Postgraduate Project Topics, Thesis and Dissertation

12381 Xiinxala Unkaafi Qabiyyee Faaruu Naqataa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Jaardagaa Jaartee

Kaayyoon qorannoo kanaa unkaafi qabiyyee faaruu naqataa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Jaardagaa Jaartee irratti kan xiyyeeffate yommuu ta’u fuudhaafi heeruma keessatti waantonni raawwataman hedduutu jiru. Isaan keessaa unkaafi qabiyyee faaruu naqataa mataduree jedhu irratti qorannoo...

12382 Babcock-leighton Solar Dynamo Model The Role Of Active Region Inflows For The Saturation Of The Solar Dynamo

Helioseismology has detected that solar photospheric active regions are surrounded byrnspatially extended, converging ow with typical ow velocities of 20-30 m/s. They extendrnup to 30 degrees from the center of the active region. It has been proposed that thisrnconverging ow may act as a saturation...

12383 Qaaccessa Sirna Waaqeffannaafi Fayyadama Afaanii Warra Kallachaallee Godina Shawaa Lixaa Aanaa Daannoo

Mata dureen qorannoo kanaa Sirna waaqeffannaafi fayyadama afaanii warra kallachaallee qaaccessuu yoo ta‟u,Akkan qorannoo kana gaggeessuuf waanti na kakaases, ardaan jilaa kun amantii waaqeffannaa ganamaa kan falaasamaafi beekumsa hedduun badhaadhe akkasumas, fayyadama afaanii haalaan kan...

12384 Xiinxala Gaumsa Qabiyyee Gilgaalota Kitaaba Barnootaa Afaan Oromoo Kutaa 4ffaa

Qorannoon kun mataduree “Xiinxala Ga’umsa Qabiyyee Gilgaalota Kitaaba BarnootaarnAfaan Oromoo Kutaa 4ffaa” irratti geggeeffame. Ka’umsi qorannichaas, qophiin qabiyyeerngilgaalota kitaabichaa dandeettiwwan bu’uuraafi gooree afaanii karaa ga’umsarnbarattootaa...

12385 Qaaccessa Kadhatanii Fuudhuufi Fayyadama Afaanii Achi Keessatti Mulatu Haala Aanaa Leemmuufi Bilbiloo

Qorannoo kana gaggeessuudhaaf wanti qorataa kakaase,yoomessa kadhatanii fuudhuu kana keessatti Oromoon Arsii naannoo Leemmuufi Bilbiloo afaan dubbii maaliif akka itti fayyadamufi haasbarruun isaa maal akka ta‟e ilaalchisee hanga amma wanti qoratamee jiru waan jiru hinfakkaatu waan...

12386 Xiinxala Barreeffama Barattoota Afaan Oromoo Kutaa 10ffaa Ija Barreeffama Gaumsa Qabuutiin Mana Barumsaa Saabbiyaan Sadarkaa 2ffaafi Qophaainaa Keessatti

Kaayyoon guddaan qorannoo kanaa barreeffama barattootaa ija barreeffama ga‟umsa qabuutiin xiinxaluudhaafi dhumarratti hanqinaalee mul‟ataniif yaada furmaataa kaa‟uu dha. Bakki qorannoon kun itti gaggeeffame magaalaa Dirree dhawaa mana barumsaa saabbiyaan sadarkaa 2ffaafi...

12387 Event Modeling From Amharic News Articles

With the increase of online information overload available to us, everyday tasks such as extracting,rnsearching, understanding and relating relevant data have become intractable. A large percentagernof these information are discussing past, current, and future real world events. Events are...

12388 Evaluating Quality Deterioration Of Used Frying Vegetable Oils And Improving The Quality Using Adsorbent Treatment

Frying is the most commonly used cooking method in food preparation. Continuously frying food items at high temperature will result in frying oil and fried food quality deterioration. in this study as an alternative option the effects of adsorbents (betonite, ash, magnesium oxide, silica gel, and...

12389 Synthesis And Characterization Of New Metal Complexes Derived From 14-dihydroquinoxaline -2 3- Dione Orthophenylenediamine And Hydroquinone.

Metal complex of the type [MLCI2], M=Zn(II), L=tetra- dentate cyclic ligand, has been preparedrnthrough the condensation of orthophenylenediamine and 1,4-dihydroquinoxaline-2,3-dione in thernpresence of ZnCl2 (template system). The ligand coordinates through the four imine nitrogenrnatoms formed up...

12390 Effects Of Selected Biochar Amendments On Immobilization Of Bioavailable Cadmium (cd) In Ethiopian Kale (brassica Carinata) Grown In Artificially Contaminated Soil

EFFECTS OF SELECTED BIOCHAR AMENDMENTS ON IMMOBILIZATION OF BIOAVAILABLE CADMIUM (Cd) IN ETHIOPIAN KALE (Brassica carinata) GROWN IN ARTIFICIALLY CONTAMINATED SOIL rnYORDANOS KIROS G/TSADIK rnAddis Ababa University, 2018 rnBiochar has attracted research interest due to its ability to reduce the...

12391 Domestic Kitchen Solid Waste Generation Rate Composition Analysis And Its Biogas Production Potential In The Case Of Legetafo Sub-town

Solid wastes are wastes that are discarded from different community activity, industries, commercials and agricultural activities. Kitchen solid waste is one of the biodegradable solid wastes that discarded in higher quantity from households. This study evaluated on household kitchen solid waste...

