hanqina tokko...

12369 Xiinxala Sirna Gadaa Naffuroo Fookloorii Oromoo Keessatti

Qorannoon kun haala Sirni Gadaa Naffuroo fookloorii keessatti calaqqisu dhiheessuurnirratti xiyyeeffata. Kana keessattis waantonni qaacceefaman, yoomessa hundeeffamarnGadaa Naffuroo, raawwilee barbaachiisoo sirna Gadaa kanarratti raawwatan, seerotnirnGadaa Naffuroo irratti tumaman maal akka...

12370 Qaacceessa Asoosamoota Afaan Qawwee Jalattiifi Galfata Ija Yaaxina Bifiyyeetiin

Asoosamni daawwiitii addunyaa dhalli namaa keessatti ofilaaluudha. Asoosama keessattirnbarreessaan addunyaa mataa isaa uumee keessatti namfakkii uumuun keessa jiraachisa;rngochaalee adda addaa akka isaan dalagan godha. Addunyaan asoosamaa kunis kanrnuumamu caacculee asoosamaa irratti. Kaayyoon...

12371 Deposition Analysis Of Attached Fraction Of Radon Progeny In The Human Respiratory Tract

In this work, the regional deposition analysis of attached fraction of radon havernbeen studied. So as to find the regional deposition of the inhaled activity, a fortranrncode is used. The parameters and the assumptions used in the code were developedrnby ICRP. The regional deposition from modified...

12372 Qaaccessa Sirna Buna Qalaa Oromoo Gujii (haala Godina Gujii Lixaa Aanaa Bulee Horaa)

Ka’umsa qorannichaatiin walqabatee mata-duree kana irratti akkan qoradhu kan kakaase sirni bunni qalaa yeroo ammaa kana keessatti godinaalee adda addaa keessatti dagatamaa deemuu isaa yoo ta’u, kaayyoon qorannoo kanaatis adeemsa sirna buna qalaa Oromoo Gujii qaaccessuudha.Faayidaan...

12373 Xiinxala Gauumsa Ogummaa Barreessuu Barattoota Afaan Oromoo Barachuu Kutaa 1ffaatti Eegalaniifi Kutaa 5ffaatti Eegalan

Kaayyoon qorannoo kanaa brattoonni Afaan Oromoo barachuu kutaa 1ffaatti eegalaniifi kutaa 5ffaatti eegalan kutaa 9tti walitti makamanii yeroo baratan ga‟uumsa ogummaa barreessuu isaanitiin wal‟maddaalchisuudhan isaan kum akka caalan adda baasuu ture. Kaayyoo kana galmaan gahuuf malli...

12374 Sakattaa Dhihaannaafi Gaumsa Gilgaalota Kitaaba Barataa Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 11ffaa Gama Dandeettii Barreessuutiin

kaayyoon qorannoo kanaa dhihaannaa fi ga`umsa gilgaalota kitaaba barataa barnoota Afaan oromoo kutaa 11ffaa, gama dandeettii barreessuutiin sakatta`uudha. Galma ga`iinsa kaayyichaatiif kitaabni barataa sakatta`amee jira. Barsiisotni barnoota Afaan Oromoo barsiisan afur akka iddattootti...

12375 Xiinxala Caasaa Himaa Kitaaba Barattootaa Kutaa11ffaacaasluga Afaan Oromoo Jiildii-1furtuufi Tuujuba Keessatti

Kaayyoon qorannoo kanaa kitaabilee wabiifi barnootaa Afaan Oromoo keessaatti akkaataa dhiyeenya caasaa himaa xinxaluu, haala dhiyeenya caasaa himaa irratti hanqinoota muul’atan adda baasuu,walitti dhufeenya kitaabilee wabiifi barnootaa giddduu gama caasaa himaatiin jiru sakkatta’uufi...

12376 Xiinxala Jijjiirraa Asoosama Warraaqsa Beeyladootaa

Qorannoon kun jijjiirraa asoosama “Warraaqsa Beeyladootaa” xiinxalaluu irrattirnkan xiyyeeffatuu yommuu ta’u, mata duree kanarratti qorannoo geggeessuufrnwantootni qorataa kakaasan: tokkoffaa kitaabni afaan maddaa(Animal Farm) jedhurnakka addunyaatti beekamaafi dubbistoota...

12377 Qaaccessa Raawwii Sirna Ulmaa Dubartii Oromoo Godina Arsii Aanaa Xannaa

Kaayyoo gooroon qorannaa kanaa raawwii sirna ulmaa dubartii Oromoo Aanaa Xannaa qaaccessuu irratti fuulleffachuun kan gaggeeffameedha. Kaayyoolee gooree qorannicha keessatti dhiyaatan kanneen akka adeemsa sirna ulmaa ibsuu; faayidaa kabajni sirna ulmaa hawaasaaf qabu addeessuu; hirmaattota sirna...

12378 Xiinxala Dandeettii Barreessuu Barattota Kutaa Torbaffaa Haala Manneen Barnoota Sadarkaa Tokkoffaa Marsaa Lammaffaa Magaala Gaasaraa Irratti Xiyyeeffate.

Kaayyoo qorannichaa, hanqina barattoonni manneen barnoota Magaalaa Gaasaraa kutaa Torbaffaa Afaan Oromootiin barreessuu irratti qaban xiinxaluun adda baasuudha.Qorannichaaf wanti ka’uumsa ta’e xiinxala barattoonni mana barumsa Waxee Ciimoofi Gaasaraa sadarkaa 1ffaa Marsaa 2ffaa kutaa...

12379 Heavy Metal Pollution And Its Effects On Urban Agriculture In Case Of Peacock And Gofa Vegetable Farming In Addis Ababa Ethiopia.

Heavy metal pollution and its effects on urban agriculture in case of, peacock and gofa vegetable farming, in Addis Ababa, Ethiopia.rnAsayech Worku WoyesarnAddis Ababa University, 2018rnRivers in urban areas including Addis Ababa has water quality problems. Domestic and industrial wastes, often...

12380 Qaaccessa Afoola Jila Sirna Gadaa Odaa Buluq Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Horroo

Seenaan qorannoo afoolaa jilawwan adda addaa biyya keenyaa keessatti raawwii yeroo asrndhiyyooti. Haata’u malee, ammayyuu qorannoon kallattii garaagaraan irratti akkarngaggeeffamuu qabu wal nama hin gaafachiisu. Haaluma kanaan, qorannoon kun afoola jilarnSirna Gadaa Odaa Bulluq...

PREV PAGE 617 618 [619] 620 621 NEXT PAGE

Page 619 of 1327


Be the First to Share On Social

1GB data