12392 Qaaccessa Asoosamoota Dhoksaa Jireenyaafi Quba Qubeelaa Yaaxina Bifiyyeetiin

Qorannoon kun kan irratti xiyyeeffatu Qaaccessa asoosamoota Dhoksaa Jireenyaafi Quba Qubeelaa Yaaxina Bifiyyeetiin.Matadureen qorannoo kun akka qoratamu qoratichaaf ka`umsa kan ta`e;qorannoowwan kanaan dura mata-duree kanaan asoosamoota Afaan Oromootiin barreeffaman irratti gaggeeffaman gahaa waan...

12393 Qaaccessa Sirna Raawwii Abaarsaa Waaqeffannaa Gibinaa Godina Wallagga Bahaa Aanaa Haroo Limmuu Irratti Kan Xiyyeeffate

Kaayyoon qorannoo kanaa sirna Waaqeffannaa Gibinaa keessatti Raawwii abaarsaa: Godina Wallagga Bahaa Aanaa Haroo Limmuu Irratti Kan Xiyyeeffate qaaccessuudha. Bu‟uuruma kanaan qorannoo kana bifa saayinsaawaa ta‟een hojjechuuf yaadni beektotaa dhimmoota qorataan qaaccesseen walqabatan...

12394 Qaaccessa Afseenaa Dajjaazmaach Kumsaa Morodaafi Masaraa Isaa

Kayyoon qorannoo kanaa Afseenaa Dajj. Kumsaa Morodaafi masaraa isaa kanrnmagaalaa Naqamteetti argamu qaaccessuu kan jedhudha. Qorannoon kunis kaayyoo isaarnbu’uura godhachuun ykn akeeka qorannoo isaa’rratti hundaa’uun qorannoo seenawaarn(historical research)tti yommuu...

12395 Qaaccessa Qabiyeefi Unka Weedduu Arrabsoo Durbaa Sirna Naqatanii Fuudhuu Godina Wallagga Lixaa Aanaa Haaruu

Qorannoon kun mata duree “qaaccessa qabiyyeefi unka weedduu arrabsoo sirnarnnaqatanii fuudhuu “ irratti kan gaggeeffamu yoo ta’u, bakki itti gaggeeffame immoornGodina Wallagga Lixaa Aanaa Haaruutti. Qorannoo kanaaf ka’umsi, weedduunrnarrabsoo durbaa kan aadaafi barsiifata...

12396 Qaaccessa Qabiyyee Eebba Sirna Raawwii Fuudhaaf Heeruma Kadhaa Kan Godina Gujii Lixaa Aanaa Abbayyaa

Eebba Oromoo ilaalchisee qorannoon addaa addaa namoota garaagaraatiin haa hojjetaman malee,eebba oromoo keessaa qaaccessa qabiyyee eebba sirna raawwii fuudhaaf heeruma kadhaa irratti raawwatamu kan aanaa Abbayyaa irratti namni funaanee qaaccesse hinjiru. Kaayyoon qorannoo kanaa inni guddaan, afoola...

12397 Qaaccessa Unkaafi Fakkoommii Hiibboo Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Walisoo

Qorannoon kun afoola Oromoo, hiibboo irratti gaggeeffame. Kaayyoon qorannichaasrnUnkaafi Fakkoommii Hiibboo Qaacceessuu kan jedhu yoo ta’u, bakki itti gaggeeffamesrnGodina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Walisooti. Malli qorannoon kun ittiin gaggeeffamesrnakkamtaa yoo ta’u, mala iddattoo...

12398 Qaaccessa Qabiyyee Faaruu Gooticha Oliiqaa Dingil Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Yamaalogii Walal

Qorannoon kun Qaaccessa Qabiyyee Faaruu Gooticha Oromoo Oliiqaa Dingil Godina Qellem Wallaggaa: Aanaa Yamalogi Walalirratti xiyyeeffata. Kaayyoon guddaan qorannoo kanaa Qabiyyee faaruu Oliiqaa Dingil Yaaddidddama Xinmaddaa [tajaajilaa]fi caasaan, ergaa qabiyyee faarichaa, sababoota faaruu kana akka...

12399 Qaaccessa Qabiyyee Qoricha Aadaa Godiina Shawaa Lixaa Aanaa Jalduu Irratt Kan Xiyyeeffate

Qorannoon kun mataduree “Qaaccessa qabiyyee Qoricha Aadaa: Godina Shawaa LixaarnAanaa Jalduu Irratti Kan xiyyeeffate” jedhu irratti gaggeeffame. Ka’umsi qoranoornkanaas aanaa jedhame kana keessatti haala qophii isaarratti qabiyyee qoricha aadaarnnamaaf tajaajilu qaacceffamee...

12400 Qaaccessa Faaruu Qaammee Godiina Shawaa Bahaa Aanaa Gimbichuu

Kayyoon qorannoo kanaa faaruu qaammee funaanuun qaaccessuu dha.Malli qorannichaa mala qulqulla’inaa (qualitative) yoo ta’u tooftaaleen iddatteessuudarbaa dabarsaa fi akkayyatti fayyadameera. Malli funaansi ragaalee qorannichaaf hojjii irra oolan afgaaffifi daawwannaadha. Ragaaleen...

PREV PAGE 618 619 [620] 621 622 NEXT PAGE

Page 620 of 1327


Be the First to Share On Social

1GB data